Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Gabate 3.1.8 Feedhii Maamiltoota fi Dhimmamtoota



Yüklə 1 Mb.
səhifə25/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   21   22   23   24   25   26   27   28   ...   48
Gabate 3.1.8 Feedhii Maamiltoota fi Dhimmamtoota

Maamiltoota

Fedhii Dhimmamtoota

Dubartoota Hundaa

  • Tajaajila loogii irraa bilisaa ta’e Sektarootaa hundaa irraa argachuu barbaaduu

  • Gamaa dinaagde, Siyaasa fi hawasummaatiin fayadamumaan isaani akka mirkanna’u barbadu

  • Karoora mootummaan fayadamumaa dubartootaa mirkannesuuf basee galmaan gaahuuf bakka hanqini jirutti deggarsa oguumaa fi faayinaansiitin deggaramuu barbaaduu

Seektarota Motummaa

  • Seektarootni hundi idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanitiif deeggarsii akka tasifamuuf barbaaduu.

Dhaabilee Mit- Motummaa

  • Hordoffii fi deeggarsi kurmana kurmanaan akka kennamuuf barbaaduu

  • Dhaabileen mit-motummaa hundi qindominaan waaliin hojachuu barbaadu

Waldaalee Hawaasaa(CBO)

Gurmaa’insaa Uumataa keessaatti waldaaleen hawwasaa akka cimman deggarsaa fi hordoffii barbaadu




Dhimmamtoota




Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   21   22   23   24   25   26   27   28   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin