səhifə 20/48 tarix 10.01.2022 ölçüsü 1 Mb. #98839
Rakkoolee Ijoo
Qabeenyaa harachuu, bulchuu fi itti fayyadamuu irraattii dhiraan qixaa ta’u dhaabuu
Madaa gaalii mattaa isaan dhiraan qixaa uumaachuu dhaabuu
Caaraa qaxaarii barnootaa fi sadarkaa gudinaa irraattii luugiin jiraachuu
Tajaajilaa sektarootni kenaani irraatti oddeffanoo gahaa argachuu dhaabuu
Tajaajilaa faayaa waal hormataa gahaa argachuu dhaabuu
Bishaan qulqullu dhiyeenyaa tiif gahaa ta’e argachuu dhaabuu
Barnootaa al idilee gandaa gandaan argachuu dhaabuu
Filuu fi fillatamuu keessatti bal’inaan hirmaachuun garaa gaggesuummaatti dhufuu irraattii dhiraan qixaa yaalamuu dhaabuu
Murtii keennamu yeroo dheeraa fudhachuu (wagga 2-6),
Raawwiin murtiis yeroo dhaeeraa fudachuu (waggaa 3-5)
Waldhabbii abbaa warraa fi haadha warraa jiddutti uumamuuf murtii haqa qabeessaa kannuu dhabuu
Falmii haadha warraafi abbaa warraa walakkaa jiru hanga murtiin kennamutti dubartii ijoollee qabatee baateef qallabni (mashurufiin) akka kennamuuf/safaramuuf murteessuu dhabuun dubartoota rakkina hamaaf saaxiluu
Yakkoota kan akka dirqisiisanii gudeeduu dubartootaa irratti raawwatamu haala sukanneessaan lubbuu baasuu fi kkf irratti murtiin kennamu yakka raawwatameen kan wal hin gitneefi barsiisaa kan hin taane ta’uu
Beellama dheeressuun dubartoota dhamaasuu, abdii kutaachiisuu
Ragaa balleessuu (oliyyannoof yeroo barbaadamu ragaan dhabamuu)
Seeraa golguudhaan mirga dubartootaa sarbuu
Dhiiraaf looguun dubartii qabeenyaan ala godhuu
Rakkoolee qunnamaniif battalatti furmaataa dhabuu
Qajeelfama idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii dhabuu
Hubannoo yaadarimee koorniyaa idileessuu paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartoota fi imaammata dhimma dubartoota dhabuu
Ragaa garaagarummaa korniyaa argachuu dabuu
Hordoffiifi deeggarsi walitti fufiinsa hin qabne jiraachuusaatiifi tarkaanfiin sirreeffamaa yeroodhaan kennamuu dhabuu
Manni hojichaa dhaabbilee Miti-Mootummaa qindeessee hojjechiisuu dadhabuu
Raawwii karooraafi herrega yeroon buusuu dhabuu
Dostları ilə paylaş: