College of education and behavorial study departement of educational planning and management assessing the practice of diversity management in



Yüklə 0,92 Mb.
Pdf görüntüsü
səhifə33/39
tarix09.07.2023
ölçüsü0,92 Mb.
#128498
1   ...   29   30   31   32   33   34   35   36   ...   39
MUL`ATA(VISION
):
Mul`anni keenya qabeenya waliinii horachuun jireenya hawaasummaa 
gaarii jiraachuu fi qabeenyan biyya keenya keessatti dorgomaa ta‘uudha. 
2. Mata-duree gabaabaa
Seerri kun seera ittiin bulmaataa " Waldaa Jaarsoo " jedhamee waamama.
3. Hiika
Haala biraatiin kan hiikame yoo ta'e malee akkaataa seera ittiin bulmaata Waldaa Jaarsoo kana 
keessatti,
3.1 Maatii jechuun Abbaa manaa, Haadha manaa, ijoollee fi obbooloota abbaafi haadhan dhiiga 
tokko ta`an kan seeraan beekaman jechuudha.
3.2 Miseensa jechuun dirqama miseensummaa seera ittiin bulmaataa kan keewwata 15 jalatti 
ibsame guutee argamee fi mirga keewwata 16 jalatti ibsame kan kabajameef jechuudha.
3.3 Fira foonii dhiyoo jechuun Abbaa fi Haadha irraa dhalate/tte fi Obboleessa fi Obboleettii 
waliin dhalatan jechuudha.
4. Daangaa Seerichaa


80 
Seerri kun Waldaa Jaarsoo kana qofa irratti raawwii argata. 
5. Duudhaalee Waldaa Jaarsoo (Cooperative principles) 
Duudhaa jechuun qajeelfama sochiiwwanii yookiin gochawwaan, ilaalcha, yaada, amantaa fi 
falaasama waldaaleen hojii gamtaa akka biyyaatti ittiin gaggeeffaman jechuu dha. Waldaan 
Jaarsoo kaayyoo fi hojii isaa galmaan gahuuf duudhaalee armaan gadiitti tarreeffaman 
fudhachuun dambii isaanii keessatti hammachiisuun hojii irra oolchuu qaba.
 
1.
Miseensummaan banaa fi fedhii irratti kan hundaa‘ee ta‘uu 
2.
Miseensonni bifa dimokiraatawaa ta‘een ni gaggeessu, ni too‘atu 
3.
Hirmaannaa 
miseensaa diinagdee keessatti
 
4.
Ofiin of-bulchu fi of-danda‘uu 
5.
Barumsa, leenjii fi odeeffannoo kennuu 
6.
Hawaasaaf dhimmamuu 
KUTAA LAMAFFAA
HUNDEEFFAMA WALDICHAA 
6. Hundeefama
Waldaan Jaarsoo kun seera ittiin bulmaataa armaan gadii kanaan hundaa'ee jira
.

Yüklə 0,92 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   29   30   31   32   33   34   35   36   ...   39




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin