1
|
Kaffaltiin raawwatamuun dura kutaan baajata karoora keessa jiru mirkaneessuu.
|
Kaffaltiin raawwatamuuf kutaa kaffaltii keessatti herregni erga qulqullahee booda kutaan baajataa baajatni jiraachuu erga mirkaneessuun mallataahee booda kaffaltiin raawwatamuu qaba waan jedhamuuf dedeebii baayi`ee qaba.
|
Baajatni interpiraayizii gulantaa herregaa tiin qophaahee faayinaansiif kennamuun qaamni kaffaltii raawwatu qulqulleesse raawwachuun gabaasaan garee karooraa fi baajata waan beeksisuuf yeroo fi dedeebii jiru baayi`ee xiqqeessaa.
|
2
|
Dabarsa Maallaqaa piroojektiif taasifamuu.
|
Dabarsi Maallaqaa piroojektii raawwachuuf dedeebii 9 fi sa’aatii 1680 kan fixuu ta`uun yeroo dheeraa kan fudhatudha.
|
Dabarsi maallaqaa raawwchuuf daqiiqaa 120 keessatti raawwachuun hojiin haala karoorfameen akka raawwatamuu ni godha.
|
3
|
Maallaqa dabarsuuf gabaasa Faaynaansii dhiyeessuu.
|
Maallaqaa dabarsuuf gabaasa herregaa irratti hundaa’uun hojii irratti miidhaa kan fiduu ta’u.
|
Dabarsi maallaqaa sagantaa taa’ee keessaatti gabaasaa herreegaa irratti osoo hin hundaa'iin dabarsuun hojiin interpiraayizii galma akka gahuu ni gargaara.
|
4.
|
Kaffaltiin harka namoota hedduu keessa darbuu.
|
Kaffaltiin harka namoota hedduu keessa darbuun bu’aa bahii fi wal eganii akka hojjetamu kan taasisa tureedha.
|
Kaffaltiin qabaa maallaqaa dabalatee nama lamaan raawwatamuun hojiin bu’aa bahii qabu kan haambiisu, yeroo gabaabaa kessatti raawwachuun itti gaafatamuummaa fi hojjetootaa kan angeessuudha.
|
5
|
Herregni akka qulqullahuu namootni adda addaa mallateessuu
|
Hojiin tokkoo jalqabaa hama dhumaatti kan raawwatamuu osoo hin taa’iin kutaa adda addaa keessatti ciccitee raawwatamaa kan tureedha.
|
Hojii waliit fiduun jalqabaa hanga dhumaatti nama tokkoon raawwatamuun buu’aa fi maamilaa irratti akka xiyyeefattuu ni taasisa.
|
6
|
Kaffaltii Mindaa saanduqaan raawwatamu.
|
Kaffaltii Mindaa saanduqaa keessaa raawwachuun baasii fi yeroo kan fudhatu fi badiif kan saaxilu ta’u.
|
kaffaltiin mindaa baankiin raawwachuun hojjetootaaf adaa qusannaa kan umuu fi badii maallaqaaf kan hin saaxillee ta’u.
|
7
|
Kaffaltii durgoo ofirraa buusuu
|
Kaffaltiin durgoo yeroo lama
( fudhachuu fi busuun) kan
raawwatamuu waan ta'eef hojjetaa deddeebiif kan saaxilu ta’u.
|
Kaffaltiin durgoo karoora hojii irratti hundaa'uun ala tokkoon kaffaltii dhumaatiin raawwachuun hojjetooni akka hin dedeebinee fi herreegni yeroon akka galmaa’uu ni taasiisa.
|
8
|
Kaffaltiin geejjibaa
|
Kaffaltiin geejjibaa nagahe gejjibaa irratti hundaa'ee raawwatamuun hojii dabalataa fi deaddebiif kan saaxilu ta’uu.
|
Kaffaltiin geejjibaa taariifaa mootummaan baasee irratti hundaa'uun raawwachuun hojiin akka ariifatuu fi herreegni yeroon akka galmaa’uu ni godha.
|
9
|
Kaffaltii durgoo olmaa dursaan (Advance) fudhatamu.
|
Durgoo olmaa dursaan (Advance) fudhatamu ofirraa buusuuf isteepii 10 kan adeemamuuf leejara barbaaduun yeroo dheeraa kan fudhatu ta`uu.
|
Guyyaan dirreen fudhatu sirriitti xiinxalamuun baasii kallatii tiin waan raawwatamuuf yeroo fi dedeebii dachaan xiqqeessaa.
|
10
|
Qabiinsa herreegaa
|
Qabiinsi galmeessaa herreegaa qulqulleessuuf inkodaraa fi herrega dedeebi`uuf qulquliinaa kan hin qabnee fi yeroo dheeraa kan fudhatuu ta’u.
|
Galmeessi herreegaa kaffaltiin yeroo raawwatamu koodii waan taasifamuuf yeroo gabaaba fi qulqquuliinaan akka raawwatamuu ni taasiisa.
|
11
|
Angoo Ajaja Kaffaltii
|
Angoo Ajaja Kaffaltii oggannaa mana hojiitiin qoofa raawwatamuun itti gaafatamummaan hojjetootatti akka hin dhaga’amnee kan taasiiuudha.
|
Ajajaa Kaffaltii sadarkaa sadarkaan qooduun hojiin ariitiin akka raawwatu ni taasisa.
|
12
|
Galii interpiraaayizii sassabuu.
|
Qaamni galii sassabuu adeemsa hojii faayinaansii ala waan ta`eef ragaan galii yeroon koodii ta`ee koompiwutara kan hin galleef Wal harkaa fuudhiinsaan waan hojjetamuuf gabaasa faayinaansii yeroo eeggatee qopheessuu harkisa.
|
Qaamni galii sassabuu adeemsa hojii faayinaansii jalattii kurfaawuun galiin battalumatti waan galmaahuuf gabaasa faayinaansii yeroon dhiyeessuu fi wal harkaa fuudhiinsa sanadaa ni hanbisa.
|
13
|
Gabaasa faayinaansii qophaahuu.
|
Gabaasa faayinaansii qopheessuu irratti walitti daddabarsii ni bayi`ata. kunis, kan koodii kennuu, kan kompiwutara galchuu, kan herrega qulqulleessuu (proof read) godhuu fi kan gabaasa waliigalaa baasuu nama adda addaa waan ta`eef gabaasni yeroo eeggate hin qophaahu.
|
Gabaasa faayinaansii qopheessuu irratti walitti daddabarsii ni xiqqaata. sanada kaffaltii biratti koodiin kennameef inkodarii kompiwutara galchuun namnii herrega qulqulleessee (proof read) godhee gabaasa waliigalaa qindeessaa waan ta`eef gabaasni yeroo eeggate qophaaha.
|
14
|
Too’anoo maashinarii fi boba’aa laafa ta’u irraa kan ka’ee baasii gudda dhaf akka waajjira saaxila turee.
|
Too’aanoon baasii (Cost) Hojiimata,fi Standardii irratti hunda’ee adeemaa hin jiru.
|
Too’aanoon Hojiimata,fi Standardii irratti hunda’ee waan diriiruf baasiin ni hir’ata.
|
15
|
Madaalliin qabeenya istookii piroojektii waan hin beekamineef bittaan raawwatamuu.
|
Madaalliin qabeenya istookii piroojektii waan hin beekamineef bittaan raawwatamuu.
|
Madaalliin qabeenya istookii piroojektii waan waajjira olaanaan beekamuuf bittaan hin barbaachifne hin raawwatamuu.
|
16
|
Gaaffin bittaa yeroo itti dhihatu
|
Gaaffin bittaa kan gaafatamuu dursaan yeroo isaa eegatee haala sagantaa tiin (Lead time) eegatee kan gaafatamu osoo hin ta’iin wayituma hojiif hanqate qofa.
|
Gaafiin bittaa kan gaafatamu haala sagantaa hojii tilmaama keessa galchuu fi gaaffi kaasee hanga bitamee galii ta’utti yeroo itti fudhatu (Lead time) tilmaama keessa galchuu dhan.
|