horsiise bulaa ni qopheessaa/ti, hojiirra ni oocha/ti, dokimentii qophaa’ee irratti hubannoo ni kennaa/ti
7. TOR madaallii karooraa fi raawwii sektarootaa ni qopheessa/ti
8. Karooraa fi gabaasa sektaroota ni madaalaa/ti
9. Dhimmoota sekteroota hunda irratti hojjattoota mana hoiichaaf hubannoo ni kennaa/ti
10. Karooraa qindaa’aa dhimmoota seektaroota hundaa seektaroota dhimmi ilaalu waliin ni qopheessa/ti , karoora mana hoji keessatti akka haammatamuu ni taasiisa /tii. hojii irra ooluu isaa ni hordofaa /tti ni qindeessa/tti
11. Ragaaleen hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa saalaan adda bahan (Gender disaggregated data) akka mana hojii fi seektarootattii ni qindeessa/ti
12. Ragaalee qindaa’an idoo mijataa fi qaamni barbaadu hunda salphaati akka argatu ni kaa’a/keetti.
13. Rakkoolee ilaalchaa, dandeetti fi dhiyeessi sakatta’uun adda baasun ni keeti/ kaa’a.
14 Rakkoolee adda bahani irratti dokimentii marii ni qopheessaa/tti
Dhimmamtoota waliin mariin akka geggeeffamu ni taasisti/saa.
15.Chaarterii waliigaltee fi ulaagaalee gamaaggamaa fi madaallii sekterootaa ni qopheess/ti
16 .Karooraa fi raawwii hojii sekterootaa ni hordofu/ti, ni gamaaggamu/ti , ni madaalu/ti duuba deebii ni kenna/ti,sirreeffamni akka taasifamu ni godha/ti
17.Sekteroota raawwii gaarii qabanii fi hin qabne addan ni baasa/ti qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa/ti
18.Idileessa hojii dubartootaa irratti Hoggantootaa fi raawwattoota seektaroota mootummaa tiif hubannoo ni kenniti/niti
19. Dandetii raawachiisummaa seektarootaa fi aanaalee cimsuuf Adeemsa sochii finiinsa hirmaannaa ummataa walii leenjii ni kennaa/ti
|