1.7 Kaayyoo irra deebiin JBAH qorachuun barbaachise
1.7.1 Kaayyoo Gooroo (Genaral objective): -
Hojii irraa Oolamaa JBAH adeemsa hojii ijoo Korniyaa Idileessuu kessatti rakkoolee mudatan adda baasuun hojiimaata diriire fooyyeessuun tajaajila quubsaa saffinaan maamiltootaaf kennuun bu’a qabeessuummaa mana hojiichaa daran cimsuudha.
1.7.2 Kaayyoo Gooree (specific objectives):-
-
Rakkoolee maamiltoota mana hojichaa addaan baasuun
-
Fedhii (hawwii) Dhimmamtoota hubachuu
-
Hojimaata jiru addaan baasanii hubachuu
-
Hojimaata haaraa fedhii fi hawwii maamiltootaafi dhimmamtoota guutu qiyyeessuun dhiyeessuu.
-
Hojimaata haaraa qiyyeeffamee mirkanaa’ee hojiirra olchuu
Dostları ilə paylaş: |