-
Hojiin dubartootaa fi daa’immanii seekatroota mootummaa keessatti ileeffamuu dhabuu
|
Koorniyaa idileessuun itti gaafatamummaa seektaroota mootummaatiin ni raawwatama.
|
Seektaroonnii Mootummaa fi dhaabbileen miti-mootummaa hundinuu heera,seerootaa fi imaammatoota mootummaan walqixxummaa korniyaa mirkaneessuudhaaf baasee beekanii hojii irra olchu jechanii yaaduu
| -
Seektaroonnii Mootummaa fi dhaabbileen miti-mootummaa hundinuu heera, seerootaa fi imaammatoota mootummaan baasee beekani hojii raa waan hin oolchinef dhimmii koorniyaa hin idiloofne.
-
Biiroon dhimma dubartoota oromiyaas deegarsaa fi hordoffii gahaa waan hin taasifneef herri,seerroonni,imaammatoonni fi qajeelfamoonni mootummaan walqixxummaa Koorniyaa mirkaneessuuf baase hojiirra hin oolle taasiisuu
| -
Dhimma Koorniyaa seektaroota Mootummaa hunda keessatti akka idileeffamu deeggarsi, to’annoo, hordoffii fi madallii walirraa hincinnee ni taasifama.
-
Akkaataa Labsii Lakk.163/2003, Kew. 29(4, 11, 12, 13, 15) gahee fi aangoo Biiroo Dhimma Dubartoota fi Daa’inmman Oromiyaatiif kennameen Seektarootni mootummaa fi Dhaabbileen miti-mootummaa hundinuu koorniyaa irratti xiyyeeffatanii hojjachuun koorniyaan akka idileeffamu ni taasifama.
-
Maanuwaalii raawwii koorniyaa idileessuuf baheen deeggaramuunii, korniyaan seektaroota mootummaa fi Dhaabbilee Miti mootummaa keessatti akka idilaa’uu ni taasifama
-
Labsii mirga dubartoota fi daa’immanii kabachiisuuf bahan irraa danbii akka qophaa’uu taasisuun hojiin dubartootaa fi daa’immanii ni idilaayaa..
-
Idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii irratti Humni raawwachiisummaa seektaroota mootummaa ni cima
-
Ulaagaalee hojii dubartootaa fi daa’immanii seektarootnni ittiin madalamanii idileessi itiin mirkanaa’uu ni qophaa’a.
|