I
|
Yaa’iinsa Hojii Kaffaltii fi galmeeffama
|
|
|
|
|
|
Kenniinsa tajaajila mirkaneessa fi mallatteessa kaffaltii bakka tokkotti raawwachuun dheerina fixuu, yeroo fudhatu, 100%n gadi-buusuun komii maamiltootaa guutumaa guutuutti hambisuu.
|
1
|
Gaaffii kaffaltii, herrega bu`uu ykn dabarsa maallaqaa ragaasifame fudhachuu.
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
>>
|
Sa’aatii
20
|
2
|
Dogogora malee
|
2
|
Herrega nama tokkoo sirrii ta`uu qulqulleessuu.
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
>>
|
Daqiiqaa 3
|
1
|
Dogogora malee
|
3
|
Kaffaltiif tajaajila adda addaa, bittaa meeshaa fi tajaajilaa tiif sanada nama tokkoo /pv/cpv/ fi cheekii qopheessuun fi koodii gochuu.
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
>>
|
Daqiiqaa
60
|
4
|
Dogogora malee
|
4
|
Kaffaltii mindaa, fi tajaajilaa tiif sanada nama tokkoof qopheessuu.
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
>>
|
Daqiiqaa
60
|
3
|
Dogogora malee
|
5
|
Akkataa aangoon eeyyamuun mallataahuun namni waliin mallatteessuu kan nama tokkoo mallateessisuu.
|
A/H/X/kaffaltii
Nama waliin m.
|
>>
|
Daqiiqaa
5
|
2
|
Dogogora malee
|
6
|
Abbaan dhimmaa tokko pv/cpv/mallateessuun maallaqa ykn cheekii ni fudhata.
|
-A/H/ xiqqaa kaffaltii -Raawwataa
Qab.maallaqaa
|
>>
|
Daqiiqaa
10
|
2
|
|
7
|
Kaffaltiiwwaan qaama sadaffaa (3rd party claim) raawwachuu.
|
-A/H/ xiqqaa kaffaltii
-Raawwataa
Kaffaltii
|
Yeroo hundaa dhuma ji`aatti
|
Daqiiqaa
120
|
4
|
Dogogora malee
|
>>
|
8
|
Kaffaltiin raawwatame tokkoo koompiwutara ni gala.
|
-A/H/ xiqqaa kaffaltii Inkoodara
|
Akka dhufefitti
|
Daqiiqaa
5
|
1
|
Dogogora malee
|
II
|
Yaa’iinsa Hojii qophii fedha maallaqaa fi to`annoo baajataa
|
|
|
|
|
|
|
9
|
Baajata interpiraayizii boordiin mirkanaahee fudhachuu.
|
A/H/xiqqaa galii fi baajataa
|
Akka dhufefitti
|
Daqiiqaa
30
|
1
|
Dogogora malee
|
Kenniinsa tajaajila mirkaneessa fi mallatteessa kaffaltii fi baajataa bakka tokkotti raawwachuun dheerina fixuu, yeroo fudhatu, 200%n gadi-buusuun komii maamiltootaa guutumaa guutuutti hambisuu.
|
10
|
Karoora fedha maallaqaa ji`aa fi waggaa qopheessuu(Monthly and annual cash flow plan) qopheessuu.
|
A/H/xiqqaa galii fi baajataa
|
Adoolessa25
Hanga
Adoolessa30
|
Guyyaa 5
|
2
|
Dogogora malee
|
11
|
To`annaa baajataa taasisuu.
|
A/H/xiqqaa galii fi baajataa
|
Yeroo gaaffiin dhiyaate
|
Daqiiqaa 3
|
1
|
Dogogora malee
|
12
|
Gabaasa itti fayyadama baajataa fi ibsa ittii fayyadamaa /financial analysis/ ni qophahaa.
-Kan ji`aa
-Kan kurmaanaa
-Kan waggaa .
|
A/H/xiqqaa galii fi baajataa
|
Dhuma
- ji`aa-kurmaanaa
-waggaa
|
Daqiiqaa
60
|
2
|
Dogogora malee
|
III
|
Yaa’iinsa hojii galii fi galmeeffama herregaa
|
|
|
|
|
|
|
13
|
Sartafikeetii ragaasifame /approved certificate/ tokkoo bulchiinsa ijaarsaa irraa fuchuun walitti qabamaan (receivable) galmeessuun imaanaa qabameef (retention) galmee qabachuu.
|
Adeemsa Hojii Xiqqaa galii fi baajataa
|
Akkuma qaqqabeen
|
Daqiiqaa
60
|
2
|
Dogogora malee
|
Kenniinsa tajaajila galii sassabuu, mirkaneessa fi mallatteessa kaffaltii fi to`annoo baajataa bakka tokkotti raawwachuun dheerina fixuu, yeroo fudhatu, 200%n gad buusuun komii maamiltootaa guutumaa guutuutti hambisuu.
|
14
|
Nagahee galii /RV/ qabachuun maamila bira adeemuun cheekii fuchuu.
|
Adeemsa Hojii Xiqqaa galii fi baajataa
|
Akkuma qaqqabeen
|
Daqiiqaa
60
|
2
|
Dogogora malee
|
15
|
Cheekii tokkoo chaappaan taasifamuun baankitti galii taasisuu.
|
Adeemsa Hojii Xiqqaa galii fi baajataa
|
Akkuma qaqqabeen
|
Daqiiqaa
60
|
2
|
Dogogora malee
|
IV
|
Yaa’iinsa hojii herrega waliigalaa
|
|
|
|
|
|
|
16
|
Madaala herrega baankii, qabeenyaa fi sochii maallaqa waliigalaa hojjechuu.
|
Adeemsa xiqqaa H/waliigalaa
|
Yeroo hunda
|
Ji`aa ji`aan
|
4
|
Dogogora malee
|
-Adeemsa galmeeffama herregaa fi qophii gabaasaa amma jiruu dedeebi`iinsa turee, yeroo fixuu fi baasii fixuu %100 ’n xiqqeessuun galmeeffama herregaa dedeebii 14 qabu 5 tti xiqqeessuu.
|
17
|
Gabaasa madaala herrega piroojektotaa (Trial balance) fudhachuun koodii kennee koompiwutara galchuu.
|
Adeemsa xiqqaa H/waliigalaa
|
Ji`aa ji`aan
|
Sa`aatii 1
|
2
|
Dogogora malee
|
18
|
Leejaroota baasuun gamaagamuu(proof read) sirreeffama herregaa barbaachiisaa (adjustment) taasisuu.
|
Adeemsa xiqqaa H/waliigalaa
|
Yeroo hunda
|
Sa`aatii 1
|
2
|
Dogogora malee
|
19
|
Gabaasa waliigalaa qopheessuu (consolidiated financial statment).
|
Adeemsa xiqqaa H/waliigalaa
|
Ji`aa ji`aan
|
Guyyaa 30
|
2
|
Dogogora malee
|
20
|
Herrega galii fi baasii cufuu (closing revenue & expense account), madaalsisa dhumaa raawwachuu (post clothing trial balance), gabaasa bu`aa fi kisaaraa (profit loss statement)fi qabeenyaa fi idaa (balance sheet) qopheessuu fi odiitarootaan xiinxalsiisuu.
|
Adeemsa xiqqaa H/waliigalaa
|
Ji`aa ji`aan
|
Guyyaa 15
|
3
|
Dogogora malee
|
V
|
Maallaqaa
|
|
|
|
|
|
|
21
|
Nagahee galii qopheessuun galii adda addaa ni fuudhaa.
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
Yeroo galiin raawwatamu
|
Daqiiqa 3
|
1
|
Dogogora malee
|
Kenniinsa tajaajila kaffaltii bakka tokkotti raawwachuun dheerina fixuu, yeroo fudhatu, 100%n gadi-buusuun komii maamiltootaa guutumaa guutuutti hambisuu.
|
22
|
Maallaqa callaa saanduuqaa ni qaba,
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
Yeroo hundaa
|
|
|
Dogogora malee
|
23
|
Kaffaltii maallaqa callaa nama tokkoof raawwatamu,
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
Yeroo galiin raawwatamu
|
Daqiiqa 3
|
1
|
Dogogora malee
|
24
|
Kaffaltiin mindaa bakka baankiin hin raawwatamnetti nama tokkoof raawwatamu,
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
Yeroo peerooliin qaqqabee
|
Daqiiqa 3
|
2
|
Dogogora malee
|
25
|
Galmee maallaqa callaa (Cash book) ni galmeesa,
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
Guyyaa guyyaan
|
|
2
|
Dogogora malee
|
26
|
Sanada Kaffaltiin itti raawwatame tokkoo foormii dabarsaa irratti galmeessuun tuuta herreegaatiif ni dabarsa maallaqa bakka buufata (replenishment),
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
Yeroo maallaqnii
% 25 hafuu
|
Daqiiqa 30
|
2
|
Dogogora malee
|
27
|
Kaffaltiiwwan maallaqaa waajjiraan alatti raawwataman nama tokkoof raawwatamuu,
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
Yeroo kaffaltiin dhiyaatu
|
Daqiiqa 5
|
2
|
Dogogora malee
|
28
|
Maallaqa gurgurtaaa caalbaasii nama tokkoo irraa nagahee qopheessuun ni fuudhuu,
|
A/H/ xiqqaa kaffaltii
|
Yeroo gurgurtaan raawwatamu
|
Daqiiqa 3
|
1
|
Dogogora malee
|
VI
|
Harshammee
|
|
|
|
|
|
|
29
|
Sanada kaffaltiin itti raawwatameetokkoo mallatteessee ni fudha,
|
Adeemsa xiqqaa H/waliigalaa
|
Yeroo kennameef
|
Daqiiqa
3
|
1
|
Dogogora malee
|
Adeemsa wal harkaa fuudhiinsa harshamee irratti jiru %50’n xiqqeessuu.
|
30
|
Sanada kaffaltiin tokkoo itti raawwatamee gosaa fi baraan addaan baasuun tarreessuun,galmeessuun ni qaba,
|
Adeemsa xiqqaa H/waliigalaa
|
Yeroo qaqqaabee
|
Daqiiqa
3
|
2
|
Dogogora malee
|
31
|
Harshamee hojiidhaaf barbaadamuu tokkoo qaama barbaadeef mallatteesissee ni kenna,
|
Adeemsa xiqqaa H/waliigalaa
|
Yeroo gaafatamu
|
Daqiiqa
10
|
1
|
Dogogora malee
|