Boqonna tokkoffaa seensawaliigalaa


A/e Amiinaa Alii fi A/e Faaxumaa Wubet



Yüklə 0,57 Mb.
səhifə12/12
tarix25.10.2017
ölçüsü0,57 Mb.
#12981
1   ...   4   5   6   7   8   9   10   11   12
A/e Amiinaa Alii fi A/e Faaxumaa Wubet murteesse.Dhimma kanarratti A/e Faaxumaa Wubet mana murtii Magaalaa Bahir Daritti Obbo Mahaammad Huseen waliin gaa’elan qabu naaf haa diigamu jechuun iyyata yeroo dhiheeffattu A/e Amiinaa Alii himatamaa waliin gaa’ela waanan qabuuf gidduu seenee akkan falmadhu naaf haa eeyyamamu jechuun falmiitti makamteetti.Dhimmichi manneen murtii sadarkaa sadarkaan jiraniin erga ilaalameen booda dhumarra Dh/I/M/M/W/F tiif dhihaatee manni murtichaa iyyattuun duraa A/e Faaxumaa fi waamamaan mana magaalaa Bahir Daritti argamu akkaqixxeetti addaan qooddata erga murteesseen booda g/lixxuun ga’ee waamamaa irraa akka qixxeetti qooddattu fi mana magaalaa Finfinneetti argamu g/lixxuu fi waamamaan qixxeettia addaan qooddatanii erga raawwatanii booda iyyattuun ga’ee waamamaa irraa deebistee akka qooddattu murteessera.

Dhimmi 2ffaa n Murtii Dh/I/M/M/W/F Lak.Gal 50489 ta’een dhimma Zeeyinabaa Kaliifaa fi Kadijjaa Siraaj gidduutti dhaddacha Ful.1 bara 2003 ooleen Jildii 11ffaa Fuula1-4 irratti murteesse.Dhimmi kun dursa kan dhihaate mana murtii Aanaa Alaabaa Qoollittii Naannoo Uummattoota kibbaa irratti A/e Kadijjaa siiraj fi Obbo Mahaammad Haliis gidduu gaa’elli ture.Haa ta’uuti A/e Zeeyinabaa Kaliifaa waamamaa waliin gaa’ela waanan qabuuf falmii g/lixxuun akka falmadhu naaf haa heeyyamamu jechuudhaan Mana murtii Aanaa Alaabaa Qoollittiitti yeroo dhiheeffattu manni murtichaa seerri maatii Naannoo Uummattoota Kibbaa fuudharratti-fuudha waan dhorkuuf dhimmi gidduu ishee liccisiisu hin jiru jechuudhaan iyyata ishee kufaa godheera.Manneen Murtii Naannichaa hanga dhaddacha Ijibbaatatti jiran murtii Mana Murtii Aanaa waan cimsaniif A/e Zeeyinabaa Kaliifaa Dh/I/M/M/W/F tti ol’iyyannoo dhiheefataniiru.Kanumarraa ka’uudhaan Dh/I/M/M/W/F waamamtuu dhiheessuudhaan Obbo Mahaammad Haliis ol’iyyattuu waliinis gaa’ela qabaachuu galmee keessaa eraga mirkaneesseen booda Mana falmiif ka’umsa ta’e A/e Kadijjaa Siraaj fi Obbo Mahaammad Haliis erga qixxeetti addaan qooddataniin booda A/e Zeeyinabaa Kaliifaa ga’ee obbo Mahaammad Haliis qixxeetti akka irraa qooddatu murteessera.



