|
Hojiilee gurgguddo Adeemsaa hojii Ijoo Idileessaa Kormiyaa
|
səhifə | 21/48 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 1 Mb. | | #98839 |
| 3.1.4 Hojiilee gurgguddo Adeemsaa hojii Ijoo Idileessaa Kormiyaa
-
Seektaroota keessatti caasaan dhimma korniyaa akka diriiru gochuu
-
Paakeejii Misoomaa fi Jijjirama dubartootaa seektaroota mootumma keessatti hojii irra oolu isaa mirkaneeffachuu
-
Raagaalee Korniya irratti xiyyeefatee (Gender disaggregated data) walitti qabuu
-
Qajeelfama Idileessa hojii dubartootaa Qopheesuu
-
Fooramii Net-Workii dhaabbilee Miti-Mootummaa dhaabuu
3.1.5 Galtee
-
Fedhii seektaroonni qaban
-
Heera mootummaa,Imaammata dhimma dubartootaa, Seeroota,
-
Paakeejii Misoomaa fi Jijjiirama Dubartootaa,
-
Qajeelfamoota
-
Waliigalteewwan addunyaa dhimma dubartootaafi daa’immanii biyyi keenya mallatteessite
-
Imaammata dhimma dubartootaa Qajeelfama dhaabbilee Miti-Mootummaa (NGOs Guideline)
-
Maandeetii Biiroo
-
Qajeelfama dhaabbilee Miti-Mootummaa (NGOs Guideline)
-
Karoora waggaa(Action Plan)
3.1.6. Bu’alee
-
Seektaroota muraasa keessatti caasaan dhimma korniyaa diriiree, oggessoonni ramadaman
Manneen hojii korniyaa idileesuuf karoorfatan
-
Projektoota dhaabbilee miti-Mootummaa mirkanaan
-
Dubartoota fayyadamoota ta’an
-
Walitti dhufeenya hojii uumamee
-
Maadaalli dhumaa taasifameHordoffii taasifamee
-
Walitti dhufeenyaan hojii hojjetame
-
Fooramii muraasa sadarkaa godinaa fi magaalotaatti ijaarame
Dostları ilə paylaş: |
|
|