Rakkoo
|
Seerota
|
Yaadamoota Moofaa
|
Yaadamoota soba
|
Yaadamoota Haarawaa
|
2.Dhiibbaa mirgaa dubartootarra gahuf deeggersaa fi hordoffiin taasifamu laafaa ta’uu
|
Qaamoleen mirgaa fi nageenya hawaasaa kabachiisan dhiiraa fi dubartiif tajaajilla fi deeggersa walqixaa kennu.
| -
Mirgi dubartii fi dhiiraa qixa kabajameera jedhanii yaaduu
-
Ilaacha olaantummaa dhiiraa jiraachuu
|
Deeggarsi dubartootaaf kennamaa jiru gahaa dha jedhanii yaaduu
-
Dubartiin dhiiraa ola akka taatu barbaadama yaadnni jedhu jiraachuu
| -
Abukaatoo dhuunfaa taj.aajila Gorsa seeraa dubartootaf kennuu isaa ni hordofama
-
Deeggersa addaa(affirmative action) akka hojiirra oolu taasisuu fi raawwii isaa hordofuu
-
Dhiibaa mirgaa dubartootarra gahuf deeggersaa fi hordoffii kennuuf oggeessa seeraa caasaa mana hojii sadarkaa hundattii akka ramadamu gochuu (Garee dhimmaa seeraa caasechuu)
-
Qaamoleen dhimmi ilaalatu dubartootaaf deeggersa kennan waliin qidoomuu/qindeessuun hirmaannaa isaanii gabbisuu
-
Qaawwaa raawwii seeraa sakata’uun qaama dhimmi ilaalutti dhiyeessuun akka hojiirra oolu gochuu (Kewwata 29/ 1,12,13,15 )
-
Hubannoo/Odeeffannoo seeraan walqabatee gadiifageenyaan ittifufiinsaan dubartootaaf kennuu
-
Dhiibbaa mirgaa dubartootaa fi daa’imman Warshaalee fi dhaabbilee dhuunfaa keesatti mullatanii Ejeensii Dhimma Hojjetyaa fi hawaasummaa waliin ta’uun hordofii ittifufiinsa qabu gaggeessuun akka furmaata argatan taasisuu
-
Mirgaa dubartoota fi daa’imman qaama miidhamtootaa kabachiisuuf qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun ni hojjetama
|
3.Ragaa garaagarummaa koorniyaa agarsiisu walitti qabuu dadhabuu
|
Ragaan qabachuun dirqamaadha
|
Ragaan garaagarummaa koorniyaa qindaa’uus qindaa’uu dhabus hojiin koorniyaa idileessuu hojjetamuu danda’a jedhanii yaaduu
|
Ragaa saalaan addaa bahee qindaa’ee seektaroottnni ni qabu jedanii yaaduu
| -
Sirni ragaan garaagarummaa koorniyaa gama hundaan agarsiisu ittin walitti qabamee, qindaa’ee gurmaa’u ni diriira.
-
Siistamni daataa beezii ni diriira,
-
Ragaaleen saalaan adda bahan akka man hojii fi seektaroorattii xiiyyeeffanniin itti kennamee ni qindaa’aa
-
“Website” tiin fayyadamuudhaan raga walitti qabamee akkaataa barbaadametti gad lakkisama.
|
4. Qindoomina fi walta’iinsaa qooda fudhattootaa cimsuu dhabuu
|
Qindomminnii hojii sadarkaa hundattuu jiruu gaarii dha.
|
Qaamni qindoomina uuumu qaama ola’aanaa dha jedhani yaaduu
|
Seekatarootaa mootummaa fi Dhaabbileen miti-Mootummaa dubartootarraatti hojjetan addaan baasuu, hordofuu fi qindeessuu gahee qaama biraa taasisaanii ilaaluun dubartoonni fayyadamtoota akka hin taane taasiseera.
| -
Gabaasaa raawwii karooraa fayyadammummaa fi hirmaannaa dubartootaa fi daa’immanii seektarootaa fi dhaabbilee miti mootummaa xiinxaluun qindoomina jiru ni cimsama
-
Foramiin walta’iinsaa seekratootaa fi dhaabbilee miti mootummaa ni hundeeffama
-
Hordoffii, To’annoo fi Deeggarsa walirraa hin cinne waliin taasisuu.
-
Qindoomina Waajjiraalee MMD sadarkkaan jiran cimsuu
-
Dh.M.M. dubartootaa fi daa’imman irrtti waliigaltee caasaa keenya waliin hin mallatteesinee “Focal parson”ii hojii idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii (Raawwattuu Dh. Korniyaa) Waajjiraalee MMD sadarkaan jiruun fayyadamuun mirkaneeffachuu
|
5. Idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii f rakkoon ilaalchaa (“attitude”) jiraachuu
|
Leenjii xiqqaa kennameen korniyaan haala salphaa ta’een ni idilaa’aa
|
Hubannoo fi leenjiin dhimma korniyaa irratti kenname gahaadha, korniyaa idileessisuu dandeessisa jedhanii yaaduu
|
Seektaroota mootummaa keessatti korniyaan idilaa’eera ilaachi jedhu gaggeessitootaa seektarootaa fi caasa keenya keesatti jedhanii yaadu
|
Dhimma korniyaa idileessuu iraatti seekaroota motummaa fi caasaa Dh.Duba sadarkaan jiru qaawwa jiru sakata’uun leenjii/hubannoo of dandessisu ittifufiinsaan kennuun ilaacha gaggeesitoota seektarootaa sadrkaan jiru jijiiama dhufe kallattii hundaan mirkaneessuu
|