Galma gurguddoo Biirichaa
Akkaata bu’aa mul’ata biirichaa fi karoora guddinaa fi tiraansformeshinnii 2003- 2007 irraatti kaa’ametti galmoonnii fi kaayyoowwan Biiroo Dhimma Dubartoota fi Daa’imman Oromiyaa akka armaan gadditti kaa’amera
1.Pakeejii misoomaa jijjiirama dubartootaa hojii irra oolchuu oolchuuf xiyyeeffannoodhaan hojjechuu
2. Ilaacha walxaxaa gahumsa dubartoota gufachiisu akka salphatu gochuu
3. Rakkoo Dubartoonni gama dinagdeetiin qaban akka salphatu gochuu
4. Hirmaannaa Dubartootaa Iddoo Murteessummaa irratti akka dabalu gochuu
5. Barmaatilee Dubartootaafi Daa’imman irratti miidhaa geessisan salphisuu
6. Seeronni, Imaammataa fi Qajeelfamoonni bahan hojiirra akka oolaniifi dubartoonni fayyadamtoota akka ta’an
Gochuu
-
Dostları ilə paylaş: |