College of education and behavorial study departement of educational planning and management assessing the practice of diversity management in
Yüklə
0,92 Mb.
Pdf görüntüsü
səhifə
35/39
tarix
09.07.2023
ölçüsü
0,92 Mb.
#128498
1
...
31
32
33
34
35
36
37
38
39
Bu səhifədəki naviqasiya:
14. Miseensummaa Gad lakkisuu
KUTAA SADAFFAA MIRGAA FI DIRQAMA 15. Dirqama Miseensaa
12. Buusii Miseensummaa
12.1 Gareen kun yoo dhaabbatu hundeeffama garichaaf kan gargaaru miseensi kami iyyuu gatii
galmee qarshii dhibba(100)yeroo tokko qofaaf buusa.
12.2 Miseensi kami iyyu Ji'aan qarshii 300 buusa kun block Account (lakkoofsa Herrega cufaan)
Garee kanaaf buusa, akkasumaas ji`aan qarshii 30 buusutu irraa eegama. Kun yeroo gaddaafi
gammachuutti ittin wal gaafachuuf.
13. Yeroo buusii miseensaa ji`i seene(30n) booda akka Habashatti guyya 1-5 gidduutti buufama.
Akkas yoo hin ta`uu ta`ee akkata keeyyata 17.3tti adabama
13.1 Buusiin miseensaa ji'a ji'aan kan kafalamu ta'a
14. Miseensummaa Gad lakkisuu
Miseensi tokko akkaataa seera ittiin bulmaataa kan keeyyata 10.1 tiin miseensa ta'ee sun
akkaataa armaan gadiitti miseensummaa irraa gad lakkisuu ni danda'a
83
14.1 Fedhiidhaan :Kan jedhamu, namni kun feedhii isaan kaffaltii hanga guyyaa sanatti buuse,
gatii galmee fi dhala isaa garee kanaaf dhiisee kan gadi lakkisu jechuudha.
14.2 Nama bakka buufachuu:kana jechuun namni bakka bu`u kun nama gareen miseensonni
garee kana irratti walii galanii fi namni kunis seera ittiin bulmaata garee kanaa amanee, jaalala fi
mamii tokko malee yoo fudhate dha.
14.3 Jijjirraa bakka: Miseensi garee kanaa jijjirraan bakka yoo isaa mudatee, dursee utuu hin
deemin xaalayyaadhan beeksisuun, akkasumaas dirqamaa isaa kanneen akkaa buusii ji`a fi
wantoota adda addaa, akkasumaas website garee kanaan qopha`uu irraatti yaada isaa kennuusi
jajjabinaa fi gorsaa qabu kan ibsu fi kkf akka ba`uu dhi`ate koree garichaa duraatti mallatteessa.
14.4 Akkaataa seera ittiin bulmaataa kan keeyyata 17 tin adabamuudhan
.
KUTAA SADAFFAA
MIRGAA FI DIRQAMA
15. Dirqama Miseensaa
15.1 Buusii miseensaa seera ittiin bulmaataa irratti ibsame yeroon kaffaluu.
15.2 Sochiiwwan kaayyoo waldichaa gufachiisanii fi dadhabsiisan hunda irraa of-qussachuu.
15.3 Ajaja koree hojii rawwachiiftuu seera ittiin bulmaata waldichaa irratti hundaa'uun
kennu hojii irra oolchuu.
15.4 Wal-ga'ii miseensotaa fi sochii hojii waldichaa irratti qooda fudhachuu.
15.5 Guyyaa fi yeroo walga'ii kabajuu.
15.6 Seera ittiin bulmaata garichaa kabajuun bakka tajaajilaaf barbaadamutti tajaajiluu.
15.7 Waldichi sababa hanqina maallaqaaf jecha gaddaafis ta'e gammachuuf buusii koree hojii
rawwachiiftuun murtaa'e buusuu.
84
15.8 Miseensi Waldichaa kam iyyu sirna fuudhaaf heeruma kan raawwatu yoo ta'e miseensoonni
hundi tokkummaan biratti argamuu
15.9 Miseensonni waldichaa kamiiyuu gaddi yoo mudate miseensoonni hundi tokkummaan
biratti argamuu
Yüklə
0,92 Mb.
Dostları ilə paylaş:
1
...
31
32
33
34
35
36
37
38
39
Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2025
rəhbərliyinə müraciət
gir
|
qeydiyyatdan keç
Ana səhifə
Dərs
Dərslik
Guide
Kompozisiya
Mücərrəd
Mühazirə
Qaydalar
Referat
Report
Request
Review
yükləyin