Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Rakkoolee/Fedhii Maamiltootaa Adaan Baasuu fi tarreessuu



Yüklə 1 Mb.
səhifə14/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   48
2.1.5 Rakkoolee/Fedhii Maamiltootaa Adaan Baasuu fi tarreessuu

T/L

Maamiltoota

Rakkoolee Maammiltootaa

Fedhii Maamiltootaa

1

2.


Dubartoota

  • Qabeenyaa harachuu, bulchuu fi itti fayyadamuu irraattii dhiraan qixaa ta’u dhaabuu

  • Madaa gaalii mattaa isaan dhiraan qixaa uumaachuu dhaabuu

  • Caaraa qaxaarii barnootaa fi sadarkaa gudinaa waal irraattii luugiin jiraachuu

  • Tajaajilaa sektarootni kennan irratti oddeeffannoo gahaa argachuu dhabuu

  • Tajaajilaa fayyaa hormaata gahaa argachuu dhabuu

  • Bishaan qulqullu dhiyeenyaa tiif gahaa ta’e argachuu dhaabuu

  • Barnoota al idilee gandaa gandaan argachuu dhabuu

  • Filuu fi filatamuu keessatti bal’inaan hirmaachuun garaa gaggesuummaatti dhufuu irraattii dhiraan qixaa yaalamuu dhaabuu

  • Murtii keennamu yeroo dheeraa fudhachuu (wagga 2-6),

  • Raawwiin murtiis yeroo dhaeeraa fudachuu (waggaa 3-5)

  • Waldhabbii abbaa warraa fi haadha warraa jiddutti uumamuuf murtii haqa qabeessaa kannuu dhabuu

  • Falmii haadha warraafi abbaa warraa walakkaa jiru hanga murtiin kennamutti dubartii ijoollee qabatee baateef qallabni (mashurufiin) akka kennamuuf/safaramuuf murteessuu dhabuun dubartoota rakkina hamaaf saaxiluu

  • Yakkoota kan akka dirqisiisanii gudeeduu dubartootaa irratti raawwatamu haala sukanneessaan lubbuu baasuu fi kkf irratti murtiin kennamu yakka raawwatameen kan wal hin gitneefi barsiisaa kan hin taane ta’uu

  • Beellama dheeressuun dubartoota dhamaasuu, abdii kutaachiisuu




Tajaajila loogii irraa bilisa ta’e seektaroota hundarraa argachuu barbaadu







  • Ragaa balleessuu (oliyyannoof yeroo barbaadamu ragaan dhabamuu)

  • Seeraa golguudhaan mirga dubartootaa sarbuu

  • Dhiiraaf looguun dubartii qabeenyaan ala godhuu

  • Rakkoolee qunnamaniif battalatti furmaataa dhabuu




3




  • Qajeelfama idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii dhabuu

  • Hubannoo yaadarimee koorniyaa idileessuu paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartoota fi imaammata dhimma dubartoota dhabuu

  • Ragaa garaagarummaa korniyaa argachuu dabuu

Seektaroonni hundi Idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii f deeggarsi akka taasifamuuf barbaadu

5




  • Hordoffiifi deeggarsi walitti fufiinsa hin qabne jiraachuusaatiifi tarkaanfiin sirreeffamaa yeroodhaan kennamuu dhabuu

Hordoffii fi deeggarsi kurmaana kurmaanaan akka kennammuf baarbaadu

6




  • Manni hojichaa dhaabbilee Miti-Mootummaa qindeessee hojjechiisuu dadhabuu

  • Raawwii karooraafi herrega yeroon buusuu dhabuu

Dhaabbileen miti-mootummaa hundi Qindoominaan waliin hojjechuu barbaadu





Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin