Boonsaa tahe hojjechaa ture



Yüklə 0,97 Mb.
səhifə3/13
tarix09.01.2019
ölçüsü0,97 Mb.
#94561
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   13



Maamiltootafi Qooda Fudhatoota

Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/

Fedhii Isaanii/Their needs/

Qoolmata /Resistance isuues/

Dhiibbaa/Their influence/




  • Daawwachistoota Dhuunfaa (Tour guide)

  • Beekumsa hawwata tuurizimii, naamuusa gaarii qabaachuun tajaajila gahumsaafi qulqullina qabu akka kennaan barbanna,

  • Qquuqama qabeenyaa uumamaa, safuu fi duudhaa uummataa kabajuu barbanna,

  • Leenjii, deeggarsa ogummaa fi heeyyama ogummaa argachuudhaan hojjatanii galii argachuu barbaadu,

  • Safuufi, duudhaa uummataa kabajuu dhabuufi hambaaleef quuqama dhabuu,

  • Naamuusaafi seeraan hojjachuu dhabuu,

  • Dandeetti afaniifi beekumsa hawwata daawwachisan dhabuu,

  • Fedhiifi itti quufiinsaa daawwatootaa irratti dhiibbaa fida,

  • Sochii tuuristii fi galii irraa argamuu danda’u irratti dhiibbaa qaba,

  • Imejii biyyaa irratti miidhaa fida

  • Qorattootaafi Qo'attoota

  • Qorannoo Aadaa, seenaa, afaaniifi qabeenya tuurizimiirratti akka hirmaatan barbaanna,

  • Qorannoo gaggeessaan of-danda’anii maxxansuu dadhabuu isaanii,

  • Baayyina maxxansalee seenaa, aadaa, arti fi afaan Oromooo ni xiqeessa,

  • Hanqinna bu’aa/argama qorannoo akka hin baballanne gochuu,




Maamiltootafi Qooda Fudhatoota

Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/

Fedhii Isaanii/Their needs/

Qoolmata /Resistance isuues/

Dhiibbaa/Their influence/




  • Qoratootaafi Qo'atoota

Aadaafi seenaa, akkasumas afaan Oromoo baldhinaan akka qoratan barbaanna

  • Akkaadaamiqorannoo afaaniifi seena akka hundeffamu barbaduu,

  • Arkaayivii akka qabnu barbaduu,

  • Ragaafi deegarsa gahaa yeroo barbaadamutti argachuu dhabuu,

  • Ilaalcha adda addaarraa kan ka'e qorannoo dhugaa ta'e ifa baasuuf fedhii dhabuu,

  • Qorannoon baayyinnaafi qulqulinaan akka hinqoratamne ni ta’a.

  • Daawwatoota//tuuristoota/

  • Haala aadaa uummataafi qabeenya uumamaa hin jeeqneen naannicha daawwatanii akka ittigammadniifi galii galchan barbaanna,



  • Nageenya barbaadu,

  • Bu'ura misooma ga'umsa qabu barbaadu,

  • Aadaa uummataafi qabeenyaa uumamaatiif quqqamuu dhabuu,

  • Hanqinna Bu’uura misoomaa fi faasilitii adda addaa jirachuu,

  • Jeeqama qabeenya uumamaafi aadaa uummataa(aculturation) irratti quunamu,

  • Tuuristonni gammachuu hin'arganne odeefanno tuuristii ittisu dabarsuu,

Maamiltootafi Qooda Fudhatoota

Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/

Fedhii Isaanii/Their needs/

Qoolmata /Resistance isuues/

Dhiibbaa/Their influence/




  • Daawwatoota//tuuristoota/

  • Naannoo keenya akka nuuf beeksisaniifi tuuristoota akka nuuf harkisaan barbaanna,

  • Yeroo dheeraafi deddeebiin akka daawatan barbaanna,

Odeeffannoo gahaa salphaatti argachuu, tajaajila qulqulinaafi ga’umsa qabu argachuu barbaadu

  • Daawwatooni idoo biraa ni filatuu,

  • Naanichis akka hindaawwatamne ni ololu,




  • Lakkoofsii daawwatoota ni hirdhata.

