I
|
Yaa’iinsa Kaffaltii fi galmeeffama herregaa
|
1
|
Gaaffii kaffaltii, herrega bu`uu ykn dabarsa maallaqaa ragaasifame fudhachuu.
|
2
|
Herrega sirrii ta`uu qulqulleessuu.
|
3
|
Kaffaltiif tajaajila adda addaa, mindaa, bittaa meeshaa fi tajaajilaa tiif sanada peeroolii/pv/cpv/ fi cheekii qopheessuun fi koodii gochuu.
|
4
|
Akkataa aangoon eeyyamuun mallataahuun namni waliin mallatteessuu mallateessisuu.
|
5
|
Abbaan dhimmaa/qabduun maallaqaa pv/cpv/mallateessuun maallaqa ykn cheekii ni fudhatama.
|
6
|
Kaffaltiiwwaan qaama sadaffaa (3rd party claim) raawwachuu.
|
7
|
Kaffaltiin raawwatame koompiwutara ni gala.
|
II
|
Hojii qophii fedha maallaqaa fi to`annoo baajataa
|
7
|
Baajata interpiraayizii boordiin mirkanaahee fudhachuu.
|
8
|
Karoora fedha maallaqaa ji`aa fi waggaa qopheessuu(Monthly and annual cash flow plan) qopheessuu.
|
9
|
To`annaa baajataa taasisuu.
|
10
|
Gabaasa itti fayyadama baajataa fi ibsa ittii fayyadamaa /financial analysis/ ni qophahaa.
|
III
|
Galii fi galmeeffama herregaa
|
11
|
Sartafikeetii ragaasifame /approved certificate/ bulchiinsa ijaarsaa irraa fuchuun walitti qabamaan (receivable) galmeessuun imaanaa qabameef (retention) galmee qabachuu.
|
12
|
Nagahee galii /RV/ qabachuun maamila bira adeemuun cheekii fuchuu fi galii argame gulantaa herregaa /koodii/guutuu.
|
13
|
Cheekii chaappaan taasifamuun baankitti galii taasifama.
|
14
|
Galii argamee koompiwutaratti galchuu.
|
IV
|
Herrega waliigalaa
|
15
|
Madaala herrega baankii, qabeenyaa fi sochii maallaqa waliigalaa hojjetamee fudhachuun sirruumaa mirkaneessuu gabaasa herregaa tiif fayyadamuu.
|
16
|
Gabaasa madaala herrega piroojektotaa (Trial balance) fudhachuun sirreeffama barbaachiisaa taasisuun koodii kennee koompiwutara galchuu.
|
17
|
Leejaroota baasuun gamaagamuu(proof read) sirreeffama herregaa barbaachiisaa (adjustment) taasisuu.
|
18
|
Gabaasa waliigalaa qopheessuu (consolidiated financial statment).
|
19
|
Herrega galii fi baasii cufuu (closing revenue & expense account), madaalsisa dhumaa raawwachuu (post clothing trial balance), gabaasa bu`aa fi kisaaraa (profit loss statement)fi qabeenyaa fi idaa (balance sheet) qopheessuu fi odiitarootaan xiinxalsiisuu.
|
V
|
Maallaqaa
|
20
|
Nagahee galii qopheessuun galii adda addaa ni fuudhaa.
|
21
|
Maallaqa callaa saanduuqaa ni qaba,
|
22
|
Kaffaltii maallaqa callaa ni raawwata,
|
23
|
Kaffaltiin mindaa bakka baankiin hin raawwatamnetti ni raawwata,
|
24
|
Galmee maallaqa callaa (Cash book) ni galmeesa,
|
25
|
Sanada Kaffaltiin itti raawwatame formii dabarsaa irratti galmeessuun tuuta herreegaatiif ni dabarsa maallaqa bakka buufata (replenishment),
|
26
|
Kaffaltiiwwan maallaqaa waajjiraan alatti raawwataman ni raawwata,
|
27
|
Maallaqa gurgurtaaa caalbaasii nagahee qopheessuun ni fuudha,
|
VI
|
Harshammee
|
28
|
Sanada kaffaltiin itti raawwatamee mallatteessee ni fudha,
|
29
|
Sanada kaffaltiin itti raawwatamee gosaa fi baraan addaan baasuun tarreessuun,galmeessuun ni qaba,
|
30
|
Harshamee hojiidhaaf barbaadamuu qaama barbaadeef mallatteesissee ni kenna,
|
VII
|
Yaa’insa hojii Koostii fi Baajataa
|
31
|
Fedhii meeshaa baay’ina barbaadamuun,gatii madalawaa ta’een bakka senterii hojiichatti haala argamuu danda’uun karoorsuu fi akka guutamu taasisuu,
|
32
|
Haala meeshan koodii kenamuuf,ittin gurmaa’u,fi qabiinssa isaa qajaalfama baasuu.
|
33
|
Analysisii meeshaa istooratti argamuu qabu(Maximum level), minimum level, re-order level xinxaaluu dhaan meeshaan hedduminaan istoora keessa qarshii hidhee akka hin teenye ykn dhabinssa meeshaa tiin hojiin akka hin gufannee madalli sirrii ta’ee gabaasuu.
|
34
|
Meeshaan bittaan isaa gaafatamee hanga bittamee galii ta’utti yeroo itti fudhatu (Lead time),tilmaama keessa galchuu dhaan bittaan yeroo isaa eggatee akka bittamu ibsa kennuu.
|
35
|
Galmeen qabeenya waajiraa akka jiraatuu fi kaapitaalli waajjiraa qabeenyarra jiru ni gabaasa akkasumas hiri’ina dulluma meeshaa dhaabata shalaguun gabaasuu.
|
36
|
Gabaasa madalli meeshaa ji’an, kurmanaan,ji’a jahan akkasumsa kan waggaa hojjechuun qaamota barbaadaniif dabarsuu.
|
37
|
“Soft ware” galmee qabeenyaf ooluun gargaaramuun madda kanaraa odeefannoo barbachisu Adeemsii Faayinaansii fi adeemsii Bittaa battalatti akka argatu taasisuu.
|
38
|
Lakkoofsa qabeenyaa waggaa (Anual Inventory) olaantummaan to’achuun garaagarummaa lakkoofsaa irratti sirreeffamnii akka taasifamuu hojjechuu kan garaagarummaan sirreeffamuu hin dandeenye hiri’inaan/caalmaan gabaasuu.
|
39
|
Meeshaalee haarawaa bitamuuf gaafataman koodiin hin kennamineef koodii kennuun sooftiweeriitti galchuu.
|