Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Hojii dubartootaa fi daa’immanii idilaa’een fayyadammummaa fi hirmaannaa dubartooaaa fi daa’immanii mirkanaa’ee



Yüklə 1 Mb.
səhifə28/48
tarix10.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#98839
1   ...   24   25   26   27   28   29   30   31   ...   48
Hojii dubartootaa fi daa’immanii idilaa’een fayyadammummaa fi hirmaannaa dubartooaaa fi daa’immanii mirkanaa’ee

Manneen hojii mootummaa (seektaroota mootummaa fi daabbilee miti mootummaa hunda keessatti KGT wagga lamati hojiileen dubartoaa %80 ni idileeffama


2

Hojiimaata idiileessa hojii dubartootaa ifa ta’ee argachuu barbaadu



Seektaroota Hordoffii fi deeggarsii taasifame



  • Kenna tajaajilaa fooyya’ee

  • Fooyya’iinsa raawwii hojii idiilesa hojii dubartootaa seektarootaa dabale

Maanuwaalotaa fi qajeelfamota istaandaardii idiileessa hojii dubartootaa seektaroota hojiisiisuu danda’anii fi sdarkaa isaanii eeggatan qophaa’an



3

Foormaatii fi tooftaalee ragaaleen saalaan adda bahee(Gender disaggregated data) ittiin sasaabamuu fiqindaa’uu argachuu barbaadu

Ragaa qaawwa raawwii seeraa irratti murtii kenuu dandeessisu argachuu (Qaama olaanaa)




  • Garaagarummaa koorniyaa adda bahee bekkame

  • Dokimeentii ragaa qophaa’ee

  • Sadarkaa hirmaannaa fi fayyadammuum dubartootaa fi daa’immanii beekkame

  • Ragaalee qaawwa raawwii seeraa irrati murtee qindaa’ee

  • Dookimeentii ta’ee Ragaale xiinxalamanii




Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   24   25   26   27   28   29   30   31   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin