Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Maamiltoota ,Dhimmamtoota fi Deeggartoota



Yüklə 1 Mb.
səhifə8/48
tarix10.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#98839
1   ...   4   5   6   7   8   9   10   11   ...   48
1.5. Maamiltoota ,Dhimmamtoota fi Deeggartoota

1.5.1 Mammiltoota (Customers)

  • Dubartoota Hunda

  • Seektarootaa Mootummaa

  • Dhaabilee mit-mootummaa

  • Dhaabilee ummataa (CBOs)

  • Waldalee Hawaasaa

1.5.2 Dhimmamtoota

  • Mootummaa naannoo Oromiyaa

  • Koree dhaabii dhimma dubartootaa caffee Oromiyaa

  • Seekatarootaa mootummaa

  • Dhaabilee mit-mootummaa

  • Ministeeraa dhimma dubartootaa, Dargaggotaa, Daa’immaani federalaa

  • Dhaabbilee deggarsa keennan (Funding Agencie)

  • Dhaabbilee ummataa (CBOs)

  • Waldaalee Hawaasa


Gabatee1.2. Fedhii Maamiltootaa Fi Dhimmamtoota

Maamiltoota

Fedhii Dhimmamtootaa

Dubartoota Hundaa

  • Tajaajila loogii irraa bilisaa ta’e Sektarootaa hundaa irraa argachuu barbaaduu

  • Gamaa dinaagde, Siyaasa fi hawasummaatiin fayadamummaan isaanii akka mirkanaa’u barbaadu

  • Karoora mootummaan fayadamummaa dubartootaa mirkannesuuf basee galmaan gahuuf bakka hanqinni jirutti deeggarsa oguumaa fi faayinaansiitin deggaramuu barbaaduu

Seektarota Motummaa

  • Seektarootni hundi idileessa hojii dubartootaa fi daa’immaniitiif deeggarsi akka tasifamuuf barbaaduu.

Dhaabbilee Mit- Motummaa

  • Hordoffii fi deeggarsi kurmaana kurmaanaan akka kennamuuf barbaadu

  • Dhaabbileen mit-motummaa hundi qindominaan waliin hojachuu barbaadu

Waldaalee Hawaasaa(CBO)

Gurmaa’insa Uumataa keessatti waldaaleen hawaasaa akka ciman deggarsaa fi hordoffii barbaadu


Dhimmamtoota



Feedhii Dhimmamtoota

Mootumaa Naannoo Oromiyaa

  • Heerii,seerri fi Imammatootni mootummaan base hojii irraa akka olaan

  • Walqixumaan korniyaa akka mirkanaa’u

Koree Dhaabii Dhimma dubartootaa caffee Oromiyaa

  • Karoorrii fi raawwiin korniyaa idileesuuf bahe karaa guutuu ta’een akka rawwatamu barbaadu.

Sektaroota Motummaa

  • Qindoominaan hojjachuu

  • Waliin karoorsuu fi raawwii waaliin madaluu

  • Gargaarsa oggumaa korniyaa idileesuu irratti argachuu fi qajeelfama korniyaa idileesuu (Gender mainstreaming Guidelin) qabachuu barbaadu.

  • Hordoffi fi to’aannoo qindoominaan taasisuu

  • Mirgii dubartoota akka kabaajamu

Dhaabbilee Mit- Mootummaa

  • Qindoominaan hojjachuuf:

  • Dubartootni rakkoolee hawaasumaa fi dinagdee jaala akka bahaan hojjachuuf deggarsa barbaaduu,

  • Idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii keessatti deggarsa teekinikaa ykn ogummaa argachuu

  • Midhaan saalaa irratti hunda’ee akka maqfaamu

  • Piroojeekttin isaanii akka mirkana’uuf

  • Faandii dhimma kanaaf kennan kayyoo kennameef irra oolee yeroodhaan akka gabaafamuuf barbaadu

  • Hordoffi madaali (Monitoring & Evaluation) waliin gaggeesuu

Ministera Dhimma Dubartoota , Dargaggotaa, Daa’immaani Federalawa

  • Qindominaan hojjachuu

  • Raawwi karoora waliin madaaluu

  • Imaammatootaa fi Qajeelfamoota bahan hojii irra akka oolu

  • Muxxanno hojii wal jiijiru

Dhaabbilee deggarsa kenaan ( Fanding Agencies)

  • Qindoominaan hojjachuu

  • Deggarsa Oggumma fi kan biro argachuu

  • Karooraa fi Rawwii Waalin madaalu (Waldaa Dubartoota Oromiyaa)

Dhaabbilee Uummataa (CBO)

  • Qindoominaan Hojjachuu

  • Deggarsa Oggummaafi kan biro argachuu

Waldaalee Hawaasaa

Gurmaa’insa Uumataa keessatti waldaaleen hawaasaa akka ciman deggarsaa fi hordoffii barbaadu



    1. Bu’alee Eegaman

  • Seektaroota maandeetiin sakatta’ame

  • Wixinee qophaa’ee

  • Seektaroota caasaan dhimma koorniyaa diriiree,

  • Oggessoota ramadaman

  • Manneen hojii koorniyaa idileessuuf karoorfatan

  • Seektaroota hubannoo argatanii



Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   4   5   6   7   8   9   10   11   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin