78
Part V. Open-ended Questions
Instruction: Answer the following question by briefly explaining the given ideas.
1. Define the term Diversity Management?
___________________________________________________________________
___________________________________________________________________
___________________________________________________________________
2. What are the practices of diversity management in your school?
___________________________________________________________________
___________________________________________________________________
3. Do you
think that all religious, ethnic and language groups are equally treated/handled in your
school?
___________________________________________________________________
___________________________________________________________________
If you have additional points please add.
___________________________________________________________________
___________________________________________________________________
Thank You
79
Nuti namootni Waldaa Jaarsoo wal-wajjin naannoo tokko
keessatti jiraachuun keenya, wallitti
dhufeenya keenya kan nuuf hundeesse yoo ta'u, wallitti dhufeenyi keenya kun yoo cime immoo
jireenya hawaasummaa tokkoo tokkoo keenyaa irratti
dhiibbaa gaarii waan qabuuf, walitti
dhufeenya keenya kana karaa hawaasummaatiin siriitti cimsuudhaan waliin ta‘uun
qabeenya
waliinii horachuudhan dhimmoota garaa garaa gama hawaasumaatiin nu mudataniif,
dinagdeedhan wal-utubuufi walbira dhaabachuuf haala gurmaa'een ijaarramnee tokkummaa
keenya cimsuun bu'aa gaarii akka nuuf qabu waan hubanneef waldaa
Jaarsoo kana hundeesuuf
seera ittiin bulmaataa kana baafannee jirra.
ERGAMA(MISION):
Tokkummaadhan kaanee harka wal-qabachuu dhan walii wajjiin tokko ta`uun
tokkummaadhan wal-qabannee dinagdee keenya,jireenya
hawaasummaa keenya cimsachuun ,rakkoos
ta`ee gammachuu miseensa waldichaa mudate keessatti waliin hirmaachuu, akkasumas walitti dhufeenya
fi jaalala miseensoota waldaa kana cimsuuf
.
Dostları ilə paylaş: