Maamiltootafi Qooda Fudhatoota
|
Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/
|
Fedhii Isaanii/Their needs/
|
Qoolmata /Resistance isuues/
|
Dhiibbaa/Their influence/
|
| -
Daawwachistoota Dhuunfaa (Tour guide)
| -
Beekumsa hawwata tuurizimii, naamuusa gaarii qabaachuun tajaajila gahumsaafi qulqullina qabu akka kennaan barbanna,
-
Qquuqama qabeenyaa uumamaa, safuu fi duudhaa uummataa kabajuu barbanna,
| -
Leenjii, deeggarsa ogummaa fi heeyyama ogummaa argachuudhaan hojjatanii galii argachuu barbaadu,
| -
Safuufi, duudhaa uummataa kabajuu dhabuufi hambaaleef quuqama dhabuu,
-
Naamuusaafi seeraan hojjachuu dhabuu,
-
Dandeetti afaniifi beekumsa hawwata daawwachisan dhabuu,
| -
Fedhiifi itti quufiinsaa daawwatootaa irratti dhiibbaa fida,
-
Sochii tuuristii fi galii irraa argamuu danda’u irratti dhiibbaa qaba,
-
Imejii biyyaa irratti miidhaa fida
| | -
Qorannoo Aadaa, seenaa, afaaniifi qabeenya tuurizimiirratti akka hirmaatan barbaanna,
| | -
Qorannoo gaggeessaan of-danda’anii maxxansuu dadhabuu isaanii,
| -
Baayyina maxxansalee seenaa, aadaa, arti fi afaan Oromooo ni xiqeessa,
-
Hanqinna bu’aa/argama qorannoo akka hin baballanne gochuu,
|
Maamiltootafi Qooda Fudhatoota
|
Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/
|
Fedhii Isaanii/Their needs/
|
Qoolmata /Resistance isuues/
|
Dhiibbaa/Their influence/
|
| |
Aadaafi seenaa, akkasumas afaan Oromoo baldhinaan akka qoratan barbaanna
| -
Akkaadaamiqorannoo afaaniifi seena akka hundeffamu barbaduu,
-
Arkaayivii akka qabnu barbaduu,
| -
Ragaafi deegarsa gahaa yeroo barbaadamutti argachuu dhabuu,
-
Ilaalcha adda addaarraa kan ka'e qorannoo dhugaa ta'e ifa baasuuf fedhii dhabuu,
| -
Qorannoon baayyinnaafi qulqulinaan akka hinqoratamne ni ta’a.
| -
Daawwatoota//tuuristoota/
| -
Haala aadaa uummataafi qabeenya uumamaa hin jeeqneen naannicha daawwatanii akka ittigammadniifi galii galchan barbaanna,
| -
Bu'ura misooma ga'umsa qabu barbaadu,
| -
Aadaa uummataafi qabeenyaa uumamaatiif quqqamuu dhabuu,
-
Hanqinna Bu’uura misoomaa fi faasilitii adda addaa jirachuu,
| -
Jeeqama qabeenya uumamaafi aadaa uummataa(aculturation) irratti quunamu,
-
Tuuristonni gammachuu hin'arganne odeefanno tuuristii ittisu dabarsuu,
|
Maamiltootafi Qooda Fudhatoota
|
Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/
|
Fedhii Isaanii/Their needs/
|
Qoolmata /Resistance isuues/
|
Dhiibbaa/Their influence/
|
| -
Daawwatoota//tuuristoota/
| -
Naannoo keenya akka nuuf beeksisaniifi tuuristoota akka nuuf harkisaan barbaanna,
-
Yeroo dheeraafi deddeebiin akka daawatan barbaanna,
|
Odeeffannoo gahaa salphaatti argachuu, tajaajila qulqulinaafi ga’umsa qabu argachuu barbaadu
| -
Daawwatooni idoo biraa ni filatuu,
-
Naanichis akka hindaawwatamne ni ololu,
| -
Lakkoofsii daawwatoota ni hirdhata.
-
Galiin gama tuurizimiin argamu ni xiqaata
|
Qooda Fudhatoota
| | -
Hojii keenyaarratti deeggaarsa bajataa, humna namaafi lojistikii gaha akka nuuf godhuu barbaanna,
-
Saktarichaaf xiyyeefannoo akka kennu barbaanna,
| -
Imaammataafi tarsiimoon akka galma ga’uu barbaada,
-
Hawaasni tajaajila saffisaafi iftoomina qabu akka argatu barbaada,
-
Saktaricha irraa galii argachuu barbaada,
| -
Hanqinna fi ittifayadama baajaataafi loojistikii,
-
Xiyyeefannoo saktarichaaf kennuu ga'aa ta'u dhabuu,
| -
Akkaataa karooraatiin hojii barbaachisu qulqullinnaafi gahumsaan fiixaa baasuu dhabuu,
|
Maamiltootafi Qooda Fudhatoota
|
Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/
|
Fedhii Isaanii/Their needs/
|
Qoolmata /Resistance isuues/
|
Dhiibbaa/Their influence/
|
Qooda Fudhatoota
| -
Waajjira Mahaalaqaafi Misooma Dinagdee Godina Wallaggaa bahaa
| -
Baajata seektarichaaf barbaachisu yerooniifi ga'umsaan argachuu barbanna,
| | -
Baajata ga'aa ramaduu dhabuu isaanii,
-
Gabaasa herregaafi rawwii hojii yerootti isaaniif dhiyeessu dhabuu,
| -
Hojiileen karoorfamaan haala karooraatiin raawwachuu dhabuu,
| -
Waajjira Investimentii Godina Wallaggaa bahaa
| -
Ragaafi odeeffannoo misooma aadaafi tuurizimii irratti waljijjiiruu barbanna,
-
Investimentiin aadaafi tuurizimiirratti adeemsifamu qulqullinaafi sadarkaa kan eege akka ta'uu barbanna,
| -
Carraan investimentii aadaafi tuurizimiirratti odeeffannoof ragaa guutuu argachuu barbaadu,
| -
Walitti dhufeenyaafi quunnamtii hojii yeroo yeroon gochuu dhabuu,
-
Ragaa qulqulluufi ga'umsa waljijjiru dhabuu,
| -
Carraan investimantii hoteelaafi tuurizimii hanga barbaadamu beeksifamuufi babalachuu dhabuu.
|
Maamiltootafi Qooda Fudhatoota
|
Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/
|
Fedhii Isaanii/Their needs/
|
Qoolmata /Resistance isuues/
|
Dhiibbaa/Their influence/
|
Qooda Fudhatoota
| -
Waajjira Investimentii Godina Wallaggaa bahaa
| -
Promoshinii carraa investimantii hoteelaafi tuurizimii akka hojjetaan barbanna,
-
Haala sadarkaa dhaabbilee aadaafi tuurizimii walmadaleen kenna lafa investimantiif haala akka mijeessan barbanna,
| -
Carraan investimentii aadaafi tuurizimiirratti odeeffannoof ragaa guutuu argachuu barbaadu
| -
Walitti dhufeenyaafi quunnamtii hojii yeroo yeroon gochuu dhabuu,
-
Ragaa qulqulluufi ga'umsa waljijjiru dhabuu,
| -
Carraan investimantii hoteelaafi tuurizimii hanga barbaadamu beeksifamuufi babalachuu dhabu,
| | -
Hayyama daldala aadaafi tuurizimii kennuufi haromsuun dura heeyyamni ogummaa kennamuu isaa akka mirkaneessaan barbaanna,
| -
Ragaan hayyama ogumma saffinaan akka kennamu barbaadu,
| -
Walitti dhufeenyaafi quunnamtii hojii jiraachuu dhabuu,
| -
Kennisi hayyama daldala harkifachuu,
-
Daldalli seeraan alaa babalachuu,
|
Maamiltootafi Qooda Fudhatoota
|
Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/
|
Fedhii Isaanii/Their needs/
|
Qoolmata /Resistance isuues/
|
Dhiibbaa/Their influence/
|
Qooda Fudhatoota
| -
Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa
| -
Deeggarsaa ogummaa argachuu barbaana,
-
Fundii misooma argachuu barbaana,
-
Qabeenya aadaafi tuurizimii balinaan akka nuuf beeksisaan barbaana,
| -
Ragaa qabeenya aadaafi tuurizimii argachuu barbaaduu,
-
Imaammanniifi qajeelfamni mootumma hojiirra akka ooluu barbaadu,
| -
Misooma qabeenya aadaafi tuurizimii naannichaaf xiyyeeffannoo kennuu dhabuu,
-
Qoodinsi fundii haala qabatama naannichaatiin kan wal-hinsimne ta'u,
-
Deeggarsa ogummaa gahaa ta'e dhabbu,
| -
Qabeenyi aadaafi tuurizimii naannichaa ballinaan misoomuufi beekamuu dhabuu,
