Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Gaaree Qindeessaa Dhimmoota Seeraa



Yüklə 1 Mb.
səhifə32/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   28   29   30   31   32   33   34   35   ...   48
Gaaree Qindeessaa Dhimmoota Seeraa

Lakk

Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa jalqabaa hanga xumuraatti (Series of activities & steps from start to finish)




1

Faayidaa fi mirga dubartootaa fi daa’immaan kabajamuu isaa hordofuu







    1. Seerota dubartotaa fi daa’immaan ilaachisee hojiirra jiran iraatii xiinxala taasisuu







    1. Rakkoolee ijoo mirga dubartootaa fi daa’immaan kabachiisuu irratti jiran tarreessuu







    1. Dhibbaa Mirgaa dubartootaa fi Daa’imaani irraa gahuuf gorsa seeraa,deegarsaa addaa (affirmative action) fi hordoffin akka tasifamuu ni hordofa







    1. Abbotti dhimmaa Dhimmaa seeraa waajjiin walqabate jiraan tajaajilaa bilisaa sa’a 50 dubartootaa fi akka kennamuu ni hordoffa







    1. Dhimmootaa seeraa walqabate dubartootaa fi daa’immaanii irraa gahuu sadarkaa naannoo irraa kaasee hanga Aannatti jiru adda basuun qoraachuun qamma dhimmi ilaaluuf dabarsuu







    1. Mana hojichaa bakka bu’e ni himataa, qamma seerraatti ni dheyyessaa, ni hordoffaa







    1. Kallattii Sirreeffamaa keennamee qaammolee dhimmii ilaalatuufi caasaa dhimma dubartootaa sadarkaan jiru akka beeku taasiisuu







    1. Hojiirraa oolmaa isaa hordofuu




2

Qaawwaa raawii seeraa sakata’uun mirga dubartootaa fi daa’immaan kabajamuu isaa mirkaneeffachuu







2.1. Raawwii seeraa kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immaan irratti rakkoolee jiran adda baasuu







2.2. yaada ka’ummsa marii rakkoolee raawwii seeraa keessatti kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immaan irratti mulatan dhiyeessuu







2.3. Yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii maaneejimeentii mana hojii waliin marii gaggeessuu







2.4. Qaamolee argannoo qaawwaa raawwii seeraa adda bahee irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu







2.5. Rakkoolee raawwii seeraa keesstti adda abahaii fi yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii qaamolee seeraa , dhimmamtoota fi maamiltoota waliin marii gaggeessuun yaada furmaataa kaa’uu







2.6. Yaada furmaataa kaa’amee qaama olaan dhimmi ilaalatuuf dhiyeessuu







2.7. Kallattii qaamni olaan kaa’eena hojiira oolmaa isaa hordofuu.




3

Hubannoo/Odeeffannoo seeraan walqabatee gadiifageenyaan ittifufiinsaan dubartootaaf fi daa’imman kennuu







3.1. Maanuwaalii hubannoo seeraa dubartootaa fi daa’immaan itiin kennamu qopheessuu







3.2. Maanuwaalii qophaa’ee tayyabuu,guceessuu, baayyisuu







3.3. Maanuwaallii qophaa’ee mirkaneessisuu







3.4. Barreeffama qophaa’ee irratti caasaa sadarkaan jiruuf madaqisina kennuu fi raabsaauu







3.5. Adeemsa hojii ijoo sochii finiinsa fi hirmaannaa uumataa waliin ta’uun hubannoo kennuu




4

Tajaajiila gorsa seeraa dubartootaa fi daa’immaan kennuu







4.1. Dubartootaa fi daa’immaan rakkoo seeraan walqabatee gara mana hojii dhufan         simachuu







4.2. Yaada /rakkoo dubartootaa fi daa’immaan fudhachuu adda baasuu







4.3. Ragaalee abbaan dhimma qabdu sasaabuun haala deeggersa ittiin argatan mijeessuu







4.4. Qaama dhimmi ilaalatu waliin mari’achuun haala furmaata itti argatan mijeessuu







4.5. dubartoota fi daa’immaan miidhaa saalaarrttii bu’uureffatte irra gahee deeggaruu




5

Ragaalee mirgaa dubartootaa fi daa’immaan kabachiisuu waliin walqabate qindeessuu,xiinxaluu (Gender disaggregated data







5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu







5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu







5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu







5.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu







5. 5. Ragaalee qindaa’aan xiinxaaluun keenna murtiif akka tolutti ni kaa’aa







5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu,






Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   28   29   30   31   32   33   34   35   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin