Seerota, konveenshinoota, Qajeelfamoota dubartootaa fayyaduuf bahan
Maandeetii mana hojiichaa
Paakeejii misoomaa fi jijiirama dubartootaa/Naannoo horsiise bulaa
| -
Faayidaa fi mirga dubartootaa fi daa’immaan kabajamuu isaa hordofuu
|
Seerota xiinxalamanii furmaata argaman
Mirga dubartootaa gama seratiin kabajame
|
Dhiibba mirgaa dubartootaa irraa gahu akka maqu barbaadu
|
-
Seerota dubartotaa fi daa’immaan ilaachisee hojiirra jiran iraatii xiinxala taasisuu
|
1.2 Dhibbaa Mirgaa dubartootaa fi Daa’imaani gahuuf gorsa seeraa,deegarsaa addaa (affirmative action) fi hordoffin akka tasifamuu ni hordofu
|
-
Abbotti dhimmaa Dhimmaa seeraa waajjiin walqabate jiraan tajaajilaa bilisaa sa’a 50 dubartootaa fi akka kennamuu ni hordoffa
|
-
Dhimmootaa seeraa walqabate dubartootaa fi daa’immaanii irraa gahuu sadarkaa naannoo irraa kaasee hanga Aannatti jiru adda basuun qoraachuun qamma dhimmi ilaaluuf dabarsuu
|
-
Mana hojichaa bakka bu’e ni himataa, qmma seerraatti ni dheyyessaa, ni hordofa
|
-
Yaada furmaataa qaama olaanaaf dhiyeessuun kallatii sirreeffamaa akka itti kennamu taasisuu
|
-
Kallattii Sirreeffamaa keennamee qaammolee dhimmii ilaalatuufi caasaa dhimma dubartootaa fi daa’immaan sadarkaan jiru akka beeku taasiisuu
|
-
Hojiirraa oolmaa isaa hordofuu
|
Seerota, konveenshinoota, Qajeelfamoota dubartootaa fayyaduuf bahan
Maandeetii mana hojiichaa
Paakeejii misoomaa fi jijiirama dubartootaa/Naannoo horsiise bulaa
Murtii qaamolee seeratiin kennaman
Iyyata/himmannaa dubartootaa irra dhiyaatu
| -
Qaawwaa raawii seeraa sakata’uun mirga dubartootaa fi daa’immaan kabajamuu isaa mirkaneeffachuu
|
Qaawwaa Raawwii seeraa adda bahee beekkame
Rakkoolee raawwii seeraa adda bahaniin dubartoota furmaata argatan
Mirgaa dubartotaa kabajame
|
Tajaajila seeraa ariifataa fi loogiirraa bilisa ta’ee argachuu
|
2.1. Raawwii seeraa kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immaan irratti rakkoolee jiran adda baasuu
|
2.2. yaada ka’ummsa marii rakkoolee raawwii seeraa keessatti kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immaan irratti mulatan dhiyeessuu
|
2.3. Yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii maaneejimeentii mana hojii waliin marii gaggeessuu
|
2.4. Qaamolee argannoo qaawwaa raawwii seeraa adda bahee irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu
|
2.5. Rakkoolee raawwii seeraa keesstti adda abahaii fi yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii qaamolee seeraa , dhimmamtoota fi maamiltoota waliin marii gaggeessuun yaada furmaataa kaa’uu
|
2.6. Yaada furmaataa kaa’amee qaama olaan dhimmi ilaalatuuf dhiyeessuu
|
2.7. Kallattii qaamni olaan kaa’eena hojiira oolmaa isaa hordofuu.
|
Labsiiwwan , konveenshinoota addunyaa biyattiin raggasiste, Qajeelfamoota dubartootaa fayyaduuf bahan
Maandeetii mana hojiichaa
|
3.Hubannoo/Odeeffannoo seeraan walqabatee gadiifageenyaan ittifufiinsaan dubartootaa fi daa’immaan kennuu
|
Dubartootaa hubannoo seera argatan
Dubartoota mirga isaaniitiif falmatan dabale
Mirga dubartootaa kabajame
|
Mirgii fi nageenyii isaanii kabajamee hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa ta’uu barbadu
|
3.1. Maanuwaalii hubannoo seeraa dubartootaa fi daa’immaan itiin kennamu qopheessuu
|
3.2. Maanuwaalii qophaa’ee tayyabuu,guceessuu, baayyisuu
|
3.3. Maanuwaallii qophaa’ee mirkaneessisuu
|
3.4. Barreeffama qophaa’ee irratti caasaa sadarkaan jiruuf madaqisina kennuu fi raabsaauu
|
3.5. Adeemsa hojii ijoo sochii finiinsa fi hirmaannaa uumataa waliin ta’uun hubannoo kennuu
|
Gaaffii/Fedhii dubartootaa
Miidhaa dubartoota irra gahuu
|
4.Tajaajiila gorsa seeraa dubartootaa fi daa’immaan kennuu
|
Dubartootaa tajaajila gorsa seera argatan
Dubartootaa ofttiamanmmummaa argataniin mirga isaanitiif falmatan
|
Deeggersaa fi gorsa seeraa kaallattii itti agarsiisuu danda’uu argachuun mirgi isaanii kabachiifachuu
|
4.1. Dubartootaa rakkoo seeraan walqabatee gara mana hojii dhufan simachuu
|
4.2. Yaada /rakkoo dubartootaa fi daa’immaan fudhachuu adda baasuu
|
4.3. Ragaalee qabdu sasaabuun haala deeggersa ittiin argatan mijeessuu
|
4.4. Qaama dhimmi ilaalatu waliin mari’achuun haala furmaata itti argatan mijeessuu
|
4.5. dubartoota miidaa saalaarrttii bu’uureffatte irra gahee deeggaruu
|
Labsiiwwan , Qajeelfamoota dubartootaa fayyaduuf bahan
Maandeetii mana hojiichaa
|
5. Ragaalee mirgaa dubartootaa fi daa’immaan kabachiisuu waliin walqabate qindeessuu,xiinxaluu (Gender disaggregated data
|
Ragaalee qindaa’aan
Ragaale xiinxalamanii
Dookimeentii raga qindaa’ee
|
Qaama olaanaa
Ragaa qaawwa raawwii seeraa irratti murtii kenuu dandeessisu argachuu
|
5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
5.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
5. 5. Ragaalee qindaa’aan xiinxaaluun keenna murtiif akka tolutti ni kaa’aa
|
5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu,
|