-
Dandeettii humna namaa ogummaa cimsuuf rakkinni quunnamu,
|
Maamiltootafi Qooda Fudhatoota
|
Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/
|
Fedhii Isaanii/Their needs/
|
Qoolmata /Resistance isuues/
|
Dhiibbaa/Their influence/
|
Qooda Fudhatoota
| -
Dhaabbilee Amantaafi Abbootii Gadaa
| -
Ummannii qabeenya aadaafi tuurizimii akka kunuunsuufi eegu akka barsiisaniifi kakaasaan barbaanna,
-
Amantaafi aadaan wal-danda'ee akka jiratu uummata akka barsisan
-
Hambaa harka isaani jiru akka kunuunsaniifi beeksisan barbaanna,
-
Walitti dhufenyaa fi simannaa gaarii akka qabaatan barbaanna,
| -
Maalummaafi faayidaa qabeenyaa aadaafi tuurizimii leenjiifi deeggarsa ogummaa nibarbaadu,
-
Qabeenyaa isaanii akka beeksisnuuf barbaadu,
| -
Ittifayyadamaafi abbummaa qabeenyoota aadaafi tuurizimiirratti waliigaluu dhabuu,
| -
Manca'inaa qabeenyaa aadaafi tuurizimii,
-
Jeequmsa nageenyaa umamuu,
|
Maamiltootafi Qooda Fudhatoota
|
Amala Isaan Irraa Eegnuu/Behavior we desire/
|
Fedhii Isaanii/Their needs/
|
Qoolmata /Resistance isuues/
|
Dhiibbaa/Their influence/
|
Qooda Fudhatoota
| -
Dhaabbilee Sab-Quunnamtii/Miidiyaalee/
| -
Hojii proomoshinii aadaafi tuurizimii irratti bal'inaan akka hirmaatan barbaanna,
-
Bu'aa qorannoo ummata biraa akka gessisaan barbaanna,
-
Ummata hojii misooma aadaafi tuurizimiirratti hubannoo akka qabsiisan barbaanna,
| -
Hojii proomoshiniirratti hirmaatanii galii argachuu barbaadu,
-
Ragaafi odeefannoo qulqulluufi ga'umsa qabu argachuu barbaadu,
| -
Dursa dhimma biraatiif kennuu,
-
Sagantaa akkaataa barbaadamuun yeroo barbaadamu keessatti dabarsuu dhabuu,
| -
Sagantaan qulqulinaan darbuu yoo baate maamila mufachiisuufi misoomarratti gufuu ta'uu,
|
| -
Waajjira Induustriifi Misooma Magaalaa Godina Bahaa
| -
Plaanii magaalaa keessatti zoonii tuurizimii akka jiratuu barbanna,
-
Ijaarsa projektoota misoomarratti akka hirmaatan barbanna,
| -
Odeefannoo ga'aa ta'e barbaadu,
-
Walitti dhufeenyaa gaarii akka jiratuu barbaadu,
| -
Akka barbaachisaa ta'een plaanii magaalaarratti zonii tuurizimii qabamuu dhabuu,
-
Gama ogumaatiin deeggarsa barbaachisuu kennuu dhabuu,
| -
Rawwiin pirojektoota ijaarsa harkifachuu,
-
Baasii ijaarsa dabalu,
-
Hanqina qulqullina ijaarsa,
|
Sadarkaa Maamiltootaa fi Dhimmamtootaa Addaan Baasuu
Maamiltoota/Dhimmamtoota/
|
Ergama Biirichaa Galmaan Ga’uu Keessatti Shoora Qaban
|
Kenniinsa Tajaajilaa Keessatti Qooda Qaban
|
Guddina Misoomaa Keessatti Ga’ee Qaban
|
Baay’ina Tajaajilaa Barbaadan
|
Ida’ama
|
Sadarkaa
|
Qabxii Argachuu Qaban
|
% 10
|
%5
|
%10
|
%5
|
30
|
| -
Maamiltoota
|
|
|
|
|
|
|
Hawaasa
|
10
|
5
|
10
|
5
|
30
|
1
|
Dhaabb
ilee Tajaajila Aadaafi Tuurizimii
|
9
|
5
|
8
|
4
|
27
|
2
|
Dhaabbileefi Waldaalee Artii
|
8
|
5
|
6
|
4
|
23
|
6
|
Artistoota
|
7
|
5
|
6
|
4
|
22
|
7
|
Dhaabbilee Eegumsaafi Daawwannaa Haambaaleefi Godambaalee
|
7
|
4
|
6
|
3
|
20
|
9
|
Dhaabbilee Gurgurtaa Meeshaalee Ogummaa Harkaa
|
6
|
4
|
6
|
4
|
20
|
9
|
Qorattootaafi Qo'attoota
|
6
|
4
|
5
|
3
|
18
|
11
|
Daawwattoota
|
8
|
3
|
8
|
2
|
21
|
8
|
Daawwachiiftoota Dhuunfaa
|
6
|
3
|
5
|
4
|
18
|
11
| -
Dhimmamtoota
|
|
|
|
|
|
|
Mana Maree Bulchiinsa/Kaabinee/ Mootummaa Naannoo Oromiyaa
|
10
|
5
|
9
|
4
|
28
|
1
|
Hojjetoota
|
10
|
5
|
8
|
3
|
26
|
3
|
Koomishinii Invastimentii Oromiyaa
|
9
|
4
|
8
|
3
|
24
|
5
|
Ejansii Daldalaa Oromiyaa
|
6
|
3
|
6
|
3
|
18
|
11
|
Biiroo Barnoota Oromiyaa
|
6
|
3
|
6
|
4
|
19
|
10
|
Ministeera Aadaafi Tuurizimii Federaalaa
|
10
|
4
|
9
|
4
|
27
|
2
|
Dostları ilə paylaş: |