Maandeetii idileessaa hojii dubartootaa irratti seektarootaf kenname fi gahee biiroo dhimma dubartootaa sakata’uu
-
Wixinee labsii maandeetii dhimma korniyaa seektarootaa qopheessuu
|
Digrii
jalqaba
MA
Doctoretii
Disipiilinii
Sayyainsii
Hawaasaa,
Gender study
Dandeettii
Kompiitara
|
9
7
5
|
Raawwatta idileessaa Korniyaa
Damee Bulichiinsaa
|
PS 7
|
1
|
-
Wixinee gahee biirichi seektaroota irratti dabalataan qabaachuu qabu qopheessuu
|
-
Qaama mirkaneesuuf dhiyeessuun mirkaneesiisuu
|
-
Seektaroota keessatti caasaa idileessaa hojii dubartootaa akka diriiru gochuu
|
-
Caasaa koorniyaa seektaroota mootummaa qopheessuu, mirkaneessisuu
|
|
|
|
|
-
Caasaa mirkanaa’ee seektaroota beeksisuu
|
|
|
|
|
-
Hojjiirra oolmaa caasichaa hordofuu
|
|
|
|
|
-
Hojiimaata idileessaa hojii dubartootaa qopheessaa,( Danbii, qajeelfama, Manuwaalii, ulaagaa fi Istaandaardii, chaartarii waliigaltee foramii qodafudhattootaa)
|
|
|
|
|
2.1. wixinee idiileessa hojii dubartotaa fi daa’immanii qopheessuu
|
|
|
|
|
2.2. wixiinee qophaa’ee irratti seektaroora waliin marii gaggeessuun gabbisuu
|
|
|
|
|
2.3. wixinee gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu
|
|
|
|
|
2.4. Wixinee mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu
|
|
|
|
|
2.5. Hojimaata qophaa’ee maxxansiisuu
|
|
|
|
|
2.6. Hojiimaata maxxanfame qaama dhimmi ilaaluufi seektaroota hundaaf raabsuu
|
|
|
|
|
2.7. Hojiirra oolmaaa hojiimaata idilessa hojii dubartootaa dordofuu
|
|
|
|
|
-
Maanuwaalii paakeejiii misoomaa fi jijjiirama dubartootaa /paakeejii misooma jijjiramaa fi dubartootaa nannoo horsiise bulaa seektaroota hundaaf irratti huubannoo kennuu
|
|
|
|
|
-
Karoora seektarootaa keessattii
waa’een hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa hammatamuu isaa mirkaneeffachuu
|
|
|
|
|
|
Digrii
Oo hojii
Waggaa 9
MA Waggaa 7
Doktaretii Wagga 5
Disipiilinii
Sayyainsii
Hawaasaa, Gender study
Kompiitara
|
Raawwatta dhimma seektaroota hundaa
|
PS -7
|
1
|
-
Dhimmoota seektroota hundaa(cross cutting issues) mana hojii keessatti idileessuu
4.1.Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu seektaroota dhimmi ilaalu irraa fudhachuu
|
4.2. Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu irrattu hubannoo kennuu
|
4.4. karooraa qindaa’aa dhimmoota seektaroota hundaa seektaroota dhimmi ilaalu waliin qopheessuu
|
4.5. Dhimmi seektaroota hundaa karoora mana hojii keessatti akka hamatamu taasisuu
|
4.6. karoora dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keessatti hojiira oolchuu, hordofuu
|
5.Ragaaleen hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa fi saalaan adda bahan (Gender disaggregated data) akka mana hojii fi seektarootattii qindeessuu
|
|
|
|
|
5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
|
|
|
|
5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
|
|
|
|
4.3. foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
|
|
|
|
4.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
|
|
|
|
4.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu, weebsaayitiin dabarsuu
|
|
|
|
|
5.Hojiilee dubartootaa fayyadan irratti Dhiimmamtoota waliin walta’iinsaa fi qindoomina uumuu
|
|
|
|
|
5.1. Rakoolee (ilaacha,dandeettii,dhiyyeessi) idileessa hojii dubartootaa qoodafudhatootaa adda baasuu
|
|
|
|
|
5.2. Rakkoolee adda bahan irrttii dokiimeentii marii qopheessuu
|
|
|
|
|
5.3. Dokiimeentii qophaa’ee irrtti galteewwan dabalataa sasaabuun gabbisuu, mirkaneessisuu
|
|
|
|
|
5.4. Dokiimeentii mariif qophaa’ee irrtti qooda fudhattoota waliin marii gaggeessuu
|
|
|
|
|
5.5. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qopheessuu
|
|
|
|
|
5.6. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qooda fudhattoota waliin irrtti mari’achuun mirkaneessuu
|
|
|
|
|
5.7. Forammii neetwoorki qodafudhattootaa ijaaruu
|
|
|
|
|
5.8. Walatajjiiii marii idiilee akka jiraatu taasisuu(guyyaa,iddoo) murteessuu
|
|
|
|
|
6. Hordoffii fi gamaagaama gaggeesuun dhimma idileessa hojii dubartootaa seektarootni deeggersa taasisuu
|
|
|
|
|
6.1. seektarootaaf deeggersa oggummaa kennuu
|
|
|
|
|
6.2. Deeggersa oggummaa kennamen dhimmoota hubatamanii adda baasuun marii irratti gaggeessuu
|
|
|
|
|
6.3. Gabasaa raawwii seektarootaa xiinxaaluu
|
|
|
|
|
6.4. Hordoffii gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa seektaroonni qaban addaan baasuu
|
|
|
|
|
6.5. Gamaagama seektarootaa gaggeessuuf ulaagaalee/qabxii xiiyyeeffannoo qopheessuun mirkaneessuu
|
|
|
|
|
6.6. Gamaggama raawwii karoora seektarootaa gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa seektaroonni qaban addaan baasuu
|
|
|
|
|
6.7. Seektaroota raawwii gaarii qaban addaan baasuun jajjabeessuu
|
|
|
|
|
6.8. Seektaroota rakkoo qaban addaan baaasuun kalattii sirreffamaa kennuu fi takaanfii fudhachhuu
|
|
|
|
|
6.9. Gabaasa hordoffii qaama dhimmi ilaaluuf dabarsuu
|
|
|
|
|
7. Idileessa hojii dubartootaa irratti humni raawwachiisummaa Hoggantootaa fi raawwattoota seektaroota mootummaa cimsuu
|
|
|
|
|
7.1. Qaawwaa dandeetii raawwttootni dhimma idileessa hojii dubartootaa ( Gender Focal persons) qaban adda baasuun tarreessuu
|
|
|
|
|
7.2. Rakkoo ijoo dandeetii raawwachiisummaa addaan baasuun qindeessuu
|
|
|
|
|
7.3. yaada furmaataa rakoon ijoo dandeettii raawwachiisummaa ittiin hikkatu qaama olaanaaf dhiyeessuun murtiin akka itti kennamu taasisuu
|
|
|
|
|
7.4. murtee kennamu irrtti hundaa’uudhaan qaama dhimmi ilaalatu waliin haala leenjiin itti kennamu mijeessuu
|
|
|
|
|
-
Adeemsa hojii ijoo Sochii finiisaa fi Hirmaannaa uummataa waliin ta’uun leenjii kennuu
|
|
|
|
|
Garee Qindeessaa dhimma seeraa
|
Sad/Bar
|
Mux.hoj.
|
|
|
-
Faayidaa fi mirga dubartootaa fi daa’immanii kabajamuu isaa hordofuu
|
1 Seerota qajeelfamoota fi waligalteewwan dubartotaa, fi daa’imman ilaachisee hojiirra jiran i ni xiinxala /ti
2. Rakkoolee ijoo mirga dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu irratti adda ni baasa/ti
3. Bu’aa xinxala irraa argame fi rakkoolee adda bahan irratti qaamoolee seeraa, dhimmamtootaa fi maamiltoota waliin marii ni gaggeessa/ti,
-
Yaada furmaataa qaama olaanaaf dhiyeessuun kallatii sirreeffamaa akka itti kennamu ni taasisa/ti
-
Hojii irra oolmaa sireeffama kennamee ni hordofaa /ti
-
Qaawwaa raawii seeraa ni sakata’a/ti
7. yaada ka’ummsa marii rakkoolee raawwii seeraa keessatti kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti mulatan ni dhiyeessa/ti
8.yaada ka’uumsa manajimeentii mana hojiitiif ni dhiyeessa/ti
9. Rakkoolee raawwii seeraa keesstti adda bahanii fi yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii qaamolee seeraa , dhimmamtoota fi maamiltoota waliin marii ni gaggeessaa/ti yaaada furmaata ka’aamee qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa/ti
10.Dokmeentii hubannoo seera ittiin kennamuu ni qopheessaa/ti,ni mirkaneesiisisa/ti
11.Dookmeentii qopha’ee irratti madaqina nikenna/ti
12. . Dubartootaa fi daa’imman rakkoo seeraan walqabatee gara mana hojii dhufaniif deeggarsa ogummaa ni kenna/ti
13. foomaatiiwwaan ragaan ittiin sassabamuu ni qopheessa/ti
14. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina ni keenna/ti ni raabsaa/ti
15.Ragaan akka sekteeroota irra dhiyaatu ni hordofaa/ti
16. Ragaalee sekteeroota irraa dhiyaatan niqindeessaa/ti, ni xiinxala /ti, ni gurmeessaa/ti
17. Ragaalee qindaa’ee qaamoolee dhimmi ilaaluuf ni raabsaa/ti,
|
Digrii jallqabaa
MA
Doktaretii
Gosa barnootaa Seeraa( LLB)
|
Wagga 10
Wagga 8
Waggaa 6
|
Raawwtaa dhimma seeraa
|
PS 8
|
1
|
-
Seerota ,qajeelfamoota,waligalteewwan dubartotaa fi daa’imman ilaachisee hojiirra jiran iraatii xiinxala taasisuu
|
-
Rakkoolee ijoo mirga dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu irratti jiran tarreessuu
|
-
Qaamolee marii irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu
|
-
Bu’aa xinxala irraa argame fi rakkoolee adda bahan irratti qaamoolee seeraa, dhimmamtootaa fi maamiltoota waliin marii gaggeessuu,
|
-
Yaada furmaata dhimmoota mirgaa dubartootaa fi daa’immanii itiin kabajamu irratti waliigalteera gahuu
|
-
Yaada furmaataa qaama olaanaaf dhiyeessuun kallatii sirreeffamaa akka itti kennamu taasisuu
|
-
Kallattii Sirreeffamaa keennamee qaammolee dhimmii ilaalatuufi caasaa dhimma dubartootaa fi daa’immanii sadarkaan jiru akka beeku taasiisuu
|
|
|
|
|
-
Hojiirraa oolmaa isaa hordofuu
|
|
|
|
|
-
Qaawwaa raawii seeraa sakata’uun mirga dubartootaa fi daa’immanii kabajamuu isaa mirkaneeffachuu
|
|
|
|
|
2.1. Raawwii seeraa kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti rakkoolee jiran adda baasuu
|
|
|
|
|
2.2. yaada ka’ummsa marii rakkoolee raawwii seeraa keessatti kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti mulatan dhiyeessuu
|
|
|
|
|
2.3. Yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii maaneejimeentii mana hojii waliin marii gaggeessuu
|
|
|
|
|
2.4. Qaamolee argannoo qaawwaa raawwii seeraa adda bahee irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu
|
|
|
|
|
2.5. Rakkoolee raawwii seeraa keesstti adda abahaii fi yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii qaamolee seeraa , dhimmamtoota fi maamiltoota waliin marii gaggeessuun yaada furmaataa kaa’uu
|
|
|
|
|
2.6. Yaada furmaataa kaa’amee qaama dhimmi ilaalatuuf dhiyeessuu
|
|
|
|
|
2.7. Kallattii qaamni olaan kaa’eena hojiira oolmaa isaa hordofuu .
|
|
|
|
|
3.Hubannoo/Odeeffannoo seeraan walqabatee gadiifageenyaan ittifufiinsaan dubartootaaf kennuu
|
|
|
|
|
3.1. Maanuwaalii hubannoo seeraa dubartootaaf itiin kennamu qopheessuu
|
|
|
|
|
3.2. Maanuwaalii qophaa’ee tayyabuu,guceessuu, baayyisuu
|
|
|
|
|
3.3. Maanuwaallii qophaa’ee mirkaneessisuu
|
|
|
|
|
3.4. Barreeffama qophaa’ee irratti caasaa sadarkaan jiruuf madaqisina kennuu fi raabsaauu
|
|
|
|
|
3.5. Adeemsa hojii ijoo sochii finiinsa fi hirmaannaa uumataa waliin ta’uun hubannoo kennuu
|
|
|
|
|
4.Tajaajiila gorsa seeraa dubartootaa fi daa’immaniif kennuu
|
|
|
|
|
4.1. Dubartootaa fi daa’imman rakkoo seeraan walqabatee gara mana hojii dhufan simachuu
|
|
|
|
|
4..2. Yaada /rakkoo dubartootaa fi daa’immanii fudhachuu adda baasuu
|
|
|
|
|
4.3. Ragaalee qabdu sasaabuun haala deeggersa ittiin argatan mijeessuu
|
|
|
|
|
4.4. Qaama dhimmi ilaalatu waliin mari’achuun haala furmaata itti argatan mijeessuu
|
|
|
|
|
4.5. dubartoota fi daa’imman miidaa saalaarrttii bu’uureffatte irra gahee deeggaruu
|
|
|
|
|
5. Ragaalee mirgaa dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu waliin walqabate qindeessuu,xiinxaluu (Gender disaggregated data
|
|
|
|
|
5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu
|
|
|
|
|
5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu
|
|
|
|
|
5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu
|
|
|
|
|
5.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu
|
|
|
|
|
5. 5. Ragaalee qindaa’aan xiinxaaluun keenna murtiif akka tolutti ni kaa’aa
|
|
|
|
|
5.6. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu,
|
|
|
|
|