| -
Hojii adeemsichaa ni karoorsa ni qindeessa, ni gurmeessa, ni gaggeessa
-
Karorra waggaa hojii ademsichaa raawwattota waliin karoora tarsiimmaa’aarraa ni karoorsa
-
Raawwii karooraa hojii adeemsichaa yeroo yeroodhaan maadaalee sirreefama karooraa ni taasisa
-
Raawwii karooraa hojii Adeemsichaa ni qindeessa, ni hordofa
-
Rawwattoota adeemsichaaf deggersa hojii ni kenna
-
Madaalli Raawwii hojii raawwattota ni raawwata
-
Fedhii leenjii rawwattoota adeemsa hojiichaa yeroo yeroon adda ni baasa
-
Qooda fudhattoota keessaa fi alaa akkasumas dhimmamtootaa wajjin hariiroon hojii gaariin akka umamu haala ni mijeessaa
-
Yero-yeroodhaan raawwii hojii adeemsichaa Itti gaafatamtuu Godinaa/ Magaalaa fi iddo dhimmi ilaaluf ni gabaasa
-
Jijjiirama raawwiin adeemsa hojiichaa dubartootaaf fide yeroo-yeroon ni madaala
|
BA/ BSc.
MA
Doktaretii
Diplomaa wagga 4ffaa kan xumure
Economics, Management, Coop. Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo
|
10
8
6
11
|
|
PS -8
|
1
|