-
Heera mootummaa naannoo oromiyaa
-
Imaammata dhimma dubartoota oromiyaa
-
Paakeejii Misoomaa fi jijjirama dubartoota,
-
Loogii saalarratti hundaa’e jiraachuu
-
Konveenshinoota mootummaa
-
Qajeelfamoota
| -
Seektaroota mootummaa hojii dubartootaa idileessuu irratti qindeessuu, hordofuu, gamaggamuu, tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu
| -
Seektaroota mandeetiin sakata’ame
-
Wixinee qophaa’ee
Seektaroota caasaan dhimma koorniyaa diriiree,
-
Oggessoota ramadaman
-
Manneen hojii koorniyaa idileessuuf karoorfatan
Seektaroota hubannoo aratanii
|
Hojiin dubartootaa seekatroota mootummaa keessatti ileesuuf deeggersa oggummaa fi teeknikaa barbaadu
|