Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Hojiilee gurgguddo Adeemsaa hojii Ijoo Idileessaa Kormiyaa



Yüklə 1 Mb.
səhifə21/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   48
3.1.4 Hojiilee gurgguddo Adeemsaa hojii Ijoo Idileessaa Kormiyaa

  • Seektaroota keessatti caasaan dhimma korniyaa akka diriiru gochuu

  • Paakeejii Misoomaa fi Jijjirama dubartootaa seektaroota mootumma keessatti hojii irra oolu isaa mirkaneeffachuu

  • Raagaalee Korniya irratti xiyyeefatee (Gender disaggregated data) walitti qabuu

  • Qajeelfama Idileessa hojii dubartootaa Qopheesuu

  • Fooramii Net-Workii dhaabbilee Miti-Mootummaa dhaabuu

3.1.5 Galtee

  • Fedhii seektaroonni qaban

  • Heera mootummaa,Imaammata dhimma dubartootaa, Seeroota,

  • Paakeejii Misoomaa fi Jijjiirama Dubartootaa,

  • Qajeelfamoota

  • Waliigalteewwan addunyaa dhimma dubartootaafi daa’immanii biyyi keenya mallatteessite

  • Imaammata dhimma dubartootaa Qajeelfama dhaabbilee Miti-Mootummaa (NGOs Guideline)

  • Maandeetii Biiroo

  • Qajeelfama dhaabbilee Miti-Mootummaa (NGOs Guideline)

  • Karoora waggaa(Action Plan)

3.1.6. Bu’alee

Manneen hojii korniyaa idileesuuf karoorfatan



Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin