|
Qunaamtii keessaa fi alaa Adeemsaa hojii ijoo Idileessaa Dhimmaa Korniyaa
|
səhifə | 34/48 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 1 Mb. | | #98839 |
| 3.2.4. Qunaamtii keessaa fi alaa Adeemsaa hojii ijoo Idileessaa Dhimmaa Korniyaa
3.2.4.1 Qunaamtii keessaa
T/L
|
Qunaamtii Keessaa
|
Adeemsaa hojiichaa irraa wantootaa egamuu
|
1
|
Hoggantootaa Biiroo
|
Murtee Hatattamaa kennuu, kallattii karoorrii galma ittiin gahamu kaa’u
|
2
|
Adeemsaalee hojii Ijoo Lama
|
Qindominaan waliin hojachuu
|
3
|
Adeemsaalee deegarsaa shani
|
Hojiilee hojatamaaniif deggarsa humna namaa, faayinaansii fi Logistikii argachuu
|
|
Garee sadii
|
Team sprit, tajaajila gorsaa irraa argachuu
|
3.2.4.2 Qunaamtii Alaa
Lakk
|
Qunaamtii Alaa
|
Qunaamtii alaa irraa wantootaa barbadamu
|
1
|
Seektaroota Mootummaa,
| -
Qindominaan Hojjachuu irratti
-
Bajaata Ramaaduuf akkasuumaas Qamoolee Fandii kennan qindeesuu (-FKf BMMD irratti.
|
2
|
Dhabbiilee Miti-Mootummaa
| -
Piroojekktiin qopheessataan akka gamaagamaamuuf.
-
Hordoffi fi To’aannoo
-
Karoora waliin qopheesuufi mirkaneesuu
-
Faandii hojiileen adda addaa ittin gaggeesuuf ittiin akkasuumas meeshaalee adda addaa keennuudhaan,
|
3
|
Ministeera Dhimma Dubartoota Federaalaa
| -
Qajeelfama sadarkaa biyooleesaatti bahuu walli dabarsuu
-
Raawwi Karooraa Waalin madaaluu
-
Deggarsa tekknikaa
-
Muuxxannoo hojii wal jijjiiruu
|
4
|
Dhaabbilee Ummataa
| |
5
|
Bulchiinsa Sadarkaa adda addaa.
| |
6
|
Waldaalee Hawaasaa
| | -
Adeemsa Hojii Ijoo Iidileessa dhimmaa korniyaa jalatti hojjiwwan Raawwatamaan
3.7.1.1. Gaaree Qindeessaa idileessaa hojii dubartootaa
Dostları ilə paylaş: |
|
|