Bulchinsa Faayinaansii



Yüklə 0,87 Mb.
səhifə6/9
tarix09.01.2019
ölçüsü0,87 Mb.
#93723
1   2   3   4   5   6   7   8   9





    1. Qunnamtii Keessaa fi Alaa Adeemsa Hojii Bulchiinsa Faayinaansii

      1. Gabatee Qunnamtii Keessaa fi Alaa


Adeemsii hojii bul. Faayinaansii hojii isaa gaggeessuu irratti quunnamtiin keessaa fi alaa qabu dhimma ittiin wal quunnaman wajjiin gabatee armaan gadiitiin kan dhiyaate dha.

Akkaataa Qunnamtii


Qaamolee qunnamtii qaban

Dhimmarratti wal-qunnaman



Quunnamtii keessaa




  • A/H/ IIHBO fi

Manajimantii olaanaa interpiraayizii


  • Hojjiileen faayinaansiin gaggeeffaman karoora interpiraayizii waliin adeemuu isaa ilaaluu,

  • Tajaajilli kennamu quubsaa ta`uu gamaagamuu.

  • Gabaasa faayinaansii dhiyaatu.

  • Kaffaltii bittaawwan adda addaa fi loojastiiksii dhiyeessuu irratti,

  • Hojjettoota Interpiraayizii




  • Waajjira piroojektii adda addaa.




  • Dabarsa maallaqaa raawwatamuu fi gabaasa faayinaansii dhiyaaturratti.




  • Boordii Interpiraayizii




  • Gabaasa faayinaansii interpiraayizii dhiyaatu irratti,




  • Waldaa hojjettootaa




Quunnamtii Alaa




  • Konsaltaantota

  • Galii sassabuuf sartafikeetii mirkaneessanii dabarsuu irratti,

  • Dhiyeessitoota (suppliers)adda addaa.

  • Kaffaltii bittaa meeshaa fi tajaajila adda addaa

Fudhachuu irratti.

  • Koomishinii naamusaa fi farra malamltumma.

  • Abbaa Taayitaa DhM Oromiyaa

  • Gabaasa faayinaansii interpiraayizii dhiyaatu irratti,




  • Waajjira galiiwwanii

  • Kaffalamaawwan interpiraayiziin raawwachuu qabu irratti.

  • Kaffaltii sooramaa hojjettootaa irrattii.

  • Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee

  • Qajeelfamootaa fi dambiiwwan faayinaansii bahan irratti.

  • Biiroo albuudaaf inarjii oromiyaa , Ministeera bishaanii fi kan hojiin hojjetamuuf adda addaa.

  • Dhaabbata Baankii

  • Baniinsa Herreega Baankii irratti,

  • Mana hojii oditii olaanaa oromiyaa.

  • Odiitii faayinaansii interpiraayizii taasifamu irratti,

Yüklə 0,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin