Quunnamtii keessaa
|
Manajimantii olaanaa interpiraayizii
| -
Hojjiileen faayinaansiin gaggeeffaman karoora interpiraayizii waliin adeemuu isaa ilaaluu,
-
Tajaajilli kennamu quubsaa ta`uu gamaagamuu.
-
Gabaasa faayinaansii dhiyaatu.
-
Kaffaltii bittaawwan adda addaa fi loojastiiksii dhiyeessuu irratti,
|
-
Hojjettoota Interpiraayizii
| |
-
Waajjira piroojektii adda addaa.
|
-
Dabarsa maallaqaa raawwatamuu fi gabaasa faayinaansii dhiyaaturratti.
|
|
-
Gabaasa faayinaansii interpiraayizii dhiyaatu irratti,
|
|
|
Quunnamtii Alaa
|
| -
Galii sassabuuf sartafikeetii mirkaneessanii dabarsuu irratti,
|
-
Dhiyeessitoota (suppliers)adda addaa.
| -
Kaffaltii bittaa meeshaa fi tajaajila adda addaa
Fudhachuu irratti.
|
-
Koomishinii naamusaa fi farra malamltumma.
| |
-
Abbaa Taayitaa DhM Oromiyaa
| -
Gabaasa faayinaansii interpiraayizii dhiyaatu irratti,
|
| -
Kaffalamaawwan interpiraayiziin raawwachuu qabu irratti.
|
| -
Kaffaltii sooramaa hojjettootaa irrattii.
|
-
Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee
| -
Qajeelfamootaa fi dambiiwwan faayinaansii bahan irratti.
|
-
Biiroo albuudaaf inarjii oromiyaa , Ministeera bishaanii fi kan hojiin hojjetamuuf adda addaa.
| |
| -
Baniinsa Herreega Baankii irratti,
|
-
Mana hojii oditii olaanaa oromiyaa.
| -
Odiitii faayinaansii interpiraayizii taasifamu irratti,
|