Dhimmi 3ffaan Murtii Dh/M/M/W/F Lak Gal 24625 ta’een dhimma A/e Sadiya Ahmed fi A/e RahimaAli irratti dhaddacha Nov 7/2008 ooleen Jiildii 8ffaa Fuula 195-197 irratti murteessee.Dhimma kanaaf ka’umsa kan ta’e himata A/e Saadiyaa Ahimed Mana Naannoo Amahaaraa keessaa Murtii Aanaa Dabaarqi tti A/e Rahiimaa Alii qabeenya abbaa manaa waliinii isaanii Obbo Maaruu Suleemaan irraa ga’ee ishee fi kan mucaa ishee akka qoodduuf himata dhiheeffatte dha. Qabeenyaan waliin falmiif sababa ta’es mana dha.Manni Murtii Aanichaas falmii bitaa fi mirgaa erag dhaggeeffateen booda himattuu fi himatamtuun lamaanuu haadha warraa du’aa obbo Maaruu ta’uu erga mirkaneesseen booda mucaan du’aa kan himattuu irraa dhalate qabeenyachi qixxeetti fudhatee haadhi manaa lamaan kan hafe qixxeetti akka addaan qooddatan murteessera.Himatamtuun murtiikana komachuudhaan M/M/Ol Go/Gondoritti ol’iyyannoo yeroo dhiheeffattu manni murtichaa murtii jalaa diiguudhaan himattuun ga’ee homaatu hin qooddattu jedheera.Himattuun murtii kana komattee Dh/I/M/M/W/N/Amahaaratti ol’iyyattus manni murtichaa murtii Manni Murtii Ol’aanaan kenne cimseera.Dhumarra Dh/I/M/M/W/F murtii mana Murtii Aanaa cimsuudhaan mana falmiif ka’umsa ta’e qixxeetti daa’imni Obbo Maaruu irraa dhalate akka qooddatuu fi kan hafe qixxeetti himattuu fi himatamtuun akka addaa qooddatan murteessera.


215 Daawwannaa qorattoota irraa kan argame.Iyyanni akkanaa naannoo Oromiyaa keessa Go/Sh/Kaabaatti kan heddummatu yeroo ta’u godinichatti gabaasa kurmaana 3ffaa bara 2006 irratti dhimma kana irratti rakkoon kan jiru ta’uun akka ka’ee falli utuu hin kennamiiniif darbe af-gaaffii Prz/M/M/A/Y/Gullallee obbo Showaaraggaa Isheetuu waliin bifa mareen taasifamerraa hubachuun danda’ameera.

216M/M/A/Y/Gullallee iyyata iyyattuun A/e Muluu AsaffaaLak.Gal. 09230 ta’erratti obbo Raggaasaa Badhiyyee abbaa manaa koo turee gaafa guyyaa 27/01/2006 du’ee gaafa guyyaa 29/01/2006 waan awwaalameef niitummaan akka naaf mirkanaa’u jechuun dhiheessite dhaddacha gaafa guyyaa 21/06/2006 ooleen kufaa godheera.M/M/Ol’aanaa Lak.Gal.39670 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 01/07/2006 ooleen murtii M/M/A/Y/Gullalee diigudhaan manni murtichaa keessa deebi’ee akka ilaalu ajajeera.

217 Yaanni kuni baaay’inaan abbootii seeraa M/M/Ol’aanaa biraa kan ka’u dha.

218 Murtii manni murtii Aanaa Taltallee Lak.Gal 04889 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 19/10/2005 ooleen dhimma Obbo Zallaqaa Ingayyaa B/Bu’aan Siree Zallaqaa fi Obbo Garawwaash Galawwee irratti murteessee,manni murtii Ol’aanaaa Godina Booranaa Lak.Ga. 08928 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 25/02/2006 ooleen diige irraa hubachuun ni danda’ama.Akkasumas marii garee abbootii seeraa M/M/Ol/Go/Ar/Lixaa waliin gaaf guyyaa 06/09/2006 taasifamerraa kan argame.

219Af-gaaffii abbootii seeraa M/M/Ol’aanaa Go/Hararge Bahaa fi abbootii seeraa M/M/Ol’aanaa Go/Booranaa waliin taasifame.

220Af-gaaffii abbootii seeraa M/M/Ol’aanaa Go/Hararge Bahaa fi abbootii seeraa M/M/Ol’aanaa Go/Booranaa waliin taasifame.

221 HMNO kwt 40,HMRDFI kwt 40

222 Labsii Faayidaa uummataaf jecha qabiyyeen lafaa haala itti gadi lakkifamuu fi beenyaan qabeenyaaf haala ittiin kaffalamu murteessuuf bahe Lab.Lak 455/2005 kwt 10

223 Labsii Faayidaa uummataaf jecha qabiyyeen lafaa haala itti gadi lakkifamuu fi beenyaan qabeenyaaf haala ittiin kaffalamu murteessuuf bahe Lab.Lak 455/2005 kwt 10

224Maree garee Abbootii seeraa M/M/Ol’aanaa Go/Harargee Bahaa fi Go/Booranaa waliin taasifame.

225 HMRFDI kwt 37

226 HMDRFI kwt 40(3)2

227 Labsii Faayidaa uummataaf jecha qabiyyeen lafaa haala itti gadi lakkifamuu fi beenyaan qabeenyaaf haala ittiin kaffalamu murteessuuf bahe Lab.Lak 455/2005,kwt 3(1),Dambii Lak 139/2005,Labsii Biiroo Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf bahe Lab.Lak 147/2003 kwt 5(6),Labsii Eejensii Misoomaa fi Manajimantii Lafa Magaalaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf Bahe Lab.Lak.179/2005 kwt 8(13-16)

228 Maree garee abbootii seeraa mana murtii Ol’aanaa Godina Booranaa waliin gaafa guyyaa 04/09/2006 M/M/Ol’aanaa Godina Booranaa Yaabelloo Waajjira Pirezedaantiitti taasifamee fi af-gaaffii Obbo Ahmad uumar A/S/M/M/W Oromiyaa waliin gaafa guyya 07/09/2006 dhaddacha dhaabbii kibbaa magaalaa Shaashammanneetti taasifame akkasumas af-gaaffii Obbo Daanyee Kabbadaa D/Fixaa dhaabba karaa Meeggaa gara Yaabellotti hojjetu dhaabbata Arab Kontiraktar Lak.Gal 08957 M/M/Ol’aanaa Go/Booranaa.

229 Af-gaaffii Abootii Seeraa Mana Murtii Waliigala Dhaaddacha Dhaabbii Kibbaa waliin taasifame,Maree garee Abbootii Seeraa Mana Murtii Ol’aanaa Go/H/Bahaa waliin taasifame,Daawwanna qorattoonni taasisan,hubannoo galmeewwaan qorataman irraa fudhatame.

230Maree garee Abbootii Seeraa Mana Murtii Ol’aanaa Go/Harargee Lixaa waliin taasifame.

231Darbiinsi yeroo dambii lafa baadiyyaa Dam.Lak.151/2005 kwt 32

232 Qajeelfama adabbii Qaj.Lak 02/2006

233S/Y bara 1996 kwt 556(2)

234S/Y bara 1996 kwt 555(b)

235 Af-gaaffii Obbo Dirribaa Baqqalaa A/Alangaa fi Abbaa Adeemsa Qorannoo Yakkaa fi Murtii Haqaa kennisiisuu akkasumas bakka bu’aa Itti gaafatamaa Waj/Haqaa Godina Addaa Naannawaa Finfinnee waliin gaafa guyyaa 24/08/2006 guyyaa keessa sa’atii 7:40 wajjira I/Gaafatamaatti taasifame.Af-gaaffii abbootii Alangaa Go/A/Lixaa obbo Amiin Adam fi Obbo Abduramaan Useen waliin gaafa guyyaa 06/08/2006 Magaala Shaashammannee waajjira isaanitti taasifame.Akkasumas af-gaaffii obbo Abdusalaam Amaan A/A Naannoo Oromiyaa dhaddacha dhaabbii Kibbaa waliin Magaalaa Shaashammannee Waajjira Haqaa Naannootti gaafa guyyaa06/09/2006 taasifame.

236 Labsii Faayidaa uummataaf jecha qabiyyeen lafaa haala itti gadi lakkifamuu fi beenyaan qabeenyaaf haala ittiin kaffalamu murteessuuf bahe Lab.Lak 455/2005,kwt 3(1),Dambii Lak 139/2005,Labsii Biiroo Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf bahe Lab.Lak 147/2003 kwt 5(6),Labsii Eejensii Misoomaa fi Manajimantii Lafa Magaalaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf Bahe Lab.Lak.179/2005 kwt 8(13-16)

237 Gaaffii mare garee Abbootii Seeraa M/M/Ol’aanaa Go/Harargee Bahaa waliin taasifame…………

238Af-gaaffii obbo Abdusalaam Amaan A/A Naannoo Oromiyaa dhaddacha dhaabbii Kibbaa waliin Magaalaa Shaashammannee Waajjira Haqaa Naannootti gaafa guyyaa06/09/2006 taasifame.

239s/y bara 1996 kwt 689 jalatti

240 Maree garee Abbootii Seeraa mana murtii Ol’aanaa Go/Aa/Na/Finfinnee waliin gaafa guyyaa 24/08/2006 taasifame,af-gaaffii Obbo Dirribaa Baqqalaa A/Alangaa Go/Aa/Na/Finfinnee waliin gaafa guyyaa 24/08/2006 taasifame akkasumas af-gaaffii obbo Gulummaa Lamuu I/G/Waj/Haqaa Go/Sh/Bahaa fi Obbo Dabalee Baqqalaa A/A Go/Sh/Bahaa waliin gaafa guyyaa 12/09/2006 Magaalaa Adaamatti taasifame.

241S/Y kwt 808

242 Maree garee Abbootii Seeraa Mana Murtii Ol’aanaa Go/Harargee Lixaa waliin taasifame,daawwannaa fi hubannoo qorattoonni yeroo yerootti taasisan.

243s/y bara 1996 bahe kwt481 jalatti

244 Maree garee Abbootii Seeraa Mana Murtii Ol’aanaa Go/Harargee Lixaa waliin taasifame,

245S/Y bara 1996 kwt 543

246Qajeelfamni adabbii Qaj Lak 02/2006

247 Af-gaaffii Obbo Ahmad Uumar A/S/M/M/W/Dh/Kibbaa waliin gaafa guyyaa 07/09/2006 Magaalaa Shaashammanne waajjira isaanitti taasifame,akkasumas maree garee Abbootii Seeraa M/M/Ol’aanaa Go/Har/Lixaa waliin gaafa guyyaa 30/08/2006 waajjira pirezedaantii mana murtichaatti taasifame

248Af-gaaffii Obbo Dirribaa Baqqalaa A/Alangaa fi Abbaa Adeemsa Qorannoo Yakkaa fi Murtii Haqaa kennisiisuu akkasumas bakka bu’aa Itti gaafatamaa Waj/Haqaa Godina Addaa Naannawaa Finfinnee waliin gaafa guyyaa 24/08/2006 guyyaa keessa sa’atii 7:40 wajjira I/Gaafatamaatti taasifame.Af-gaaffii abbootii Alangaa Go/A/Lixaa obbo Amiin Adam fi Obbo Abduramaan Useen waliin gaafa guyyaa 06/08/2006 Magaala Shaashammannee waajjira isaanitti taasifame.Akkasumas af-gaaffii obbo Abdusalaam Amaan A/A Naannoo Oromiyaa dhaddacha dhaabbii Kibbaa waliin Magaalaa Shaashammannee Waajjira Haqaa Naannootti gaafa guyyaa06/09/2006 taasifame.

