Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Kutaa 3ffaa Adeemsaa Hojii Ijoo Idileesaa Korniyaa irraa debi’anii Wixxiunesuu (Re-designing stage)



Yüklə 1 Mb.
səhifə17/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   13   14   15   16   17   18   19   20   ...   48
Kutaa 3ffaa

Adeemsaa Hojii Ijoo Idileesaa Korniyaa irraa debi’anii Wixxiunesuu (Re-designing stage)

3.1 Adeemsaa Hojii Ijoo Idileessaa Dhimmaa Korniyaa

3.1.1 Maamiltootaa Adeemsaa hojiichaa



  • Dubartoota Hunda

  • Seektarootaa Mootummaa

  • Dhaabilee mit-mootummaa

  • Dhaabilee ummataa (CBOs)

  • Waldalee Hawaasaa

      1. Dhimmamtoota Adeemsaa hojiichaa

  • Mootummaa naannoo Oromiyaa

  • Koree dhabii dhimma dubartootaa caffee oromiyaa

  • Seekatarootaa mootummaa

  • Dhaabilee mit-mootummaa

  • Ministeeraa dhimma dubartootaa feederalaa

  • Dhaabilee deggarsa keenan (Funding Agencie)

  • Dhaabilee ummataa (CBOs)

  • Waldalee Hawaasaa

Gabate 3.1 Feedhii Maamiltoota fi Dhimmamtoota Adeemsa hojii Ijoo Idileessa Korniyaa


Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   13   14   15   16   17   18   19   20   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin