Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Dhimma Korniyaa



Yüklə 1 Mb.
səhifə11/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   48
2.1.2. Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Dhimma Korniyaa

Adeemsa Hojii Ijoo Idileesa Dhimma Korniyaa kana jalatti gareewwaan xiqaa lamatuu jira. Isaanis,



  1. Garee Qindeessaa Walta’iinsaa fi qindoomina hojii dubartootaa

  2. Garee Qindeessaa Dhimmoota seeraa dha.

Ibsa:-

Garee Qindeessaa Walta’iinsaa fi qindoomina hojii dubartootaa jechuun caasaa sektaroota mootummaa hunda keessatti dhimmi korniyaa akka idila’uu taasiisuuf mandeetin, imaammatootni, qajeelfamoonii fi dambileen manneen hojii mootummaa baasan dhimma korniyaa hamaachuu isaa sakkata’uu, addan baasuu fi rakkolee jiran irratti sirreeffamni barbaachisan akka taasifaman godhamee, karoora isaanii keessatti dhimmi korniyaa akka hamaatamuu taasifamee deggarsa barbaachiisuu gochuun hojii irra oolma isaa hordofuu dha.



Garee Qindeessaa Dhimmoota seeraa jechuun Caasaa ykan qaamolee seeraa keessatti korniyaa akka idila’u qamoolee kana waalin qindoomina uumuun, deeggarsaa fi hordoffii barbaachisaa ta’e gochuun dhimma korniyaa irratti xiyyeeffatan akka hojjatan taasiisuu, dhiibbaa mirga dubartootaa fi Daa’imman irra gahu irratti qaamolee kanaan waliin ta’uun furmaata atattamaa akka argatan taasisuu, akkasumas qaawwaa raawwii seeraa mirgoota dubartotaa fi Daa’imman kabachiisan irrtti sakatta’iinsa gaggeessuun qaama dhimmi ilallatuuf dhiyeessuun furmaatni dhumaa akka ittii kennamu gochuuf hojjechuu jechuudha.


Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin