|
Sadarka Aanaa /Magaala Sadarkaa 2ffa B
|
səhifə | 45/48 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 1 Mb. | | #98839 |
| 3.7.3.2 Sadarka Aanaa /Magaala Sadarkaa 2ffa B
Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa jalqabaa hanga xumuraatti
|
Hojii gareen/ hojjetaan raawwatu(Regroup/Organize activities by work volume)
|
Dandeettii barbaachisu
|
Eeenyuun akka hojjetamu
|
Gita hojii(Job Title)
|
Sadarkaa gita hiojii
|
Baay.Raawwattoota
|
| -
Hojii adeemsichaa ni karoorsa ni qindeessa, ni gurmeessa, ni gaggeessa
-
Karorra waggaa hojii ademsichaa raawwattota waliin karoora tarsiimmaa’aarraa ni karoorsa
-
Raawwii karooraa hojii adeemsichaa yeroo yeroodhaan maadaalee sirreefama karooraa ni taasisa
-
Raawwii karooraa hojii Adeemsichaa ni qindeessa, ni hordofa
-
Rawwattoota adeemsichaaf deggersa hojii ni kenna
-
Madaalli Raawwii hojii raawwattota ni raawwata
-
Fedhii leenjii rawwattoota adeemsa hojiichaa yeroo yeroon adda baasee qaama laaluuf ni dhiyeessaa
-
Qooda fudhattoota keessaa fi alaa akkasumas dhimmamtootaa wajjin hariiroon hojii gaariin akka umamu haala ni mijeessaa
-
Yero-yeroodhaan raawwii hojii adeemsichaa Itti gaafatamtuu Godinaa/ Magaalaa fi iddo dhimmi ilaaluf ni gabaasa
-
Jijjiirama raawwiin adeemsa hojiichaa dubartootaaf fide yeroo-yeroon ni madaala
|
|
Abbaa Adeemsa hojii ijoo
|
Muudama
|
1
|
Dostları ilə paylaş: |
|
|