  • Galiin gama tuurizimiin argamu ni xiqaata

Qooda Fudhatoota

  • Hojii keenyaarratti deeggaarsa bajataa, humna namaafi lojistikii gaha akka nuuf godhuu barbaanna,

  • Saktarichaaf xiyyeefannoo akka kennu barbaanna,

  • Imaammataafi tarsiimoon akka galma ga’uu barbaada,

  • Hawaasni tajaajila saffisaafi iftoomina qabu akka argatu barbaada,

  • Saktaricha irraa galii argachuu barbaada,

  • Hanqinna fi ittifayadama baajaataafi loojistikii,

  • Xiyyeefannoo saktarichaaf kennuu ga'aa ta'u dhabuu,

  • Akkaataa karooraatiin hojii barbaachisu qulqullinnaafi gahumsaan fiixaa baasuu dhabuu,

Maamiltootafi Qooda Fudhatoota

Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/

Fedhii Isaanii/Their needs/

Qoolmata /Resistance isuues/

Dhiibbaa/Their influence/

Qooda Fudhatoota

  • Waajjira Mahaalaqaafi Misooma Dinagdee Godina Wallaggaa bahaa

  • Baajata seektarichaaf barbaachisu yerooniifi ga'umsaan argachuu barbanna,

  • Baajata ga'aa ramaduu dhabuu isaanii,

  • Gabaasa herregaafi rawwii hojii yerootti isaaniif dhiyeessu dhabuu,

  • Hojiileen karoorfamaan haala karooraatiin raawwachuu dhabuu,

  • Waajjira Investimentii Godina Wallaggaa bahaa

  • Ragaafi odeeffannoo misooma aadaafi tuurizimii irratti waljijjiiruu barbanna,

  • Investimentiin aadaafi tuurizimiirratti adeemsifamu qulqullinaafi sadarkaa kan eege akka ta'uu barbanna,

  • Carraan investimentii aadaafi tuurizimiirratti odeeffannoof ragaa guutuu argachuu barbaadu,

  • Walitti dhufeenyaafi quunnamtii hojii yeroo yeroon gochuu dhabuu,

  • Ragaa qulqulluufi ga'umsa waljijjiru dhabuu,

  • Carraan investimantii hoteelaafi tuurizimii hanga barbaadamu beeksifamuufi babalachuu dhabuu.



Maamiltootafi Qooda Fudhatoota

Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/

Fedhii Isaanii/Their needs/

Qoolmata /Resistance isuues/

Dhiibbaa/Their influence/

Qooda Fudhatoota

  • Waajjira Investimentii Godina Wallaggaa bahaa

  • Promoshinii carraa investimantii hoteelaafi tuurizimii akka hojjetaan barbanna,

  • Haala sadarkaa dhaabbilee aadaafi tuurizimii walmadaleen kenna lafa investimantiif haala akka mijeessan barbanna,

  • Carraan investimentii aadaafi tuurizimiirratti odeeffannoof ragaa guutuu argachuu barbaadu

  • Walitti dhufeenyaafi quunnamtii hojii yeroo yeroon gochuu dhabuu,

  • Ragaa qulqulluufi ga'umsa waljijjiru dhabuu,

  • Carraan investimantii hoteelaafi tuurizimii hanga barbaadamu beeksifamuufi babalachuu dhabu,

  • Ejansii Daldalaa

  • Hayyama daldala aadaafi tuurizimii kennuufi haromsuun dura heeyyamni ogummaa kennamuu isaa akka mirkaneessaan barbaanna,

  • Ragaan hayyama ogumma saffinaan akka kennamu barbaadu,

  • Walitti dhufeenyaafi quunnamtii hojii jiraachuu dhabuu,

  • Kennisi hayyama daldala harkifachuu,

  • Daldalli seeraan alaa babalachuu,



Maamiltootafi Qooda Fudhatoota

Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/

Fedhii Isaanii/Their needs/

Qoolmata /Resistance isuues/

Dhiibbaa/Their influence/

Qooda Fudhatoota

  • Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa

  • Deeggarsaa ogummaa argachuu barbaana,

  • Fundii misooma argachuu barbaana,

  • Qabeenya aadaafi tuurizimii balinaan akka nuuf beeksisaan barbaana,

  • Ragaa qabeenya aadaafi tuurizimii argachuu barbaaduu,

  • Imaammanniifi qajeelfamni mootumma hojiirra akka ooluu barbaadu,

  • Misooma qabeenya aadaafi tuurizimii naannichaaf xiyyeeffannoo kennuu dhabuu,

  • Qoodinsi fundii haala qabatama naannichaatiin kan wal-hinsimne ta'u,

  • Deeggarsa ogummaa gahaa ta'e dhabbu,

  • Qabeenyi aadaafi tuurizimii naannichaa ballinaan misoomuufi beekamuu dhabuu,

  • Dandeettii humna namaa ogummaa cimsuuf rakkinni quunnamu,




Maamiltootafi Qooda Fudhatoota

Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/

Fedhii Isaanii/Their needs/

Qoolmata /Resistance isuues/

Dhiibbaa/Their influence/

Qooda Fudhatoota

  • Dhaabbilee Amantaafi Abbootii Gadaa

  • Ummannii qabeenya aadaafi tuurizimii akka kunuunsuufi eegu akka barsiisaniifi kakaasaan barbaanna,

  • Amantaafi aadaan wal-danda'ee akka jiratu uummata akka barsisan

  • Hambaa harka isaani jiru akka kunuunsaniifi beeksisan barbaanna,

  • Walitti dhufenyaa fi simannaa gaarii akka qabaatan barbaanna,

  • Maalummaafi faayidaa qabeenyaa aadaafi tuurizimii leenjiifi deeggarsa ogummaa nibarbaadu,

  • Qabeenyaa isaanii akka beeksisnuuf barbaadu,

  • Ittifayyadamaafi abbummaa qabeenyoota aadaafi tuurizimiirratti waliigaluu dhabuu,

  • Manca'inaa qabeenyaa aadaafi tuurizimii,

  • Jeequmsa nageenyaa umamuu,



Maamiltootafi Qooda Fudhatoota

Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/

Fedhii Isaanii/Their needs/

Qoolmata /Resistance isuues/

Dhiibbaa/Their influence/

Qooda Fudhatoota

  • Dhaabbilee Sab-Quunnamtii/Miidiyaalee/

  • Hojii proomoshinii aadaafi tuurizimii irratti bal'inaan akka hirmaatan barbaanna,

  • Bu'aa qorannoo ummata biraa akka gessisaan barbaanna,

  • Ummata hojii misooma aadaafi tuurizimiirratti hubannoo akka qabsiisan barbaanna,

  • Hojii proomoshiniirratti hirmaatanii galii argachuu barbaadu,

  • Ragaafi odeefannoo qulqulluufi ga'umsa qabu argachuu barbaadu,

  • Dursa dhimma biraatiif kennuu,

  • Sagantaa akkaataa barbaadamuun yeroo barbaadamu keessatti dabarsuu dhabuu,

  • Sagantaan qulqulinaan darbuu yoo baate maamila mufachiisuufi misoomarratti gufuu ta'uu,




  • Waajjira Induustriifi Misooma Magaalaa Godina Bahaa

  • Plaanii magaalaa keessatti zoonii tuurizimii akka jiratuu barbanna,

  • Ijaarsa projektoota misoomarratti akka hirmaatan barbanna,

  • Odeefannoo ga'aa ta'e barbaadu,

  • Walitti dhufeenyaa gaarii akka jiratuu barbaadu,

  • Akka barbaachisaa ta'een plaanii magaalaarratti zonii tuurizimii qabamuu dhabuu,

  • Gama ogumaatiin deeggarsa barbaachisuu kennuu dhabuu,

  • Rawwiin pirojektoota ijaarsa harkifachuu,

  • Baasii ijaarsa dabalu,

  • Hanqina qulqullina ijaarsa,


Sadarkaa Maamiltootaa fi Dhimmamtootaa Addaan Baasuu

Maamiltoota/Dhimmamtoota/

Ergama Biirichaa Galmaan Ga’uu Keessatti Shoora Qaban

Kenniinsa Tajaajilaa Keessatti Qooda Qaban

Guddina Misoomaa Keessatti Ga’ee Qaban

Baay’ina Tajaajilaa Barbaadan

Ida’ama

Sadarkaa

Qabxii Argachuu Qaban

% 10

%5

%10

%5

30




  1. Maamiltoota



















Hawaasa

10

5

10

5

30

1

Dhaabb

ilee Tajaajila Aadaafi Tuurizimii



9

5

8

4

27

2

Dhaabbileefi Waldaalee Artii

8

5

6

4

23

6

Artistoota

7

5

6

4

22

7

Dhaabbilee Eegumsaafi Daawwannaa Haambaaleefi Godambaalee

7

4

6

3

20

9

Dhaabbilee Gurgurtaa Meeshaalee Ogummaa Harkaa

6

4

6

4

20

9

Qorattootaafi Qo'attoota

6

4

5

3

18

11

Daawwattoota

8

3

8

2

21

8

Daawwachiiftoota Dhuunfaa

6

3

5

4

18

11

  1. Dhimmamtoota



















Mana Maree Bulchiinsa/Kaabinee/ Mootummaa Naannoo Oromiyaa

10

5

9

4

28

1

Hojjetoota

10

5

8

3

26

3

Koomishinii Invastimentii Oromiyaa

9

4

8

3

24

5

Ejansii Daldalaa Oromiyaa

6

3

6

3

18

11

Biiroo Barnoota Oromiyaa

6

3

6

4

19

10

Ministeera Aadaafi Tuurizimii Federaalaa

10

4

9

4

27

2

Yüklə 0,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   13




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin