85
17.3 Miseensi kam iyyu walga'ii idilee ta'e kan hatattamaa irraa sababa quubsaa malee yoo hafe
qarshii buusii ji`arraa harka arfaaffasa 1/4 adabama.
17.4 Miseensi kam iyyu akkaataa dirqama keeyyata 14 jallatti ibsameen kennameef raawwachuu
yoo baate, koreen hojii raawwachiistuu akkaataa balleessaa
isaattii koreen garee kanaa
murteessen adabuu nii danda'a.
17.5 Miseensi kam iyyu akkaataa keeyyata kanaan adabbii itti murtaa'e kaffaluu yoo baate
miseensummaa irraa nii haqama.
17.6 Miseensi kam iyyuu feedhii isaatin
miseensummaa yoo gadi dhiise, yeroo dheeraa booda
dhufee , mallaqa buusaa turee fi dhala dhala isaatiis ta`ee ,tajaajila
kam iyyuu argachuu hin
danda`u.
Dostları ilə paylaş: