Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya



Yüklə 1 Mb.
səhifə19/48
tarix10.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#98839
1   ...   15   16   17   18   19   20   21   22   ...   48
Feedhii Dhimamtoota

Mootumaa Naannoo Oromiyaa

  • Heerii,seerri fi Imammatootni mootummaan basee hojii irraa akka olaan

  • Walqixumaan korniyaa akka mirkanaa’u

Koree Dhaabii Dhimma dubartoota caffe Oromiyaa

  • Koraarrii fi raawwiin korniyaa idileesuuf bahe karaa guutuu ta’een akka rawwatamuu barbaadu.

Sektarootaa Motummaa

  • Qindoominaan hojjachuu

  • Waaliin karoorsuu fi raawwii waaliin madaluu

  • Gargaarsa oggumaa korniyaa idileesuu irratti argachuu fi qajeelfama korniyaa idileesuu (Gender mainstreaming Guidelin) qabachuu barbaadu.

  • Hordoffi fi to’aannoo qindoominaan taasisuu

  • Mirgii dubartoota akka kabaajamu

Dhaabilee Mit- Mootummaa

  • Qindoominaan hojjachuuf:

  • Dubartootni rakkoolee hawaasumaa fi dinagdee jaala akka bahaan hojjachuuf deggarsa barbaaduu,

  • Idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii keessatti deggarsa teekinikaa ykn ogummaa argachuu

  • Midhaan saalaa irratti hunda’ee akka maqfaamu

  • Piroojeekttin isaanii akka mirkana’uuf

  • Faandii dhimma kanaaf kennan kayyoo kennameef irra oolee yeroodhaan akka gabaafamuuf barbaadu

  • Hordoffi madaali (Monitoring & Evaluation) waliin gaggeesuu

Ministera Dhimma Dubartoota Federalawa

  • Qindominaan hojjachuu

  • Raawwi karoora waaliin madaaluu

  • Imaamatootaa fi Qajeelfamootaa bahaan hojii irra akka oolu

  • Muxxanno hojii waal jiijiru

Dhaabilee degarsaa kenaani ( Fanding Agencies)

Dhaabilee Uumataa (CBO)

  • Qindoominaan Hojjachuu

  • Deggarsa Oggummaafi kan biro argachuu

Waldaalee Hawwasaa

Gurmaa’insaa Uumataa keessaatti waldaaleen hawwasaa akka cimman deggarsaa fi hordoffii barbaadu





      1. Yüklə 1 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   15   16   17   18   19   20   21   22   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin