Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya



Yüklə 1 Mb.
səhifə15/48
tarix10.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#98839
1   ...   11   12   13   14   15   16   17   18   ...   48
Lakk

Dhimmamtoota

Waan Dhimmamtootni Tajaajila Idileessa hojii dubartootaa irraa Eegan

1

Mootummaa Naannoo Oromiyaa

  • Heerri, seeri fi Imaammatootni mootumman baasee Hojii irra oolan walqixxumman korniyaa akka mirkana’uu.

2

Seektartoota Mootumma

  • Qindoominaan hojjachuu

  • Waaliin karoorsuu fi raawwii waaliin madaluu

  • Gargaarsa oggumaa korniyaa idileesuu irratti argachuu fi qajeelfama korniyaa idileesuu (Gender mainstreaming Guidelin) qabachuu barbaadu.

  • Hordoffi fi to’aannoo qindoominaan taasisuu

  • Mirgii dubartoota akka kabaajamu

3

Dhabbilee Miti-Mootummaa

  • Qindoominaan hojjachuuf:

  • Dubartootni rakkoolee hawaasumaa fi dinagdee jaalaa akka bahaan hojjachuuf deggarsa barbaaduu,

  • Idileessa hojii dubartootaa keessatti deggarsa teekinikaa ykn ogummaa argachuu

  • Midhaan saalaa irratti hunda’ee akka maqfaamu

  • Piroojeekttin isaanii akka mirkana’uuf

  • Faandii dhimma kanaaf kennan kayyoo kennameef irra oolee yeroodhaan akka gabaafamuuf barbaadu

  • Hordoffi madaali (Monitoring & Evaluation) waliin gaggeesuu

4

Ministeera Dhimma Dubartootaa

  • Qindominaan hojjachuu

  • Raawwi karoora waaliin madaaluu

  • Imaamatootaa fi Qajeelfamootaa bahaan hojii irra akka oolu

  • Muxxanno hojii waal jiijiru

5

Waldaalee Haawaasa

6

Dhabbiilee Ummataa (CBOs)

  • Qindoominaan Hojjachuu

  • Deggarsa Oggummaafi kan biro argachuu




      1. Yüklə 1 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   11   12   13   14   15   16   17   18   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin