Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya



Yüklə 1 Mb.
səhifə16/48
tarix10.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#98839
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   48
Qooda fudhattoota alaa

Lakk

Maqaa

Hojii Qodaa irratti fuudhan

1

Seektaroota Mootummaa,

  • Qindominaan Hojjachuu irratti

  • Bajaata Ramaaduuf akkasuumaas Qamoolee Fandii Kennan qindeesuu (-FKf BMMD irratti.

2

Dhabbiilee Miti-Mootummaa

  • Piroojekktiin qopheessataan akka gamaagamaamuuf.

  • Hordoffi fi To’aannoo

  • Karoora waliin qopheesuufi mirkaneesuu

  • Faandii hojiileen adda addaa ittin gaggeesuuf ittiin akkasuumas meeshaalee adda addaa keennuudhaan,

3

Ministeera Dhimma Dubartoota Federaalaa

  • Qajeelfama sadarkaa biyooleesaatti bahuu walli dabarsuu

  • Raawwi Karooraa Waalin madaaluu

  • Deggarsa tekknikaa

  • Muuxxannoo hojii wal jijjiiruu

4

Dhaabbilee Ummataa

  • Qindominaan hojjeechuu

5

Bulchiinsa Sadarkaa adda addaa.

  • Qindoominaan hojjachuu

6

Waldaalee Hawaasaa

  • Qindoominaan Hojjachuu

2.4.7 Garaagarummaa Raawwii Hojii Hojjatamaa turee fi fedhii Maamiltoota jiru Performace Gap addan baasuu



lak

Hojjatamaa ture

Akkaataa ittiin hojatamaa ture

Fedhii Maamiltootaa

Garaagarummaa

1

Seektaroota keessatti caasaan dhimma korniyaa akka diriiru gochuu

Seektarootnni caasaa dhimma koorniyaa diiriirsaniiru

Dubartootni tajaajila loogii irraa bilisa ta’e seektaroota hundaa irra argachuu barbaadu. Akkuumas sektaroota hunda sadarkaa hundatti jiranii koorniyaa idileessuuratti deeggarsi akka kennamuuf barbaadu

Seektarooni 31 caasaa dhimma koorniyaa hin diriirsine (-%69)

2

Paakeejii Misoomaa fi Jijjirama dubartootaa seektaroota mootumma keessatti hojii irra oolu isaa mirkaneeffachuu


Seektaroota 42f hubannoon paakeejii misoomaa fi jijjiirama dubartootaa kennameera

Seektaroota 42 hubannoon paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartoota akka kennamuuf barbaadu

Paakeejii misooma fi jijjirama dubartootaa akka yaadameen hojiirra ooluun isaa hin mirkanoofne

3

Raagaalee Korniya irratti xiyyeefatee (Gender disaggregated data) walitti qabuu


Ragaan haala garaagarummaa koorniyaa ibsuun walitti hin qabamnes, hin gurmoofnes

Ragaan garaagarummaa koorniyaa irratti xiyyeffaate argachuun koorniyaa idileessuu

Ragaan garaagarummaa korniyaa agarsiisu qindaa’ee dhabamuu (-%100)

4

Qajeelfama Idileessa hojii dubartootaa qophesuu

Wixinneen qajeelfama koorniyaa idileessuu qophaa’ee dhimmamtoota waliin mariin irratti gaggeeffamee maxxanfameera.

Dokumantii qajeelfama koorniyaa idileessuu argachuu

Dokumantii qajeelfama koorniyaa idileessuu seektaroota harka gaheera (%100)

5

Fooramii Net-Workii dhaabbilee Miti-Mootummaa dhaabuu

Fooramiin “Net-working” dhaabbilee miti-mootummaa ijaaruuf yaalame hin xumuramne

Fooramii tokko jalatti qindaa’anii bu’aa fi faayidaa dubartootaatiif waliin hojjechuu barbaadu

Foramiii neetwoorkii dhaabuuf Dh.M.M. sasaabuun yeroo tokkoo mariin gaggeefamee dokimeentii waliigaltee qopheesuuf yaalameera

(-%100)




Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin