Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Hirmaannaa fi fayyadammumaa dubartoot aa fi daa’immanii ragaan deegaramee mirkanaa’ee



Yüklə 1 Mb.
səhifə29/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   25   26   27   28   29   30   31   32   ...   48
Hirmaannaa fi fayyadammumaa dubartoot aa fi daa’immanii ragaan deegaramee mirkanaa’ee

Ragaalee fayyadamummaa fi hirmaannaa dubartootaa ilaalatan sekteroottaa hunda keessaatti waggaa lama keessatti %100 ni qinda’a

4

Dhimmoonni seektaroota hundaa mana hojii keenya keessatti akka idilaa’uu barbaadu

  • Dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keenya keessatti idilaa’an

  • Karoora qindaa’aa qophaa’ee

Qindoomina qoodafudattootaa dabalee

Qindoomina fi walta’iinsaa qooda fudhattootaa waggootan lamaan dhufu keessatti % 90 ni guddata.


5

Hirmaanaa fi fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf waliin hojjechuu

  • Dubartoota fayyadamtoota ta’an

6

Humni raawwachiiftummaa raawwatootaa akka cimuuf barbaadu

  • Jiijiijama Ilaalcha Hoggantoota dhimma idiileessa hojii dubartootaa irrtti dhufe

  • Dandeettii raawwachiisummaa raaawwatootaa cime

  • Raawwii hoggantootaa fi raawwattoota dabale

Fayyadammmummaa dubartootaa seektaroota keessati mirrkanaa’ee

Qawwaa dandeettii raawwachiisummaa raawwattootaa adda baasuun adeemsa hojii ijoo sochii finiinsaa fi hirmaannaa ummataa waliin ta’uun dandeettii isaanii cimsuu

7

Tajaajila seeraa loogiirra billisa ta’eefi haaqa qabeessa argachuu

Dubartoota murtii arifachiisaa fi haqa qabeessa loogiin ala ta’e argatan
Qaawwaa Raawwii seeraa adda bahee beekkame
Rakkoolee raawwii seeraa adda bahaniin dubartoota furmaata argatan

Mirgaa dubartotaa kabajame


Seerota xiinxalamanii furmaata argaman
Mirga dubartootaa gama seratiin kabajame

  • Mirgii nammuumaa fi dimookraasii dubartoota kabajamu,

  • Jijjirama ilaalcha dhufu




Dubartootaa taajajiila seeraa loogi irra billisa ta’e waggoota dhufan lamaan keessatti %100 ni argatu.

8

Deeggersaa fi gorsa seeraa kaallattii itti agarsiisuu danda’uu argachuun mirgi isaanii kabachiifachuu barbaadu

Dubartootaa tajaajila gorsa seera argatan
Dubartootaa ofttiamanmmummaa argataniin mirga isaanitiif falmatan




3.1.10. Yaadaawaan harrawaa kaa’uu

Hojiiwwan walfakkaatan bakka tokkootti gurmeessuun bu’aa maamila qabu jiddu galeessa godhatani hojjachuun barbaachisaa ta’uu isaa miseensonni garee adeemsa hojii ijoo Idileessa Dhimma Korniyaa bal’inaan irratti mari’atamee waliigalameera.

Haaluma kanaan gurmaa’ina hojii irratti yaadawwan harraawwa heddu maddan keessa Shan fudhaate waaldoorggomsiisee jira yaadawwan bu’uuraa haraawaa ta’an kunis akkaataa asiin gadiiti dhiyaatani jiru.

Seektaroota mootummaa keessatti sakatta’insa raawwii fi hordoffii dhimma idileeffama hojii dubartootaa taasisuu, caasaa idileessa hojii dubartootaa fi diriirsuufi, paakeejii misoomaa fi jijjiirama dubartoota hojiirra oolchuu,akkasumas dhaabbilee miti-mootummaa, Uummataa fi waldaalee hawaasaa deeggaruufi qindeessuun, fooramii “Net-working” dhaabamee, hojiimaata hojiin dubartootaa itiin idilaa’uu qopheessuun akka deeggaraman taasisuudhaan, sakkatta’iinsa qaawaa raawwii seeraa fi seerootaa dubartootaa sakata’uun mirga isaanii gama hundaan kabachiisuun fayyadammummaa fi hirmaanaa isaanii guddisuuf, addeemsaalee ijoo fi deeggersaa biro waliin qindaa’uudhaan(interface) hojjechuudhaan hojilee adeemsichaa gaareewwan dhimmaa 2n (Qindeessaa idiileessa hojii dubartootaa fi Qindeessaa dhimma seeratiin)gurmeessuun sadarkaa naanootii hanga aanaatti hojjetamee hojiin dubartootaa ni idileeffama




      1. Yüklə 1 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   25   26   27   28   29   30   31   32   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin