|
Hojiiwwan Gurguddoo Adeemsa hojii Ijoo Korniyaa Idileesuu keessatti hojjatamaa turan
|
səhifə | 12/48 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 1 Mb. | | #98839 |
| 2.1.3 Hojiiwwan Gurguddoo Adeemsa hojii Ijoo Korniyaa Idileesuu keessatti hojjatamaa turan
-
Seektaroota keessatti caasaa dhimma korniyaa akka diriiru gochuu
-
Paakeejii Misoomaa fi Jijjiirama Dubartootaa Seektaroota Mootummaa Keessatti akka hojii irra oolu hubannoo uumuu
-
Raagaalee Korniya irratti Xiyyeefatee (Gender disaggregated Data) walitti qabuu
-
Qajeelfama Idileessa hojii dubartootaa Qopheessuu
-
Projektoota dhaabbilee Miti-Mootummaa, Ummataa fi Waldaalee Hawaasaa irraa dhuufan mirkaneessuu
-
Projektoota dhaabbilee miti-mootummaa deeggaruu fi madaaluu
-
Foramii Net-workii dhaabbilee Miti-Mootummaa dhaabuu
2.1.4 Akkataa Hojjiin ittin Hojjatamaa Ture
Dostları ilə paylaş: |
|
|