College of education and behavorial study departement of educational planning and management assessing the practice of diversity management in



Yüklə 0,92 Mb.
Pdf görüntüsü
səhifə39/39
tarix09.07.2023
ölçüsü0,92 Mb.
#128498
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   39
27. Gahee Qaama odiitiiffilatamu
27.1 Baasiif galiin seera eegee raawwachuu isaa ni sakkata'a ni mirkaneessas.
27.2 Sochii hojii waliigala Waldichaa yaa'ii walii galaatiif gabaasa ni dhiyeessa. 
27.3 Hojii irratti murtoon ariifachiisaan kan barbaachisu yoo ta'e karaa durataa'aa koree hojii 
raawwachiistuutiin yaa'iin akka waamamuuf ni taasisa. 
KUTAA SHAN 
TUQAALEE ADDAA ADDAA 
28. Galii waldichaa
Galiin Waldichaa miseensota irra walitti qabuun.
Galii addaa addaa Waldichaa karaa koree hojii raawwachiistuu burqisiisuun.
Galii addaa addaa miseensonni burqisiisaniin ni ta'a.
29. Haala faayinaansii
29.1 Heregni Waldichaa herreega Baankiin kan socho'u ni ta'a.
29.2 Heregni Baankii waldicha koree waldichaa fi Abbaa heregaatiin kan socho'u ta'a.
29.3 Koreen hojii raawwachiistuu haala faayinaansiin ittiin socho'u qajeelfama baasuun yaa'ii 
waliigalaatiif dhiyeessee mirkaneesisuun hojiira nii oolcha.


89 
30. Fooya'insa seerichaa
Seerri ittiin bulmaataa kun yaa'ii walii galaa harka 2/3 tiin akka fooyya'uuf yoo murtaa'e fooyya'uu ni 
danda'a.
31. Hoiii Irra Oolmaa Seerichaa
31.1 Seerri ittiin Bulmaataa kun gaafa yaa'ii walii galaatiin mirkanaa,ee kaasee hojiira ni oola.
31.2 Mirgi miseensotaa keeyyata 16 jalatti ibsame kabajamuu kan danda'u seerri kun mirkanaa'ee Ji'a 
tokko booda ni ta'a 
Hubachiisa: 
Namni tokko Waldaa kanatti galmaa'uu isaa dura seera ittiin bulmaataa kana sirriitti dubbisee ykn 
dubbisiifatee hubachuun barbaachisaadha.
Bu`aan Waldaan kun argatu ,miseensi kamiiyyuu reshoo(scale) buusi buuse sanan ga`ee argata. 
Yaadachiisa 
1.
Waldaan kun yaadolee farra misoomaa ta‘an irraa bilisa kan ta‘ee fi tarsimoo fi haala mijataa 
mootummaan yeroo ammaa uumetti fayyadamuun kan deemu ta‘a
Koree hojii raawwachiistuuf haala hojii sal-phisuun nii danda'ama.
2. Waldaa Jaarsoo kana cimsuun miseensota hundumaa irraa waan eegamuuf tokkoon tokkoon 
miseensa kana karaa maallaqni ykn galiin addaa addaa ittiin argamuu danda'u barbaaduudhaan 
hirmaannaa ho'aa fi tattaaffii si'oomina qabu gochuudhaan tokkumaa fi jaalala keenya haalaan haa 
cimsinu. 

Yüklə 0,92 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   39




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin