T.L
|
Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa Jalqabaa hanga xumuraatti(Series of activities & steps from start to finish)
|
Bakka itti raawwatu
|
Yoom Raawata (Yeroo Raawwii)
|
Istaandardii raawwii
|
Kaayyoo diriiraa
|
1
|
Faayidaa fi mirga dubartootaa fi daa’immanii kabajamuu isaa hordofuu
|
|
|
|
|
| -
Seerota dubartotaa fi daa’imman ilaachisee hojiirra jiran iraatii xiinxala taasisuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 3
|
Dubartootaa fi daa’immaan taajajiila seeraa loogi irra billisa ta’e waggoota dhufan lamaan keessatti %100 ni argatu.
|
| -
Dhibbaa Mirgaa dubartootaa fi Daa’imaani gahuuf gorsa seeraa,deegarsaa addaa (affirmative action) fi hordoffin akka tasifamuu barbaadu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
|
|
| -
Abbotti dhimmaa Dhimmaa seeraa waajjiin walqabate jiraan tajaajilaa bilisaa sa’a 50 dubartootaa fi akka kennamuu ni hordoffa
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 3
|
|
| -
Dhimmootaa seeraa walqabate dubartootaa fi daa’immaanii irraa gahuu sadarkaa naannoo irraa kaasee hanga Aannatti jiru adda basuun qoraachuun qamma dhimmi ilaaluuf dabarsuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 3
|
| -
Mana hojichaa bakka bu’e ni himataa, qamma seerraatti ni dheyyessaa, ni hordoffaa
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 3
|
| -
Rakkoolee ijoo mirga dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu irratti jiran tarreessuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
| -
Qaamolee marii irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu
| Biiroo/Godina/ Mag/Aanaa |
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1
|
| -
Bu’aa xinxala irraa argame fi rakkoolee adda bahan irratti qaamoolee seeraa, dhimmamtootaa fi maamiltoota waliin marii gaggeessuu,
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
| -
Yaada furmaata dhimmoota mirgaa dubartootaa fi daa’immanii itiin kabajamu irratti waliigalteera gahuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
| -
Yaada furmaataa qaama olaanaaf dhiyeessuun kallatii sirreeffamaa akka itti kennamu taasisuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 1
|
| -
Kallattii Sirreeffamaa keennamee qaammolee dhimmii ilaalatuufi caasaa dhimma dubartootaa fi daa’immanii sadarkaan jiru akka beeku taasiisuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
| -
Hojiirraa oolmaa isaa hordofuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa -4ffaa
|
2
|
2
|
Qaawwaa raawii seeraa sakata’uun mirga dubartootaa fi daa’immanii kabajamuu isaa mirkaneeffachuu
|
|
|
|
|
2.1. Raawwii seeraa kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti rakkoolee jiran adda baasuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
2.2. yaada ka’ummsa marii rakkoolee raawwii seeraa keessatti kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti mulatan dhiyeessuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Waggaatti dhuma ji’a muddee fi waxabajjii
|
Guyyaa 2
|
|
2.3. Yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii maaneejimeentii mana hojii waliin marii gaggeessuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Waggaatti dhuma ji’a muddee fi waxabajjii
|
Guyyaa 2
|
|
2.4. Qaamolee argannoo qaawwaa raawwii seeraa adda bahee irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Waggaatti dhuma ji’a muddee fi waxabajjii
|
Guyyaa 1
|
|
2.5. Rakkoolee raawwii seeraa keesstti adda abahaii fi yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii qaamolee seeraa , dhimmamtoota fi maamiltoota waliin marii gaggeessuun yaada furmaataa kaa’uu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Waggaatti dhuma ji’a muddee fi waxabajjii
|
Guyyaa 2
|
|
2.6. Yaada furmaataa kaa’amee qaama olaan dhimmi ilaalatuuf dhiyeessuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Waggaatti dhuma ji’a muddee fi waxabajjii
|
Guyyaa 1
|
|
2.7. Kallattii qaamni olaan kaa’eena hojiira oolmaa isaa hordofuu.
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana kurmaanan
|
Guyyaa 2
|
3
|
Hubannoo/Odeeffannoo seeraan walqabatee gadiifageenyaan ittifufiinsaan dubartootaaf kennuu (kew 13)
|
|
|
|
|
3.1. Maanuwaalii hubannoo seeraa dubartootaa FI daa’immani tiin kennamu qopheessuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 10
|
|
3.2. Maanuwaalii qophaa’ee tayyabuu,guceessuu, baayyisuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 5
|
|
3.3. Maanuwaallii qophaa’ee mirkaneessisuu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
3.4. Barreeffama qophaa’ee irratti caasaa sadarkaan jiruuf madaqisina/orenteshiinii/ kennuu fi raabsaauu
|
Biiroo
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
3.5. Adeemsa hojii ijoo sochii finiinsa fi hirmaannaa uumataa waliin ta’uun hubannoo kennuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa -4ffaa
|
Guyyaa 2
|
4
|
Tajaajiila gorsa seeraa dubartootaa fi daa’immaniif kennuu
|
|
|
|
|
4.1. Dubartootaa fi daa’imman rakkoo seeraan walqabatee gara mana hojii dhufan simachuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Akkaatuma maamili dhufeen
|
Daqiiqaa 5
|
|
4.2. Yaada /rakkoo dubartootaa fi daa’immanii fudhachuu adda baasuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Akkaatuma maamili dhufeen
|
Daqiiqaa 10
|
|
4.3. yaada abbaa dhimmma irra fudhatame sasabuun haala deeggarsa itti argatan mijeessuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Akkaatuma maamili yaada isaa xumuuren
|
Daqiiqaa 5
|
|
4.4. Qaama dhimmi ilaalatu waliin mari’achuun haala furmaata itti argatan mijeessuu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Akkaatuma sagantaa adeemsichatin
|
Guyyaa 1
|
|
4.5. dubartoota fi daa’imman miidaa saalaarrttii bu’uureffatte irra gahee deeggaruu
|
Biiroo/Godina/
Mag/Aanaa
|
Akkaatuma odeeffannoon/maamili dhufeen
|
Guyyaa 1
|
5
|
Ragaalee mirgaa dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu waliin walqabate qindeessuu,xiinxaluu (Gender disaggregated data
|
|
|
|
|
5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 1ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 2ffaa
|
Guyyaa 2
|
|
5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 1ffaa ji’a 2-3ffaa
|
Guyyaa 5
|
|
5.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa
|
Guyyaa 5
|
|
5. 5. Ragaalee qindaa’aan xiinxaaluun keenna murtiif akka tolutti ni kaa’aa
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa
|
Guyyaa 1
|
|
5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu,
|
Biiroo/Godina/mag/Aanaa
|
Kurmaana 2ffaa
|
Guyyaa 1
|