249Seera Yakkaa Rippaabiliika Dimokraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa Bara 1997

250Seera YakkaaMootummaa RDFI kw.352,353(1-A),354)tiin adabuu fi Labsii Gumurukaa lakk.622/2001 (kw.89-103) kwt (kw.91-103)

251Labsii lakk.622/2001( kw.89-90)

252 Labsii Bosona Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lab.Lak 72/1995 kwt 15(4) jalatti abbootiin seeraa tokoo tokko hidhaa salphaa waggaa shanii yeroo adaban abbootiin seeraa kaan immoo S/Y bara 1996 kwt 689 jalatti qabeenya mancaasuun yeroon adaban ni mul’ata.

253Murtii M/M/Aanaa Abbayyaa Lak.Gal.09107 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 10/01/2006 ooleen murteesse.

254Murtii M/M/Aanaa Bulee Horaa Lak.Gal 12341 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 01/04/2006 kenne.Manni murtichaa adabbii hidhaa cimaa waggaa shanii fi ji’a jahaa erga kenneen booda daangaa yeroo waggaa lamaatiin daangesseera.

255 Qorattoota keessa leenjii kana qaamaan kan hirmaatanii muuxannoon argan ni jiru.Dabalataan mare garee abbootii seeraa M/M/Ol’aanaa Go/Harargee Bahaa waliin taasifame

256 SHH kwt 1000(1),kwt 1845,1168,1062,1080

257. Maree garee Abbootii seeraa Mannen Murtii Oromiyaa sadarkaa adda addaa irra jiraan waliin taasifame.

258Maree garee fi Af-gaaffii Abbootii seeraa waliin taasifame..

259SHH kwt 999 fi Kwt 1000(1)

260 Maree garee Abbootii seeraa Mana Murtii Ol’aanaa Go/Hararge Bahaa waliin taasifame,Af-gaaffii Obbo Ahimed Uumar A/S/M/M/W/O/Dh/Dhaabbii Kibbaa waliin taasifame.

261SDFHH kwt 78,358 fi 418

262SDFHH kwt 78

263Maree garee Abbootii Seeraa M/M/Ol’aanaa Go/Harargee Bahaa waliin taasifame.

264 SDFHH kw 78

265S/D/F/H/H kwt 358

266 Af-gaaffii Pr/M/M/Ol’aanaa Go/Hararge Bahaa Obbo Mulgeeta waliin taasifame,galmeewwan M/M/M/Aanaa Haramayyaatti ilaalaman.

267S/D/F/H/H kwt 418 irratti

268 SDFHH kwt 420 tiin

269 SDFHH kwt 343(1)

270 Murtii Manni Murtii Aanaa Yaayyaa Gullallee Lak.Gal.06878 irratti falmii himattoota Obbo Baayisaa Girmaafa N-5 fi himatamaa Obbo Dabalee Simee gidduutti taasifamaa tureen dhaddacha gaafa guyyaa 14/02/2005 ooleen himatamaan qabiyyee falmiif ka’umsa ta’erraa mirga homaa waan hin qabneef akka gadi lakkisu murteessera.Himatamaan murtii kana komachuun M/M/Ol’aanaa Go/Sha/Kaabaatti ol’iyyateera.M/M/Ol’aanaa Go/Sh/Kaabaa Lak.Gal.35958 ta’een dhaddacha gaafa 28/02/2005 ooleen murtii Mana Murtii A/Y/Gullallee cimseera.Kanumaan,himatamaan Dh/Ij/M/M/W/Oromiyaatti ol’iyyannoo fudhatee Manni Murtichaa Lak.Gal.157341 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 20/12/2005 ooleen murtiiwwan manneen murtii jalaa diigudhaan ijoo dubbii qulqullaa’u qabu qabatee bu’uura SDFHH kwt 343(1) tiin Manni Murtii A/Y/Gullallee ragaadhaan qulqulleesse akka murtii itti kennu aangesseera.Bu’uuruma ajaja kennameetiin Manni Murtii A/Y/Gullallee Lak.Gal. 06878 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 13/02/2006 ooleen ragaa bitaa fi mirgaa dhagahuun murtii duraan kenname fooyyessee himattoonni fi himatamaan lafa falmiif ka’umsa ta’e qixxeetti akka qooddatan murteessera.Kanumaan himattoonni murtii kenname komachuudhaan ol’iyyannoo M/M/Ol’aanaa Go/Sh/Kaabatti fudhatanii Manni Murtichaas dhaddacha gaafa guyyaa 02/04/2006 ooleen Lak.Gal.38616 ta’een murtii Manni Murtii A/Y/Gullallee kenne fooyyessera.Ammas himatamaan murtii kenname komachuudhaan ol’iyyannoo M/M/W/Oromiyaatti fudhatee Manni Murtichaa Lak.Gal.170694 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa23/02/2006 ooleen murtii M/M/Ol’aanaa haquudhaan murtii M/M/A/Y/Gullallee cimseera.

271Maree garee Abbootii seeraa M/M/Ol/Go/Aa/Na/Finfinnee waliin gaafa guyyaa 24/08/2006 Magaalaa Finfinnee Waajjira pirezedaantii Mana murtichaatti taasifame.Maree garee Abbootii Seeraa M/M/Ol/Go/Har/Bahaa waliin gaafa guyyaa 28/08/2006 Magaalaa Harar Waajjira pirezedaantitti taasifame.

272 SDFHH kwt 216

273 Falmiin akkanaa hanga dhaddacha Ijibbaataa M/M/W/Oromiyaatti akka baay’utu qorattoota keessa Obbo Qana’aa Qixxaataa fi Obbo Taaddasaa Qana’ii muuxannoo ofiirraa ni ibsu.

274 Lichard L.Marcus and Thomas D.Rowe.Jr,Gilbert-Law Summaries,Civil procedure-American best selling outlines written by the nations most acclaimed law professor.P.P459

275 Akkuma Lak .87ffaa(Lichard L.Marcus and Thomas D.Rowe.Jr,Gilbert-Law Summaries,Civil procedure-American best selling outlines written by the nations most acclaimed law professor.P.P459)

276 Murtii manni murtii Go/Booranaa Gal.Lak.09708 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 24/08/2006 ooleen murteesse,akkasumas manumit murtii kun Lak Gal.09515 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 26/02/06 ooleen murtii murteesse,Sakatta’iin galmeewwan ol’iyyanno M/M/Waliigalaaf dhihaatan irraa tilmaama fudhatame.????

277 SDFHH kwt 337

278Murtii Manni Murtii Aanaa Amboo Lak.Gal.30187 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 28/03/2005 murteesse himatamatuun A/e Shibbiree Malaakuu komachuudhaan M/M/Ol’aanaa Sh/Lixaatti yeroo ol’iyyattu manni murtichaa murtiin kenname hin komachiisu jechuun Lak.Gal.47559 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa13/06/2005 ooleen ol’iyyannoo dhihaate kufaa godheera.Ol’iyyattuun murtii kanas komachuun M/M/W/Oromiyaatti ol’iyyannoo dhiheeffattee manni murtichaa Lak.Gal.165173 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 28/12/2005 ooleen murtiiwwan manneen murtii jalaa diigudhaan fooyyesseera.

279 Af-gaaffii obbo Ahmed Umar A/Seeraa M/M/W/Oromiyaa waliin taasifame.

280 Maree garee abbootii seeraa M/M/W/Or/Dh/Bahaa waliin gaafa guyyaa 13/09/2006 Magaala Adaamaa Waajjira Gaggeessa dhaddacha Bahaatti taasifame,galmeewwan qorataman irraa kan hubatame,Af-gaaffii Obbo Fayyee Dhufeera I/Gaafatamaa Waj/Haqa/Aa/Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa waliin gaafa guyyaa 12/09/2006 Magaala Adaamaa waajjira isaanitti taasifame.Af-gaaffii obbo Gulummaa Lamuu I/Gaafatamaa Waajj/Haq/Go/Sh/Bahaa fi Obbo.Dabalee Baqqalaa A/Alangaa Go/Sh/Bahaa waliin gaafa guyyaa 12/09/2006 waajjira I/Gaafatamaatti taasifame.

