College of education and behavorial study departement of educational planning and management assessing the practice of diversity management in


 Gahee Miseensota Hojii Raawwachiistuu



Yüklə 0,92 Mb.
Pdf görüntüsü
səhifə38/39
tarix09.07.2023
ölçüsü0,92 Mb.
#128498
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   39
25. Gahee Miseensota Hojii Raawwachiistuu 
 
25.1 Dura taa'aa
Waldicha ol-aantummaan ni geggeessa, ni qindeessa ni to'ata.
Walitti qabaa koree hojii raawwachiistuu ta'ee hojjeta.
Wal-ga'ii koree hojii raawwachiistuu ji'a 6‘n ni waama, nii geggeessa.
Ji'a 6 tti gabaasa sochii waldichaa koreedhaaf ni dhiyeessa.
Baasii barbaachisaa koreen murteesuun barreefamaan ajaja nii kenna.
Herrega baankii Garichaa koree hojii raawwachiistu waliin ta'uun ni sochoosa.
Barbaachisaa ta'ee yoo argame wal-ga'ii ariifachiisaa ni waama.
25.2 Barreessaa/tuu 
1 Qaboo yaa‘ii ni qaba. Hirmaannaa ho'aa ni taasisa.
Sanadoota waldichaa of-eegannoon ni qaba.
Dura taa'aan bakka hin jirretti bakka bu'ee ni hojjeta
.
25.3 Qabduu maallagaa fi Meeshaa.
Buusii ji'aa miseensaa fi madda biraa irraa maallaqa argamu naga'ee seeraatiin walitti ni qaba. 
Baasii addaa addaa karaa seera faayinaansii eegee koreen murtaa'e, durataa'aan yeroo ajajamuu fi 
abbaa herregaan yeroo mirkanaa'u baasii ni godha.
Maalaqni waldichaa qaama odiitii godhuun sakata'amuun yoo barbaadame ni sakataasisa
.
Koree keessatti hirmaannaa ho'aa ni taasisa.
Meeshaa waldaa ni qaba. Seeraan hojiirra akka oolu ni taasisa
.
25.5 Abbaa Herregaa 
 


88 
1. Maallaqni Waldichaa karaa sirriif seera faayinaansii eegee galii fi baasiin akka raawwatuu ni 
godha.
2. Sanadoota herregaa seeraan ni qaba.
3. Koree keessatti hirmaannaa ho'aa ni taasisa.
4. Maallaqa waldichaa seera baankiitiin akka socho'u nii taasisa.
5. Herrega baankii garichaa koree hojii raawwachiistu waliin ta`uun ni sochoosuu 
26. Qaama Odiitii 
Qaamni odiitii godhu yaa'ii walii galaatiin miseensota keessaa kan filatamuu fi miseensa sadii 
ykn lama kan qabatudha.

Yüklə 0,92 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   39




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin