Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya



Yüklə 1 Mb.
səhifə24/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   20   21   22   23   24   25   26   27   ...   48
3.1.8 Kaayyoo Diriiraa kaa’uu

Adeemsa hojii ijoo Idileessa Dhimma koorniyaa ilaalchisee kaayyoo diriiraa kaa’uuf

Rakkoolee hojiirraa Olamaa JABH Korniyaa idileessuu duran qoratamee gadi fageenyaan xiinxaaluu fi fedhii maamilaa yeroon gaafatu adda baasuun, akkasumas hojii korniyaa seektaroota keesatti idileessuun barbaachisaa fi hojiimaata haaraa qiyeeffame tilmaama keessa galchuun kaayyoon diriiran ka’amee jira.



3.1.1.8 Fedhii maamiltootaa fi Dhimmaamtoota

  1. Hojiin dubartootaa fi daa’immanii seekatroota mootummaa keessatti idileesuuf deeggersa oggummaa fi teeknikaa itti fufiinsa qabuu argachuu barbaadu

  2. Hojiimaata idiileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii ifa ta’ee argachuu barbaadu

  3. Foormaatii fi tooftaalee ragaaleen saalaan adda bahee(Gender disaggregated data) ittiin sasaabamuu fiqindaa’uu argachuu barbaadu Ragaa qaawwa raawwii seeraa irratti murtii kenuu dandeessisu argachuu (Qaama olaanaa)

  4. Dhimmoonni seektaroota hundaa mana hojii keenya keessatti akka idilaa’uu barbaadu

  5. Hirmaanaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’iimmanii mirkaneessuuf waliin hojjechuu

  6. Humni raawwachiiftummaa raawwatootaa akka cimuuf barbaadu

  7. Deeggersaa fi gorsa seeraa kaallattii itti agarsiisuu danda’uu argachuun mirgi isaanii kabachiifachuu barbaadu

  8. Tajaajila seera loogii irraa biliisa ta’eefi haaqa qabeesa saffinaan qaamoolee seeraa irra argachuu barbadu


Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   20   21   22   23   24   25   26   27   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin