Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Adeemsa Hojii Ijoo amma Jiru keessatti Rakkolee seerootaa fi yaadamoota Hudha ta’anii turan (PRA)



Yüklə 1 Mb.
səhifə22/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   48
3.1.8. Adeemsa Hojii Ijoo amma Jiru keessatti Rakkolee seerootaa fi yaadamoota Hudha ta’anii turan (PRA)

Rakkoo

Seerota

Yaadamoota Moofaa

Yaadamoota soba taasiisuu

Yaadamoota Haarawaa

  1. Hojiin dubartootaa fi daa’immanii seekatroota mootummaa keessatti ileeffamuu dhabuu

Koorniyaa idileessuun itti gaafatamummaa seektaroota mootummaatiin ni raawwatama.

Seektaroonnii Mootummaa fi dhaabbileen miti-mootummaa hundinuu heera,seerootaa fi imaammatoota mootummaan walqixxummaa korniyaa mirkaneessuudhaaf baasee beekanii hojii irra olchu jechanii yaaduu

  • Seektaroonnii Mootummaa fi dhaabbileen miti-mootummaa hundinuu heera, seerootaa fi imaammatoota mootummaan baasee beekani hojii raa waan hin oolchinef dhimmii koorniyaa hin idiloofne.

  • Biiroon dhimma dubartoota oromiyaas deegarsaa fi hordoffii gahaa waan hin taasifneef herri,seerroonni,imaammatoonni fi qajeelfamoonni mootummaan walqixxummaa Koorniyaa mirkaneessuuf baase hojiirra hin oolle taasiisuu

  • Dhimma Koorniyaa seektaroota Mootummaa hunda keessatti akka idileeffamu deeggarsi, to’annoo, hordoffii fi madallii walirraa hincinnee ni taasifama.

  • Akkaataa Labsii Lakk.163/2003, Kew. 29(4, 11, 12, 13, 15) gahee fi aangoo Biiroo Dhimma Dubartoota fi Daa’inmman Oromiyaatiif kennameen Seektarootni mootummaa fi Dhaabbileen miti-mootummaa hundinuu koorniyaa irratti xiyyeeffatanii hojjachuun koorniyaan akka idileeffamu ni taasifama.

  • Maanuwaalii raawwii koorniyaa idileessuuf baheen deeggaramuunii, korniyaan seektaroota mootummaa fi Dhaabbilee Miti mootummaa keessatti akka idilaa’uu ni taasifama

  • Labsii mirga dubartoota fi daa’immanii kabachiisuuf bahan irraa danbii akka qophaa’uu taasisuun hojiin dubartootaa fi daa’immanii ni idilaayaa..

  • Idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii irratti Humni raawwachiisummaa seektaroota mootummaa ni cima

  • Ulaagaalee hojii dubartootaa fi daa’immanii seektarootnni ittiin madalamanii idileessi itiin mirkanaa’uu ni qophaa’a.


Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin