lak
|
Hojjatamaa ture
|
Akkaataa ittiin hojatamaa ture
|
Fedhii Maamiltootaa
|
Garaagarummaa
|
1
|
Seektaroota keessatti caasaan dhimma korniyaa akka diriiru gochuu
|
Seektarootnni caasaa dhimma koorniyaa diiriirsaniiru
|
Dubartootni tajaajila loogii irraa bilisa ta’e seektaroota hundaa irra argachuu barbaadu. Akkuumas sektaroota hunda sadarkaa hundatti jiranii koorniyaa idileessuuratti deeggarsi akka kennamuuf barbaadu
|
Seektarooni 31 caasaa dhimma koorniyaa hin diriirsine (-%69)
|
2
|
Paakeejii Misoomaa fi Jijjirama dubartootaa seektaroota mootumma keessatti hojii irra oolu isaa mirkaneeffachuu
|
Seektaroota 42f hubannoon paakeejii misoomaa fi jijjiirama dubartootaa kennameera
|
Seektaroota 42 hubannoon paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartoota akka kennamuuf barbaadu
|
Paakeejii misooma fi jijjirama dubartootaa akka yaadameen hojiirra ooluun isaa hin mirkanoofne
|
3
|
Raagaalee Korniya irratti xiyyeefatee (Gender disaggregated data) walitti qabuu
|
Ragaan haala garaagarummaa koorniyaa ibsuun walitti hin qabamnes, hin gurmoofnes
|
Ragaan garaagarummaa koorniyaa irratti xiyyeffaate argachuun koorniyaa idileessuu
|
Ragaan garaagarummaa korniyaa agarsiisu qindaa’ee dhabamuu (-%100)
|
4
|
Qajeelfama Idileessa hojii dubartootaa qophesuu
|
Wixinneen qajeelfama koorniyaa idileessuu qophaa’ee dhimmamtoota waliin mariin irratti gaggeeffamee maxxanfameera.
|
Dokumantii qajeelfama koorniyaa idileessuu argachuu
|
Dokumantii qajeelfama koorniyaa idileessuu seektaroota harka gaheera (%100)
|
5
|
Fooramii Net-Workii dhaabbilee Miti-Mootummaa dhaabuu
|
Fooramiin “Net-working” dhaabbilee miti-mootummaa ijaaruuf yaalame hin xumuramne
|
Fooramii tokko jalatti qindaa’anii bu’aa fi faayidaa dubartootaatiif waliin hojjechuu barbaadu
|
Foramiii neetwoorkii dhaabuuf Dh.M.M. sasaabuun yeroo tokkoo mariin gaggeefamee dokimeentii waliigaltee qopheesuuf yaalameera
(-%100)
|