281Akkuma Lak.22ffaa((Marii garee Abbootii seeraa Mana Murtii Ol’anaa Godina Harargee Bahaa waliin gaafa guyyaa 28/08/2006 Magaalaa Harar Wajjira Pirezedaantii M/M/Ol’aanatti taasifame.)

282Maree garee abbootii seeraa M/M/W/Or/Dh/Bahaa waliin gaafa guyyaa 13/09/2006 Magaala Adaamaa Waajjira Gaggeessa dhaddacha Bahaatti taasifame.Dabalataan Murtii M/M/Aa/Adamaa Lak.Gal.71425 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 30/11/2005 ooleen murteesse M/M/Ol/Go/Aa/Adaamaa Lak.Gal.16631 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 20/12/2005 ooleen cimse M/M/W/Or/Dh/Bahaa Lak.Gal.171436 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 30/01/2006 ooleen diigudhaan himatamaa bilisa gadhiiseera.

283Murtii M/M/Ol’aanaa Go/Aa/Adaamaa Lak.Gal.14447 ta’erratti dhaddacha gaafa guyyaa 21/01/2006 ooleen himatamaan Obbo Asnaaqee Taaddasaa daa’ima Hakimaa Iddaasoo jedhumtu dirqisiisee gudeedera jechuun murtii balleessummaa itti murteessuun hidhaa cimaa waggaa sagaliitiin(9) akka adabamu murteessera.M/M/W/Or/Dh/Bahaa Lak.Gal.17933 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 24/08/2006 ooleen murtii M/M/Ol’aanaa diigudhaan himatamaa bilisaan gadi lakkiseera.Haaluma wal fakkaatuun M/M/Ol’aanaa Go/Sh/Bahaa Lak.Gal.34317 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 14/12/2005 ooleen himatamaan Masfin Tashoomaa jedhamu miidhamtuu dhuunfaa Indaalawit Geetachoo jedhamtu irratti yakka yaalii gudeeddee raawwateera jechuun hidhaa cimaa waggaa 12 itti murteessera.M/M/W/Or/Dh/Bahaa Lak.Gal.171427 ta’een dhaddacha gaafa guyyaa 17/04/2006 ooleen dhimmicha dabalataan erga qulqulleesseen booda himatamaa bilisa gadi lakkiseera.

284Maree garee abukaatota naannoo M/M/Ol’aanaa Go/Harargee Bahaa obbo Taayyee Kabbadaa,obbo Shamsaddin Amdee,obbo Shabalaa Aannoo fa’aa waliin gaafa guyyaa 28/08/2006 moora M/M/Ol’aanaa Godinichaa keessatti taasifame.Akkasumas af-gaaffii obbo Gaashawu Katamaa,obbo Dajanee Abdiisaa,obbo Taajuu Maammad (Abukaatota naannoo M/M/Ol’aanaa Go/Harargee Lixaa jira.) gaafa guyyaa 30/08/2006 waajjira isaaniitti taasifame.

285Af-gaaffii A/e Addisaalem Dammaqee A/Alangaa Waajjira Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo waliin gaafa guyyaa 30/08/2006 Magaala Ciroo Waajjira Galiiwwanii Bulchiinsa Magaala Cirootti taasifame.

286Af-gaaffii Abukaatoo ObboDajanee Abdiisaa waliin Go/Har/Lixaa Magaalaa Cirootti M/M/Ol’aanaa Go/Ha/Lixaatti gaafa guyyaa 30/08/2006 taasifame.

287 Heera Mootummaa RDFI kwt36(1) fi HMNO kwt 36(1)

288 SMO kwt 160(e)


Yüklə 0,57 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   4   5   6   7   8   9   10   11   12




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin