Kutaa 3ffaa
Adeemsaa Hojii Ijoo Idileesaa Korniyaa irraa debi’anii Wixxiunesuu (Re-designing stage)
3.1 Adeemsaa Hojii Ijoo Idileessaa Dhimmaa Korniyaa
3.1.1 Maamiltootaa Adeemsaa hojiichaa
-
Dubartoota Hunda
-
Seektarootaa Mootummaa
-
Dhaabilee mit-mootummaa
-
Dhaabilee ummataa (CBOs)
-
Waldalee Hawaasaa
-
Dhimmamtoota Adeemsaa hojiichaa
-
Mootummaa naannoo Oromiyaa
-
Koree dhabii dhimma dubartootaa caffee oromiyaa
-
Seekatarootaa mootummaa
-
Dhaabilee mit-mootummaa
-
Ministeeraa dhimma dubartootaa feederalaa
-
Dhaabilee deggarsa keenan (Funding Agencie)
-
Dhaabilee ummataa (CBOs)
-
Waldalee Hawaasaa
Gabate 3.1 Feedhii Maamiltoota fi Dhimmamtoota Adeemsa hojii Ijoo Idileessa Korniyaa
Dostları ilə paylaş: |