Buufata buufata 2 gabayaa bunaa itiyoophiyaa bahaa ilaalchisee barreefama ummataaf qophaahe 3


Baay’inaan gurgurachuu – haata’u malee akkamitti?



Yüklə 2,23 Mb.
səhifə5/12
tarix17.10.2023
ölçüsü2,23 Mb.
#130521
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   12
karoora gabaa Bunaa 2016

Baay’inaan gurgurachuu – haata’u malee akkamitti?

Baay’inaan gurgurachuuf baay’inaan hoomishuu qabna. Baay’ina bunaa guddisuudhaaf hoomishaa fi hoomishtummaa bunaa guddisuun dirqama. Hoomishaan mataa mataadhaan buna baay’ina qabu yoo kan hoomishu ta’e, biyyattiin buna biyya alaatti ergitee gurgurattu baay’inaan argachuu dandeetti. Hoomisha bunaatiif dachii bal’aa kennuudhaan baay’ina hoomisha bunaa guddisuun ni danda’ama kan jedhu yaada tookkodha. Haata’u malee, haala amma keessa jiru kanatti, dhiphina dachii irraa kan ka’e, dachiin biraa eessaa dhufuu danda’a?

Kanaafu, yaadni dachii babal’isuu jedhu yaada deemsisuu miti? Hoomishtummaa guddisuun ykn baay’ina hoomisha bunaa dachii qabnurraa dabaluun hoo? Yaadni kuni yaada gaariidha. Qotee bultoonni haala kamitti fayyadamanii hoomishtummaa bunaa fooyyessuu danda’u?

2.2. Wantoota Qulqullummaa Bunaa Huban



Sanyii filatamaatti fayyadamuudhaan

  • Sanyii filatamaa bunaa kan hoomisha guddaa kennuu fi kan dhukkubaaf hin saaxilamne fayyadamuu.


Kuniinsaa fi hojii qonnaa fooyyessuu


    • Akkaata hojii hoomisha bunaa irratti muuxannoo dheeraa fi bal’aa haa qabaataniiyyu malee, hoomishtoonni bunaa wantoota asiin gaditti mul’atan kanneen ilaalchisee beekkumsa saayinsaayaa ta’e argachuu dhaaf ogeeyyii qonnaa haasofsiisuun irraa eeggama. Wannoonni kunniinis:

      • Akkata qopheessuu dachii fi tartiiba dhaaba bunaa;

      • Sanyii filachuu, kunuunsa fi bakkarraa bakkatti dabarsuu biqiltuu bunaa

        • Filmaata sanyii fi biqiltuu ilaalchise- biqiltuu guddaa fi diimaa kan ta’e filadhu. Biqiltuu bakkarraa bakkatti yammuu dabarsan ammoo kan fayyaa qabuu fi jajjaba ta’e filachuu

        • Yammuu dhaaban walitti baay’isanii dhaabuu

      • Kunuunsa biyyee fi albuudota buna gabbisan fayyadamuu

      • Aramaa sirritti keeysaa qushinuu;

      • Dhukkuba too’achuu;

      • Bishaan obaasuu

      • Gabbina biyyee kompoostii adda addatti fayyadamuudhaan fooyyessuu

      • Hojii hundaa yeroo dhaaniif haala sirrii ta’een raawwachuu



Yüklə 2,23 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   12




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin