1
|
Seektaroota mootummaa hojii dubartootaa idileessuu irratti qindeessuu, hordofuu, gamaggamuu, tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu
|
|
|
|
|
| -
Maandeetii dhimma koorniyaa irratti seektarootaf kennamefi gahee biiroo dhimma dubartootaa sakata’uu
|
Biiroo/godina/Mag/
Aanaa
|
Kur.1faa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 3
|
Manneen hojii mootummaa (seektaroota mootummaa fi daabbilee miti mootummaa hunda keessatti wagga lamati hojiileen dubartoaa %80 ni idileeffama
|
| -
Wixinee labsii maandeetii dhimma korniyaa seektarootaa qopheessuu
|
Biiroo /Adeemsaa
|
Kur.1faa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 15
|
| -
Wixinee gahee biirichi seektaroota irratti dabalataan qabaachuu qabu qopheessuu
|
Biiroo/Adeemsaa
|
Kur.1faa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 5
|
| -
Qaama mirkaneesuuf dhiyeessuun mirkaneesiisuu
|
Biiroo /Adeemsaa
|
Kur.1faa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 2
|
| -
Seektaroota keessatti caasaa dhimma koorniyaa akka diriiru gochuu
|
|
|
|
| -
Caasaa koorniyaa seektaroota mootummaa qopheessuu, mirkaneessisuu
|
Biiroo /Adeemsaa
|
Kurmaana 1ffaa
|
Guyyaa 30
|
| -
Caasaa mirkanaa’ee seektaroota beeksisuu
|
Biiroo /Adeemsaa
|
Akkuma caasan mirkana’een
|
Guyyaa 5
|
| -
Hojjiirra oolmaa caasichaa hordofuu
|
Biiroo/Adeemsaa
|
Ji’aan
|
Guyyaa 5
|
2
|
Hojiimaata idileessaa hojii dubartootaa qopheessaa,( Danbii, qajeelfama, Manuwaalii, ulaagaa fi Istaandaardii, chaartarii waliigaltee foramii qodafudhattootaa)
|
|
|
|
|
2.1. wixinee idiileessa hojii dubartotaa qopheessuu
|
Biiroo/Adeemsaa
|
Kur.2ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 5
|
|
2.2. wixiinee qophaa’ee irratti seektaroora waliin marii gaggeessuun gabbisuu
|
Biiroo/Adeemsaa
|
Kur.2ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 3
|
|
2.3. wixinee gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu
|
Biiroo/Adeemsaa
|
Kur.2ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
2.4. Wixinee mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu
|
Biiroo/Godina/Mag/Aanaa
|
Kur.2ffaa ji’a 2ffaa
|
Biiroo guyya 3 Godina/Mag/aanaa Guyyaa 2
|
|
2.5. Hojimaata qophaa’ee maxxansiisuu
|
Biiroo/Adeemsaa
|
Kur.2ffaa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 5
|
|
2.6. Hojiimaata maxxanfame qaama dhimmi ilaaluufi seektaroota hundaaf raabsuu
|
Biiroo/Adeemsaa
|
Kur.2ffaa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 5
|
|
2.7. Hojiirra oolmaaa hojiimaata idilessa hojii dubartootaa dordofuu
|
Biiroo/Godina/Mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 15
|
|
| -
Maanuwaalii paakeejiii misoomaa fi jijjiirama dubartootaa /paakeejii misooma jijjiramaa fi dubartootaa nannoo horsiise bulaa seektaroota hundaaf irratti huubannoo kennuu
|
Biiroo/Godina/Mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
guyyaa 2
|
| -
Karoora seektarootaa keessattii waa’een hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa hammatamuu isaa mirkaneeffachuu
|
Biiroo/Godina/
mag/Aanaa/
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 5
|
3
|
Dhimmoota seektroota hundaa(cross cutting issues) mana hojii keessatti idileessuu
|
|
|
|
|
3.1.Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu seektaroota dhimmi ilaalu irraa fudhachuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 5
|
|
3.2. . Nama dhimmoota seektaroota hundaa akka mana hojiitti raawwatu ramaduu
|
|
|
|
|
3.3. Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu hojjatoota mana hojii keenyatiif hubannoo kennuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
3.4. karooraa qindaa’aa dhimmoota seektaroota hundaa seektaroota dhimmi ilaalu waliin qopheessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 3
|
|
3.5. Dhimmi seektaroota hundaa karoora mana hojii keessatti akka hamatamu taasisuu
|
Biiroo/Godina/
mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
3.6. karoora dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keessatti hojiira oolchuu, hordofuu
|
Biiroo/Godina/
mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 5
|
4
|
Ragaaleen hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa saalaan adda bahan (Gender disaggregated data) akka mana hojii fi seektarootattii qindeessuu
|
|
|
|
|
|
9.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
Biiroo/Adeemsaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
Ragaalee fayyadamummaa fi hirmaannaa dubartootaa ilaalatan sekteroottaa hunda keessaatti waggaa lama keessatti %100 ni qinda’a.
|
|
9.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina/orenteshiinii/ keennuu fi raabsuu
|
Biiroo/Adeemsaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
9.3. foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
Biiroo/Godina/mag/
Aanaa/ganda
|
Kurmaana 1ffaa
|
Guyyaa 5
|
|
9.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa
|
Guyyaa 5
|
|
9.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu, weebsaayitiin dabarsuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa
|
Guyyaa 5
|
5
|
Hojiilee dubartootaa fi daa’immanii fayyadan irratti Dhiimmamtoota waliin walta’iinsaa fi qindoomina uumuu
|
|
|
|
|
|
5.1. Rakoolee (ilaacha,dandeettii,dhiyyeessi) idileessa hojii dubartootaa qooda fudhatootaa adda baasuu
|
Biiroo/Godina/mag/
Aanaa/ganda
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 2
|
Qindoomina fi walta’iinsaa qooda fudhattootaa waggootan lamaan dhufu keessatti % 90 ni guddata.
Seektarooa mootummaa fi dhaabbilee miti-mootummaa hundi deeggarsa argatani hojii dubartootaa idileessan
|
|
5.2. Rakkoolee adda bahan irrttii dokiimeentii marii qopheessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 2
|
|
5.3. Dokiimeentii qophaa’ee irrtti galteewwan dabalataa sasaabuun gabbisuu, mirkaneessisuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 2
|
|
5.4. Dokiimeentii mariif qophaa’ee irrtti qooda fudhattoota waliin marii gaggeessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 2
|
|
5.5. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qopheessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Wagaatti yeroo lama
|
Guyyaa 2
|
|
5.6. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qooda fudhattoota waliin irrtti mari’achuun mirkaneessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Wagaatti yeroo lama
|
Guyyaa 1
|
|
5.7. Forammii neetwoorki qodafudhattootaa ijaaruu
|
Biiroo/Godina /Magaala
|
Kurmaana 2ffaa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
5.8. Walatajjiiii marii idiilee akka jiraatu taasisuu(guyyaa,iddoo) murteessuu
|
Biiroo/Godina /Magaala
|
Kurmaana 2ffaa ji’a 3ffaa fi kurmaana 4ffaa jia 3ffaa
|
Guyyaa 2
|
6
|
Hordoffii fi gamaagaama gaggeesuun dhimma idileessa hojii dubartootaa seektarootni deeggersa taasisuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
|
|
6.1. seektarootaaf deeggersa oggummaa kennuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 2
|
|
6.2. Deeggersa oggummaa kennamen dhimmoota hubatamanii adda baasuun marii irratti gaggeessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 1
|
|
6.3. Gabasaa raawwii seektarootaa xiinxaaluu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 5
|
|
6.4. Hordoffii gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa seektaroonni qaban addaan baasuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 5
|
|
6.5. Gamaagama seektarootaa gaggeessuuf ulaagaalee/qabxii xiiyyeeffannoo qopheessuun mirkaneessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 2
|
|
6.6. Gamaggama raawwii karoora seektarootaa gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa seektaroonni qaban addaan baasuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 2
|
|
6.7. Seektaroota raawwii gaarii qaban addaan baasuun jajjabeessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Wagaati yeroo tokko
|
Guyyaa 1
|
|
6.8. Seektaroota rakkoo qaban addaan baaasuun kalattii sirreffamaa kennuu fi takaanfii fudhachhuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Waggaati yeroo lama
|
Guyyaa 2
|
|
6.9. Gabaasa hordoffii qaama dhimmi ilaaluuf dabarsuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 3
|
7
|
Idileessa hojii dubartootaa irratti humni raawwachiisummaa Hoggantootaa fi raawwattoota seektaroota mootummaa cimsuu
|
|
|
|
|
7.1. Qaawwaa dandeetii raawwttootni dhimma idileessa hojii dubartootaa ( Gender Focal persons) qaban adda baasuun tarreessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
7.2. Rakkoo ijoo dandeetii raawwachiisummaa addaan baasuun qindeessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
7.3. yaada furmaataa rakoon ijoo dandeettii raawwachiisummaa ittiin hikkatu qaama olaanaaf dhiyeessuun murtiin akka itti kennamu taasisuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa ji’a 3ffaa
|
Guyyaa 1
|
|
7.4. murtee kennamu irrtti hundaa’uudhaan qaama dhimmi ilaalatu waliin haala leenjiin itti kennamu mijeessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa ji’a 3ffaa
|
Guyyaa 1
|
|
7.5. Adeemsa hojii ijoo Sochii finiisaa fi Hirmaannaa uummataa waliin ta’uun leenjii kennuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa ji’a 3ffaa
|
Guyyaa 3
|