Bulchinsa Faayinaansii


Hojjetaan herregaa herrega shallaguun mallateesse baajataaf dhiyeessa



Yüklə 0,87 Mb.
səhifə3/9
tarix09.01.2019
ölçüsü0,87 Mb.
#93723
1   2   3   4   5   6   7   8   9

Hojjetaan herregaa herrega shallaguun mallateesse baajataaf dhiyeessa. ajajkaffqopheessudabarsa.

Kutaan baajataa baajata ni mallateessa.

I/G kaffaltii mirkaneessuun herregni akka bu’uu hojjetaa herregaatti ni dabarsa.

Abbaan dhimma garaagarumman kaffalamuuf yoo jiraate PV/CPV qophaahuun herregni ni bu`aa.

Kutaa

Baajata

Maallaqa qabduu maallaqaa biraa ykn baankii dhaquun maallaqa baafata.

Hoggana cheeki mallateessuu.

(High level mapping Current expenditure settlement)






2.7.3.2. Adeemsa herrega buusuun ittiin raawwatamu

Adeemsi herrega buusuun ittiin raawwatamu IIHBO keessatti ittiin adeemsifamaa jiran yeroo ilaalaman ibsa hojii, walitti dhufeenya (Interface) fi qaama raawwatu haala armaan gadiitiin gabateen kan tarreeffamani dha.



Sadarkaa

Ibsa hojii (Activity)

Walitti dhufeenya

(Interface)

Qaama hojii raawwatu (Responsible functional unit)

Yeroo fixuu

daqiiqaan

1

Adeemsa herrega buusuun ittiin raawwatamu (Input)







600min

/10hrs/.

1.1

Abbaan dhimmaa ragaa herregni ittiin bu’uu guutuun hogganaan isaa dhiyoo mallateessa.

-Hoggantoota mana hojii adda addaa.

-Abbaa dhimma.

60

1.2

Hogganaan dhiyoo gaaffii dhiyaate mallateessa.

-Abbaa dhimma.

- Hoggantoota mana hojii adda addaa.

30

1.3

Hojjetaan herregaa herrega shallaguun ni mallateessaa.

- I/G kaffaltii

- I/G herregaa



-Hojjetaa herregaa

120

1.4

I/G baajataa baajata ni mirkaneessaa.

- Abbaa dhimma.

-Kutaa baajataa

30

1.5

I/G kaffaltii mirkaneessuun herregni akka bu’uu hojjetaa herregaatti ni dabarsa.

- I/G kaffaltii

-I/G faayinaansii



- Hojjetaa herregaa

60

1.6

Hojjetaan herregaa herregaa ajaja kaffaltii /payment voucher/ ykn ajaja kaffaltii cheekii /Check Payment Voucher/ qopheessuun mallateesse I/G kaffaltii tiif ni dhiyeessa.

- I/G kaffaltii

-I/G faayinaansii



- Hojjetaa herregaa

60

1.7

Hoogganaan herrega baankii faayinaansii waliin mallateessuuf aangoo qabu ajaja kaffaltii cheekii /Check Payment Voucher/ fi cheekii ni mallateessa.

- Hojjetaa cheekii /ajaja kaffalti/.

- Hoogganaan herrega baankii faayinaansii waliin mallateessuu.

120

1.8

Abbaan dhimma /users/ Ajaja kaffaltii /payment voucher/ ykn ajaja kaffaltii cheekii /Check Payment Voucher/ fi cheekii mallateessuun hojjetaa herregaa harkaa ni fudhata.

-I/G kaffaltii

-I/G faayinaansii



- Hojjetaa cheekii /ajaja kaffalti/.

60

1.9

Abbaan dhimma ajaja kaffaltii kan mallateessef maallaqa qabduu maallaqaa biraa ni fudhata ykn ajaja kaffaltii cheekii fi cheekii mallateessuun fudhate baankii dhaquun maallaqa baafata.

-Baankii

-Qabduu maallaqaa

15/60

1.10

Hojjetaan herregaa sanada herregaa sanada herregaa foormii wal harkaa fuudhiinsaa irratti galmeessee leejara mataa isaa qabachuun gara div. herrega walii galatti ni dabarsa.

-Herrega waliigalaa

- Hojjetaa cheekii /ajaja kaffalti/.

45




Abbaan dhimma herrega buusuu (Out put).











2.7.4.1. Maappii Adeemsa galmeeffama herregaa Amma Jiru Agarsiisu

Hojjetaan herregaa sanada koodii godhee dabarsuu

Hojjetaan Incoderaa haala gulantaa herregaa tiin gara koompiwutaraatti galchuu.

Hojjetaan herrega olaanaa sirruummaa isaa mirkaneessuun (proof read) taasisuu.

Hojje. herrega olaanaa hiri’ifama duluma meeshaa shallaguun koodii kennuu.

Hojjetaan herrega olaanaa ragaa koompiwutaratti gale baasuun (proof read) gochuu.

Sirreeffama kenname (encoder) koompiwutara galchuu.

I/G herrega waliigalaa raga kompitara galee xiinxaluuf sirreeffama barbaachiisaa taasisuu.

Gabaasa faayinaansii qopheessuu.



Daataa

Inkoodaraa

I/G Herrega waliigalaa

Hojjetaa herrega Olaanaa

Harshamee faayinaansii dabarsuu.



Qabduu harshamee

(Current General Account high level mapping)

Hojjetaa




I/

2.7.4.2. Adeemsa hojii galmeeffama herregaa
Adeemsi hojii herrega waliigalaa yeroo amma jiruuf (current work flow) ittiin raawwatamu IIHBO keessatti ittiin adeemsifamaa jiran,

  • Ibsa hojii raawwatamuu (Activity),

  • Walitti dhufeenya (Interface) fi

  • Qaama hojii raawwatu yeroo ilaalaman haala armaan gadiitiin gabateen kan tarreeffamani dha.



2.7.4.3. Ibsa Hojii fi Yeroo fixuu

Sadarkaa

Ibsa hojii (Activity)

Walitti dhufeenya (Interface)

Qaama hojii raawwatu (Responsible functional unit)

Yeroo fixuu

Daqiiqaan



1

Galmeeffama herregaa taasisuu (In put)







6000min

/100hr/.

1.1

Hojjetaan herrega waliigalaa sanada herregaa /harshammee darbeef / haala gulantaa herregaa tiin (chart of account) koodii taasisuun gara ‘data encoder ‘ tti ni dabarsa.

-Hojjetaa herrega waliigalaa.

-Hojjetaa data inkodaraa.

180

1.2

Hojjetaan Incoderaa haala gulantaa herregaa tiin gara koompiwutaraatti galchuun sirruummaa isaa ni mirkaneessuun (proof read) hojjetaa herrega olaanaatti ni dabarsu.

- Hojjetaa herrega olaanaa

-Hojjetaa data inkodaraa.

120

1.3

Hojjetaan herrega olaanaa (senior accountant) sirreeffama herregaa hojjetee sirreeffama isaa ni mirkaneessa (proof read) kan mirkanaahee gara koompiwutaraa akka galu ni taasisa.

-Hojjetaa data inkodaraa.

- Hojjetaa herrega olaanaa

180

1.4

Hojjetaan herrega olaanaa (Senior accountant) hiri’ifama duluma meeshaa(deprecation) shallaguun koodii kennee gara hojjetaa ragaa koompiwutara galchuu (encoder) tti ni dabarsa.

-Hojjetaa data inkodaraa.

- Hojjetaa herrega olaanaa

240

1.5

Hojjetaan ragaa koompiwutara galchuu (encoder) ) hiri’ifama duluma meeshaa (depreciation expense) koompiwutara ni galcha.

-I/G herrega waliigalaa

-Hojjetaa data inkodaraa.

300

1.6

Hojjetaan herrega olaanaa (Senior accountant) ragaa koompiwutaratti gale baasuun (print out) gochuun harshamee wajjin akka mirkaneeffamu (proof read) hojjettoota herregaatti ni dabarsa.

-Hojjetaa herrega olaanaa

-Hojjetaa herrega waliigalaa

120

1.7

Sirreeffama kenname hojjetaan ragaa koompiwutara galchuu (encoder) ) koompiwutaratti akka galchuu ni taasifama.

--Hojjetaa herrega olaanaa.

-Inkodaraa

120

1.8

I/G herrega waliigalaa ragaa kompiwutara galee ilaaluun sirreeffama barbaachiisaa taasisuu.

-Inkodara

-I/G herrega waliigalaa

180

1.9

Itti gaafatamaan herrega waliigalaa (ratio analysis) barbaabaachisaa ta`ee hojjetee gara kompiwutaraatti akka galu ni taasisa.







240

1.10

Gabaasa Faayinaansii Dhiheesuu.

-I/G faayinaansii

-I/G herrega waliigalaa

960

1.11

Gabaasa madalli herrega qabeenyaa,idaa fi kaapitalaa(Balance Sheet Statement) waajjiraa H/A/Damee Faayinaansii tiin dhihata.

-I/G faayinaansii

-I/G herrega waliigalaa

480

1.12

Gabaasa bu’aa fi Kisaaraa (Profit & Loss Statement) hojjetamee H/A/Damee Faayinaansii tiin ni dihaata.

-I/G faayinaansii

-I/G herrega waliigalaa

960

1.13

Gabaasa facaatii Mallaqaa (Cash flow Statement) qopha’ee ni dhihata.

- I/G faayinaansii

-I/G kaffaltii

960

1.14


Iskejuliin qabeenya dhaabbataa, qabeenya dhumaa, idaa fi kaffalamaawwanii ni hojjetama.




-I/G faayinaansii

960




Galmeeffama herregaa raawwachuu (Out put).













Wal harkaa fuudhiinsa harshamee (Transmitaal form) Input.







270min/

/4.5hrs./

2.1

Formiin harshamee wal harkaa fuudhinsaa ni guutama.




-Hojjetaa herregaa

60

2.2

Hojjetaan herregaa sanada qabduu harshamee bira ni geessaa.




-Hojjetaa herregaa

120

2.3

Qabduun harshamee sanada ni lakkoofitii.

- Hojjetaa herregaa

-Qabduu harshamee

60

2.4

Formii wal harkaa fuudhinsaa mallateessuun sanadni ni dabarfama.

-Hojjetaa herregaa

-Hojjetaa herregaa

30




Harshamee faayinaansii dabarsuu (Out Put).













T.L

Cicata (Input)

Dheerina yaa`iinsa hojii

Yeroo fixuu daqiiqaan/sa`aatiin/

Baasii barbaachiisuu

1

Galii sassabuu

8

780min/13 hr.

3,152.30

2

Kaffaltii faayidaalee raawwachuu

10

600min/10hr.

2,091.34

3

Kaffaltii mindaa raawwachuu

15

11190min/186.5hr.

26,040.00

4

Herrega baankii banuu fi cufuu.

4

450min/7.5hr.

1,742.50

5

Dabarsa maallaqa piroojektotaa (Transfers).

9

1680min/28hr.

6,029.74

6

Madaalsisa herrega baankii(Bank reconciliation).

7

3840min/64hr.

13,384.54

7

Herrega buusuu (over settlement)

10

600min/10hr.

2,090.34

8

Galmeeffama herrega raawwachuu

14

6000min/100hr.

12,600.00

9

Wal harkaa fuudhiinsa

harshameewwanii



4

270min/4.5hr.

1,260.00




Ida’ama

81

25410min/423.5hrs.

