Lakk
|
Qunaamtii Alaa
|
Qunaamtii alaa irraa wantootaa barbadamu
|
1
|
Seektaroota Mootummaa,
| -
Qindominaan Hojjachuu irratti
-
Bajaata Ramaaduuf akkasuumaas Qamoolee Fandii kennan qindeesuu (-FKf BMMD irratti.
|
2
|
Dhabbiilee Miti-Mootummaa
| -
Piroojekktiin qopheessataan akka gamaagamaamuuf.
-
Hordoffi fi To’aannoo
-
Karoora waliin qopheesuufi mirkaneesuu
-
Faandii hojiileen adda addaa ittin gaggeesuuf ittiin akkasuumas meeshaalee adda addaa keennuudhaan,
|
3
|
Ministeera Dhimma Dubartoota Federaalaa
| -
Qajeelfama sadarkaa biyooleesaatti bahuu walli dabarsuu
-
Raawwi Karooraa Waalin madaaluu
-
Deggarsa tekknikaa
-
Muuxxannoo hojii wal jijjiiruu
|
4
|
Dhaabbilee Ummataa
| |
5
|
Bulchiinsa Sadarkaa adda addaa.
| |
6
|
Waldaalee Hawaasaa
| |