-
Maandeetii idileessa hojii dubartootaa fi irratti seektarootaf kennamefi gahee biiroo dhimma dubartootaa ni sakata’a/ti
-
Wixinee labsii maandeetii idileessa hojii dubartootaa seektarootaa ni qopheessa/ti
-
Wixinee gahee biirichi seektaroota irratti dabalataan qabaachuu ni qopheessa/ti.
-
Wixinee qajeelfamaa/Dambii ni qopheessaa/ti
-
wixineewwan labsii, dambii fi qajeelfamoota qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuun ni mirkaneesa/ti
-
Qajeelfama/Danbii qophaa’eerratti hubannoo ni kenna/ti
-
Qaamolee dhimmi ilaaluufi seektaroota hundaaf ni raabsa/ti
-
wixineewwan labsii, dambii,ulaagaalee,istaandardii,charterii waliigaltee fi qajeelfamoota qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuun mirkaneesisa/ti
9. wixineewwan labsii, dambii,ulaagaalee,istaandardii,charterii waliigaltee fi qajeelfamoota maxansiisun qaamoolee dhimmi ilaalu bira akka dhqaqbu ni taasisaa/ti
10. labsii, dambii,ulaagaalee,istaandardii,charterii waliigaltee fi qajeelfamoota hojiira iolmaa isaani ni hordofti/ ni hordofaa
11. Dokimentii hubannoo
paakeejiii misoomaa fi jijjiirama dubartootaaf itti kennamuu /paakeejii misooma jijjiramaa fi dubartootaa nannoo horsiise bulaa ni qopheessaa/ti
12. Dokimentii qophaa’ee irratti hubannoo ni kennaa/ti
13.TOR madaallii karooraa fi raawwii sektarootaa ni qopheessa/ti
14. Karooraa fi gabaasa sektaroota ni madaalaa/ti
15. Dhimmoota sekteroota hunda mana hojii keenya keessatti idilaa’an adda ni baasa/ti
16. Qajeelfama dhimmoota sekteroota hunda sektara dhimmi ilaalu irra ni fudhataa/ti
17. Dhimmoota sekteroota hunda irratti hojjattoota mana hoiichaaf hubannoo ni kennaa/ti
18. Karooraa qindaa’aa dhimmoota seektaroota hundaa seektaroota dhimmi ilaalu waliin ni qopheessa/ti
19. Karoora mana hoji keessatti akka dhimmootiin sekteerra hunda haammatamuu ni taasiisa /tii.
20. karoorri dhimmoota sekteeroota hunda mana hojii keessatti hojii irra ooluu isaa ni hordofaa /tti ni qindeessa/tti
21.Ragaaleen hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa saalaan adda bahan (Gender disaggregated data) akka mana hojii fi seektarootattii ni qindeessa/ti
22. Ragaalee qindaa’an idoo mijataa fi qaamni barbaadu hunda salphaati akka argatu ni kaa’a/keetti.
23. Rakkoolee ilaalchaa, dandeetti fi dhiyeessi sakatta’uun adda baasun ni keeti/ kaa’a.
24 .Rakkoolee adda bahani irratti dokimentii marii ni qopheessaa/tti
25 .rakkoolee ilaalchaa fi dandeetti irratti dhimmamtoota waliin mariin akka geggeeffamu ni taasisti/saa.
26 .chaarterii waliigaltee ni qopheessa/ti
27 .Ulaagaalee gamaaggamaa fi madaallii sekterootaa ni qopheess/ti
28 .Karooraa fi raawwii hojii sekterootaa ni hordofu/ti, ni gamaaggamu/ti , ni madaalu/ti duuba deebii ni kenna/ti,sirreeffamni akka taasifamu ni godha/ti
29 .Sekteroota raawwii gaarii qabanii fi hin qabne addan ni baasa/ti qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa/ti
30. Idileessa hojii dubartootaa irratti Hoggantootaa fi raawwattoota seektaroota mootummaa tiif hubannoo ni kenniti/niti
31 .Adeemsa sochii finiinsa hirmaannaa ummataa walii leenjii ni kennaa/ti
32.yaada furmaata rakkoon dandeetti raawwachiisumma ittiin hiikkatuu qaama ol’aanaaf ni diyeessa /ti
33. Hojiiwwaaan dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keessatti idileessuu qaamma dhimmi ilaalatu waliin ta’uun ni idileessa.
|