68,391.76

2.7.5 Cicata (Input),dheerina yaa`iinsa hoji (Process) fi yeroo

  • Waliigala yaa`iinsa hojii faayinaansii



2.8. Garaagarummaa Fedhii fi Raawwii A/H/ Faayinaansii

(Corporate Finance gap analysis)

Garaagarummaan fedhii fi raawwii faayinaansii IIHBO qabu fudhachuun ilaaluun fedhii Maammiltootaa fi Dhimmamtootaa giddugaleessaa godhachuun gaaffilee qaamoota adda addaa mana hojii keenyaa fi tajaajilamtootaa dhiyeessuun (Interview) fi muuxxannoo gaarii fudhachuun (bench mark) hojiimaata faayinaansii IIHBO JBAH`n fooyyeessuuf muuxxannoo raawwii gaarii JBAH kan qaban jechuun fudhachuun kan ilaallee,



  • Interpiraayizii Ijaarsa Hojiiwwan Bishaanii(WWCE),

  • Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Itoophiyaa fi

  • Interpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Finfinnee (AARA) yoo ta`uu, raawwii IIHBO jiru fudhachuun dhimmootni wal bira qabuun akka ka`uumsaatti ilaalaman,

  • Irraa dedeebi’insa hojii ( Hand offs & steps),

  • Hojicharraa yeroo turmaatii inni fudhatu (Cycle time),

  • Baasii hojichii fudhatu ( Cost),

  • Rakkolee qulqulina hojii( Quality),

  • Itti quufinsa dhabiinsa maamilootaa (Customer Dissatisfaction) fi

Baayi`ina cicitinssa hojii adeemsii hojii faayinaansii qabu fudhatamuun gabatee armaan gadii irraatti garaagarummaan jiru hojjetameera.



      1. Garaagarummaa raawwii Muuxxannoo raawwii gaarii waliin (Gap Analysis)

Lakk

Hojii Hojjetamu

(Activities)

Safartuulee

(Measurements)

IIHBO


WWCE

ERA

AARA


Garaaga.

GAP

Yaada maaxxannoo

Ilaalame waliin

1.

Galii Sassabuu

Irraa dedebi’insa

( Steps)


8

4

2

4

6

MG

Yeroo turmaatnii hojii fudhatu (Cycle time)

780min

/13 hrs/


180min

360min

160min


620min




Baasii (Cost)

3,152.73
















Rakkolee qulqulinaa

( Quality)



Gidugale.
















Ittii quufinsa dhabinssa maamiloota

(Customers Dissatisfactin)



% 75

















2.

Herrega baankii

Banuu


Irraa dedebi’insa

( Steps)


4

3

3

2

2

MG

Yeroo turmaatnii hojii fudhatu (Cycle time)

450min

/7.5 hrs/



120min

120min

150min

330min




Baasii (Cost)

1,742.50
















Rakkolee qulqulinaa

( Quality)



Gidugale
















Ittii quufinsa dhabinssa maamiloota

% 50
















3.

Kaffaltii adda addaa raawwachuu.

Irraa dedebi’insa

( Steps)


10

4

4

4

6

MG

Yeroo turmaatnii hojii fudhatu (Cycle time)

600min

/10 hrs/.



180min

120min

60min

540min




Baasii (Cost)

2,091.34
















Rakkolee qulqulinaa

( Quality)



Olaanaa
















Ittii quufinsa dhabinssa maamiloota

(Customers Dissatisfactin)



% 50

















4.

Kaffaltii mindaa hojjettootaa

Irraa dedebi’insa ( Steps)

15

4

5

5

11

MG

Yeroo turmaatnii

hojii fudhatu

(Cycle time)


11190min

/186.5 hrs/.



1440min

3000min

2000min

9750min




Baasii (Cost)

26,040
















Rakkolee qulqulinaa

( Quality)



Olaanaa
















Ittii quufinsa dhabinssa maamiloota

(Customers Dissatisfactin)



% 80

















5.

Dabarsa maallaqaa piroojektotaa

(Transfers).



Irraa dedebi’insa ( Steps)

9

2

2

4

7

MG

Yeroo turmaatnii

hojii fudhatu

( Cycle time)


1680min

/28 hrs/.



240min

240min

980min

1440min




Baasii (Cost)

6,029.74
















Rakkolee qulqulinaa

( Quality)



Gidugale.
















Ittii quufinsa dhabinssa maamiloota.

% 50
















6.

Madaalsisa herrega baankii

(Bank reconciliation).



Irraa dedebi’insa

( Steps)


7

4

4

4

3

MG

Yeroo turmaatnii hojii fudhatu ( Cycle time)

3840min

64hrs


1440min

1200min

1200min

2640min




Baasii (Cost)

13,384.54
















Rakkolee qulqulinaa

( Quality)



Olaanaa
















Ittii quufinsa dhabinssa maamiloota

(Customer Dissatisfaction).



% 60

















7.

Herrega dursaan fudhatame buusuu

(Over settlement).



Irraa dedebi’insa

( Steps)


10

3

4

3

7

MG

Yeroo turmaatnii hojii fudhatu (Cycle time)

600min

/10hrs/.


120min

180min

120min

480min




Baasii (Cost)

2,091.34
















Rakkolee

Qulqulinaa ( Quality)



Olaanaa
















Ittii quufinsa dhabinssa maamiloota

(Customers Dissatisfactin)



% 50
















8.

Galmeeffama herrega raawwachuu

Gabaasa faayinaansii qopheessuu.



Irraa dedebi’insa ( Steps)

14

4

4

4

10

MG

Yeroo turmaatnii

hojii fudhatu

( Cycle time)


6000min

/100hrs/.



1440min

2020

1920min

4560min




Baasii (Cost)

12,600
















Rakkolee

qulqulinaa

( Quality)


Olaanaa
















Ittii quufinsa dhabinssa maamiloota

(Customers Dissatisfactin)



% 50
















9.

Wal harkaa

Fuudhiinsa

Harshamee


Irraa dedebi’insa

( Steps)


4


3

3

2

2

MG

Yeroo turmaatnii hojii fudhatu (Cycle time)

270min

9hrs


120mn

120min

90min

180min




Baasii (Cost)

1,260
















Rakkolee qulqulinaa (Quality)

Gidugale.
















Ittii quufinsa dhabinssa maamiloota

(Customers Dissatisfactin)



% 50
















Yaadachiisa



2.9. Bu’uuraa Ka`uumsa Adeemsa Faayinaansii (Base Line Data)

2.9.1 Gaaffilee Bu’uuraa Ka`uumsa Adeemsa faayinaansii (Base Line Data)

Safartuu

Sadarkaa raawwii adeemsa hojii amma jiruu

Yeroo fixuu

-Yaa`iinsii hojii faayinaansii jalqabaa kaasee hanga dhumaatti yeroon fixuu ji`aatti daqiiqaa 25410 ykn sa`aatii 60.07 guyyaan 7.5 fixa. Kunis kan agarsiisu adeemsi jiru baayi`ee irraa dedeebii kan qabuuf yeroo kan fudhatu ta`uu agarsiisa.

Qulqulina

Adeemsii hojii faayinaansii dedeebii baayi`ee keessa kan darbuu, gabaasa faayinaansii komii irraa bilisa ta`eef amanamaa (reliable), ifaa fi haala hojiirraa ooluu danda`uun tajaajilli kennamu itti quufinsa fayyadamtoota/maamiloota/ gad waan ta`eef hojiin qulqullina barbaadamu gad ta`uu agarsiisa.

Baasii

Qulqullina hojii fi fedhii tajaajilamtootaa guutuu irratti raawwiin jiru gad aanaa ta`uus baasiin jiru guddaa ta`uu ilaaluun ni danda`ama. Adeemsa hojii faayinaansii keessatti baasiin jiru ji`aatti gara Qr. 68,391.76 kan tilmaamamu dha.


Ittii quufiinsa maamilootaa

Itti quufinsa maamilootaa ilaalchisee ragaan maamiloota irraa kan walitti qabame yoo ta`uu raga argameen tajaajila kennamu irratti % 50 kan ta`aan qofaan tajaajila kennamu irratti fedhiin isaanii guutamuun kan nuuf ibsan yoo ta`uu, tajaajilli kennamu fedhii maamilootaa sirritti kan hin deebifine ta`uun hubachuuf danda`ameera.

Yüklə 0,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin